cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Hassan Irkkataa Gooytaa Official Channel🌹

✔︎ 𝚀𝚄𝚁𝙰'𝙰𝙽𝙰 ✔︎𝙷𝙰𝙳𝙸𝚂𝙰𝙰 ✔︎𝚍𝙰ع𝚠𝚊 𝚕𝚎 𝚐𝚊𝚛𝚊𝚐𝚊𝚛 ✔︎𝚠𝚊𝚕𝚊𝚕𝚘 ✔︎𝚐𝚘𝚛𝚜𝚘𝚝𝚊 𝚟𝚒𝚙 ✔︎𝚑𝚞𝚗𝚍𝚊𝚠 𝚊𝚛𝚔𝚊𝚌𝚑𝚞𝚏 👇👇𝙹𝚘𝚒𝚗👇👇 https://t.me/Gaaro123 𝙹𝚘𝚒𝚗 𝚚𝚘𝚏𝚊 جزاك الله خيرا

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
320
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
#Update Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa halkan walakkaa irraa eegalee online irratti gadhiifama. Haaluma kanaan halkan sa'aati 5:30 irraa eegalanii ilaalun ni danda'ama. • Websitee https://eaes.edu.et/  • Ergaa Gabaabadhaa 👉6284  Registration Number isaani erguun • Telegiraamidhaan 👉  https://t.me/eaesbot ilaaluun ni danda'ama. Hubachiisa፡- • Barattoonni komii qaban Qaaman dhufuun osoo hin barbaachisin weebsitidhaan hanga gaafa Ammajjii 26/2015 qofa 👉  https://eaes.edu.et/  'Compliant' Kan jedhu tuquun iyyachu ni danda'u. https://t.me/Gaaro123
إظهار الكل...
EAES 🇪🇹 Result bot

EAES: Educational Assessment and Examination Service Official Bot. Use this bot to check your Result.

Raajii uumaa rabbii Hedduu nama dhibaa Kaan faayee bareecha Kaan daaraa itti dibaa Yoo hubannee laallee Hedduu nama ajabaa Kan fedheef ballisee Godha abbaa dahabaa Gariin mana qabu Wama keessa galu Waan nyaatus hin qabu Ni bula agabuu Kaan dachiin hanqatee Samiitti ol ijaaraa Fuulleedhaa yoo laaltu Ni yaada gaaraa Waan nyaatus yoo tahe Akkaa biyyoo lafaa Amma garaan fuudhe Nyaatee irraa hafaa Gariin namaa Fayyaadhaan dhibamee Bobba'eelleen galu Dhukkubaan dibamee Ciisichaan dabrsaa Hedduusaa Rabbiisaa galatee Galchaaf shukuriisaa😥 Wanni rabbiin qabu Hedduudhaatuu jiraa Silaa yoom filannoo mii Tuquuf dhiira irraa Kanaaf yaa shabaaba Dargaggeessa/ttii godhuu Adaraa eeggadhuu Hin darbinii daarii Daarii yoon siin jedhu Kan rabbii guddaatii Kansaa yoo eeggatte Boruu milkooftaatii ✅Abul_Faaruq ♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️ #JOIN 👇👇👇 https://t.me/Gaaro123
إظهار الكل...
Hassan Irkkataa Gooytaa Official Channel🌹

✔︎ 𝚀𝚄𝚁𝙰'𝙰𝙽𝙰 ✔︎𝙷𝙰𝙳𝙸𝚂𝙰𝙰 ✔︎𝚍𝙰ع𝚠𝚊 𝚕𝚎 𝚐𝚊𝚛𝚊𝚐𝚊𝚛 ✔︎𝚠𝚊𝚕𝚊𝚕𝚘 ✔︎𝚐𝚘𝚛𝚜𝚘𝚝𝚊 𝚟𝚒𝚙 ✔︎𝚑𝚞𝚗𝚍𝚊𝚠 𝚊𝚛𝚔𝚊𝚌𝚑𝚞𝚏 👇👇𝙹𝚘𝚒𝚗👇👇

https://t.me/Gaaro123

𝙹𝚘𝚒𝚗 𝚚𝚘𝚏𝚊 جزاك الله خيرا

Gorsa Hayyootaa:   Namni waan torba wantoota torba biraa dhiisee hojjate hojiin isaa sun bu'aa isaaf hin qabu: √ 1. Sodaa of eeggannoon bira hin jirre; Azaaba Rabbii nin sodaadha jechaa diliirraa of eeggannoo dhabuu. √2.  Kajeellaa hojiin waliin hin jirre; Sawaaba Rabbii kajeelaa ibaadaa hojjatuu dhabnaan kajjeellaan sun bu'aa hin qabdu. √ 3. Niyyaa murannoon waliin hin jirre; ibaadaa hojjatuu qalbiin niyyatee irratti muratee hin ka'u yoo tahe. √ 4. Kadhaa/du'aa'ii tattaaffiin biraa dhabamte; akka Rabbiin toltuu hojjatuu isaaf kennu ni kadhata garuu dalaguuf hin tattaafatu. Rabbiin Qur'aana keessatti akkana jedhe: " Namoota Diin Keenya keessatti jajjaabatan karaalee keenya laaffifnaaf." √ 5. Rabbirra araarama barbaadaa dilii hojjatetti sheenawuu/gaabbuu dhiisuu; Astaghfirullaah ni jedha garuu badii dalagerratti hin sheenawu yoo tahe bu'aan hin jiru. √ 6. Gubbaa bareedanii keessa sirreeffatuu dhiisuu; √ 7. Ciminaan hojjataa Rabbiif qulqulleessuu biraa hanbisuu; Ibaadaa xiiqiin hojjata garuu dalagaan isaa Rabbiif yoo hin taane bu'aa hin qabdu. Namni gosa sanii of sobaa jira.   Yaa Rabbii nu uumte! Atummaan waan hir'ate itti nuuf guuti!!!       Abuu Siyaamiin barraawe      Tanbiihul Ghaafiliin irraa fuudhame! Share👇 https://t.me/Gaaro123
إظهار الكل...
Hassan Irkkataa Gooytaa Official Channel🌹

✔︎ 𝚀𝚄𝚁𝙰'𝙰𝙽𝙰 ✔︎𝙷𝙰𝙳𝙸𝚂𝙰𝙰 ✔︎𝚍𝙰ع𝚠𝚊 𝚕𝚎 𝚐𝚊𝚛𝚊𝚐𝚊𝚛 ✔︎𝚠𝚊𝚕𝚊𝚕𝚘 ✔︎𝚐𝚘𝚛𝚜𝚘𝚝𝚊 𝚟𝚒𝚙 ✔︎𝚑𝚞𝚗𝚍𝚊𝚠 𝚊𝚛𝚔𝚊𝚌𝚑𝚞𝚏 👇👇𝙹𝚘𝚒𝚗👇👇

https://t.me/Gaaro123

𝙹𝚘𝚒𝚗 𝚚𝚘𝚏𝚊 جزاك الله خيرا

اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.