cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Dr. Abdisa Ejeta Official Channel

Chaanaalii kana keessaan:- Kitaaboleefi barreeffamoota barsiisoo garagaraatu argama. Itti goraa!👇 @Dr_AbdisaEj.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالسياسة4 230
مشاركات الإعلانات
11 699
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+977 أيام
-2730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

#Dubbiin_kun_jabduudha telegram🔎😻🙏💃 Hubachuufillee nama rakkisa, garuu qabatama jiru walhubachiisaa adeemuu gaafata. 》Telegram yeroo jalqabaaf "tapha" akka #TikTok kennaa bifa mallaqaatiin waliif kennuuf gargaaru eegaluuf ifoomse. Innis kan #Major jedhamu eegale. Kunis, kennaa (bittaa fi gurgurtaa) ofkeessaa qabu #Star[Urjii] jedhee moggaasee beeksiseera. Tapha Telegiraamiin haaraa fide kun kennaa 🌟  kallattiidhumaan gara TON jijjiiramuudha. #TON tokko Doolara 7 olitti sharafama. Hiriyyoota keessan yoo affeertan 🌟  15 ol isiniif kenna, Premium yoo tahe ammoo 🌟 50 isiniif kenna. Hiriyyoota keenyaaf #referral linkii erguun jalqabuun, #Hojii adda addaa guyyuu raawwachuudhaan, kennaa #Urjiilee namoota biroof arjoomuu fi fudhachuun sadarkaa fi badhaasa argachuu dandeenyutu jira.🤗 Guyyaa guyyaan hojii sasalphaallee isiniif kennee 🌟  isiniif badhaasa. #sirnakafaltiihaaraa (#cryptocurrency) Telegram eegale jedhamee miidiyaaleen ajandaa godhateera. Kanaafuu kallattiidhaan TON gara wallet keessanitti dabarfachuu (withdraw) gochuu kan isin dandeessisu yoo tahu, baayinna TON keenyaatiin bu'aan Telegram irraa argannu garaagarummaa qabaata. Erga eegalee guyyaa shan kan hin guunne Miliyoonota 5 olitu fayyadamuu eegalee jira. Affeeramaa, wal-affeeraa Mee haa jalqabnu. 👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=426605945
إظهار الكل...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Teleegiraamiin badhaasa star jalqabeera kallattiin yemmuu link kanaan seentan ⭐️ 15 siniif kenna. Isin ammoo naaf kennuu dandeessu gurgurachuu dandeessu. Dafaa join godhaa. Dabalataan ammoo Taskii isa jedhu hojjachuun qabxii 185 sassaabbachuu dandeessu. Affeeramaa, wal-affeeraa   👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=426605945
إظهار الكل...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

#FOROFORII (#Seborrheic_dermatitis) #Foroforiin_maali? Foroforiin gosoota dhukkuba gogaa keessaa tokko kan ta'eefi namarraa namatti kan daddarbudha. Foroforiin amalasaarratti hunda'uun jabaataa kan hin taaneefi mallattoo hedduus kan hin qabne (dandruff)jedhamuun kan beekamuufi jabaataa kan ta'e yeroo hedduu gogaa sammuu keenyaafi kutaa qaama keenyaa kan biroorrattillee kan mul'achuu danda'udha. #Foroforiin_namoota_akkamiirratti mul'achuu danda'a? -Daa'imman torban 2 hanga waggaa 1 jidduu jiraniifi namoota umurii ga'eessummaa ol jiran irratti mul'achuu danda'a. - Yeroo hedduu namoonni foroforii qaban dhibee biroo hin qaban garuu, namoonni tokko tokko HIV, Parkinson, gaggabdoo, dhiphina waliin walqabatee uumamuu danda'a. #Sababoonni_foroforii_fidan_maalfaati? -Sababnisaa sirriitti kanadha jedhamuu baatus fangasii gogaa keenya wajjin waliigalanii jiraatan (normal flora)Malassezia jedhamuun dhufuu danda'a jedhamee yaadama. -Xannachoonni gogaa keenyaa bakkatti walitti qabamanitti (gogaa sammuu, fuula, naannoo qomaa, dugda gara olii, gurra gara alaa, bobaa, harma jala)tti uumamuu danda'a. #Foroforiin_akkamitti_yaalama? - Shaampoowwan dhiqannaaf oolan kanneen akka ketoconazole 2%, Selenium sulfied, Ciclopirox , Zinc pyrithione of keessaa qaban fayyadamuun to'achuu dandeenya. - Shaampoo kana dibannee daqiiqaa 5-10 tursiifnee dhiqachuu, torbee tokkotti yeroo 2-3 deddeebisanii ittiin dhiqachuun barbaachisaadha. - Dabalataanis, yoo kan hooqsisuu ta'eefi, jabaataa ta'e, gogaa sammuun alattiifi dhukkubni biroon yoo jiraate, gorsa ogeessa gogaatiin qorichoota dabalataa fudhachuun barbaachisaadha. #Foroforiin_maaliif_namatti_deddeebi'a? -Sababni fidu sirriitti waan hin beekamneefi fangasiin kun gogaa keenya waliin waliigaluun foroforiin akka hin fayyine (not curable) godha. Kanaafi kan namatti deddeebi'u; garuu, mallattoosaa to'achuufi hir'isuun ni danda'ama. #Foroforiin_akka_nutti_hin_deddeebineef maal_haa_goonu? -Hanga mallattoonsaa badutti shaampoon dhiqachuu barbaachisa(ogeessi gogaa qoricha dabalataa ajajuu danda'a), mallattoonsaa erga badees shaampoon torbeetti altokko ykn torban lamatti altokko dhiqachuun akka nutti hin deddeebineef nu gargaara. #Foroforiin_akka_rifeensi_bubuqqa'u_ni_godhaa? -Sababa foroforiin rifeensi bubuqqa'uun kan barame miti garuu, kan hedduu nama hooksisuu yoo ta'e rifeensi bubuqqa'uu danda'a. #Dabalataanis, ogeessa gogaa osoo hin mari'atiin qorichoota fayyadamuu dhiisuun, gogaan keessan akka hin miidhamneef gargaara. 🙏Fayyaaf nagaa hin dhabiinaa🙏❤ ~ © Dr. Bulti Likisa, 2024😎 👉Hiriyyoota keessaniif, #JOIN & #SHARE godhaa! #Telegram👇👇 @Fayyaa_egeree https://t.me/Fayyaa_egeree
إظهار الكل...
Dr. Bulti Likisa Official Channel👨‍⚕️

Gorsa fayyaa💊💉,Barreeffamoota adda addaa, Haasaawwan onnachiisoo💪, Beeksisa, Qoosaawwan😂 garaagaraafi kkf yoo feetan👇 'Join' fi 'share' gochuu hin dagatiinaa❣️ Yoo gaaffii qabaattan👉 @dr_bultoo Fb page👇

https://www.facebook.com/bultooliko/

⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 ⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 https://t.me/major/start?startapp=426605945 Source: Abdisa Bancha Jara
إظهار الكل...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Photo unavailableShow in Telegram
⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 ⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 https://t.me/major/start?startapp=426605945 Source: Abdisa Bancha Jara
إظهار الكل...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Ogummaaf beekumsa qabaniin saba ofii tajaajiluun jaalala isa guddaadha. Afaan keenyaan waa'ee maalii dubbisuu barbaaddu?
إظهار الكل...
GORSA FAYYAA AFAAN OROMOON
Haasaawwan Onnachiisoo
Qoosaawwan adda addaa
Walaloowwan garaa garaa
FAAYA FAYYAA
DOCTOR'S ONLINE
Ogeeyyii Fayyaa Oromoo
Share gochuuf...SHARE
Join gochuuf...JOIN
Galatoomaa🙏
📚📚👉 CHANNELA JIREENYA KEESSANIIF BU'AA GUDDAA QABUUDHA, KEESSATTUU BARATTOONNI AKKAATAA ISIN BARNOOTA KEESSAN IRRATTI CIMTAN GORSA CIMAA ARGATTU, JOIN GODHAA ✍ Icciitii barattoota ciccimmoo akkamitti Akka isaan milkaa'an bifa video sagalee fi barreeffamaatiin isiniif dhiyeessuudha. Itti goraa maatii ta'aa.👇👇👇👇 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🇸 🇭 🇦 🇷 🇪 &🇯 🇴 🇮 🇳  @milkaainajireenyaa @milkaainajireenyaa ▬▬▬▬▬▬▬▬ 🇸 🇭 🇦 🇷 🇪 &🇯 🇴 🇮 🇳  👇👇👇👇👇👇👇👇👇
إظهار الكل...
📚📚 ICCIITII BARATTOOTA CICCIMMOO🏅✍✍
🥇🥇MILKAA'INA JIREENYAA🏆🏅
❤️‍🩹❤️‍🔥GORSA WAA'EE JAALALAA💕💞✍✍
📋SEENAALEE JIREENYAA📔📔
Barreeffamni kun asoosama miti; seenaa dhugaa qaxalichi tokko kutee keessa darbedha. Jiruufi jireenya akkanaa irratti bu'aa ba'iin barnoota Medicine yeroo dabalamu immoo danda'uu mitii yaaduufuu namatti ulfaata. Dr. Simeen garuu seenaa godhee duubatti ilaalaa jira. Kun mallattoo kutannoofi cichoominaa dhalootaaf fakkeenya guddaa ta'udha. Akka dubbiftaniif affeeramtanii jirtu! Abbaa seenaa kanaa, Dr. Simee Haayiluun baga gammadde jennaan! Congratulations!🙏🏻😍 @Orobook
إظهار الكل...
#Atumtuu_ofiif_gahaadha! Ati ofiikeef gahaadha! Namni jireenyakee irratti gooftaa ta'ee lafa kanarra kaa'ames tokko hin jiru. Akka fedhetti jireenyakee gidduu galuufis, namni tokko mirga hin qabu. Namni kamuu akka gadditu si gochuuf, haaboos ta'e mirga hin qabu. Akkanuma, jireenyakeef gahaa akka hin taanetti akka yaaddu namni si gochuuf mirga qabu hin jiru. Hin jiru! Atumtuu ofiif gahaadha! Qal'aa taatu furdaa, gabaabaa taatu dheeraa, adiis taatu gurraacha, ati ofiikeef gahaadha. Namni sirriin yookaan gahaan sirra siif caalu hin jiru. Kun kana ta'ee osoo jiruu, eenyuma laata inni akka waan ati ofiikeef gahaa hin taaneetti kan yaada kaasuu danda'u? Sii mooji! Namni kamiyyuu fedhaafi filannoo garagaraa qaba. Kanaaf akka garagaraattis dhadhama jireeyaa horachuu danda'a. Filannoon nama biraa kan nama biraati, filannoon kankee immoo kanuma keeti. Namni filannoo dhuunfaasaa jireenyakee keessa sutuuf mirga qabus tokko hin jiru. Akka namni biraan si eegutti deddeebi'uu dhiisuu malta, akkanuma beekumsaafi gahumsa sirraa barbaadan hin qabdu ta'a. Kana jechuun ati jireenyakeef, ofiikeef gahaa miti jechuu miti. Yeroo kana akka nama biraatti yookaan ija nama biraan guutuu fakkaachuu dhiiftus, ofiif garuu guutuudha. Eeyyeen, ati ofiif gahaadha! Sekoondii tokkoofuu gonkumaa akka nama hir'uutti of hin fudhatiin, hin yaadiinis! Ati nama kabajamuu, jaallatamuu, amanamuufi harkarra qabamuun maluufiidha. Eeyyeen, atumti kun! Nama keessaas namni dalagaakeetti amanu, jabinakee beekuufi filannookee kabaju in jira. Dhugaadha, namni nama keessaa nama ta'e kan filatamaa ta'uukee hubatu, kan naannoosaa jiraachuunkee addunyaasaa bareechu ni jira. Kanas nama hundarraa eegda osoo hin taane, nama sirrii irraati. Nama akkanaa egaa obsaan eegii filadhu! Nama hundaaf guutuu akka hin taanes hin dagatiin. Ta'us garuu ati ofiikeef guutuudha. Akkanuma, nama siif adda ta'eef guutuudha. Namoonni tokko tokko gara jireenyakee dhufanii si ceepha'u, yaadas sirratti kennuufi kaasuun miirri ofiikeef gahaa ta'uu dhabuu akka sitti dhagahamu gochuu yaalu. Ati garuu, isaaniin hin dhagahiin. Akka oduun isaanii oduu waa'ee hin baafneetti, dhiisiis bira darbi. Akka nama biraatti osoo hin taane akka dhuunfaakeetti jiraachuuf uumamte. Dhugaadha! Seenaa nama biraatiinis osoo hin taane, kanumakeen goota taata. Mana kankee keessa jiraatta, deemsa dhuunfaakeerra deemta, bareecha kankeen faayamta, fakkaattii dhuunfaakeen argamta, beekamtiima keetinis mul'atta. Eeyyeen kanumakeen! Yoo namni biraan si jibbes dhimmasaati. Ati nama biraa garaa gahuuf qofaa miti kan jiraattu! Garuu, ofiikeef gahaa ta'uun siif gahaadha. Sababni isaas ofiif kan ati kaa'amte. Ati nama biraa, namni biraanis si ta'uu hin danda'u; ati nama addaati! Nama ofiif maludhas! Sababa namni sitti gammaduu dhiiseefis hin jijjiiramiin. Kun homaa tokko rakkoo hin qabu. Rakkoo kan qabu sababa ofii jijjiiramuu qabduuf jijjiiramuu yoo baattedha. Eeyyeen, deemsakeetu siif murteessa. Gammachuu keetus siif caala. Atumtuu ofiif gahaadhaatii, ofumakee ta'i! Be yourself; that's enough! Atumtuu ofiif gahaadha! [Reposted] Galatoomaa!🙏🏻 Dubbisuufi barreessuun ittuma fufa! Dr. Abdiisaa Ejjetaati @Orobook
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.