cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Komunikeshinii Godina Jimmaa

Daandii Oddeeffannoo Ummataa fi Mootummaa

إظهار المزيد
فنلندا3 185لم يتم تحديد اللغةالسياسة24 834
مشاركات الإعلانات
640
المشتركون
+124 ساعات
+137 أيام
+4630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Erga Bulchaa Godina Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasiir Iid Al Adahaan Ayyaana guddaa hordoftoota amataa muslimaa biratti kabajaafi jaalala ol’aanaadhaan ayyaaneffatamu, guyyaa araarrii fi dhiifamni rabbii guddaa itti mul’ate ta’uudhaanis ulfina guddaadhaan kabajama Ajaja Rabbii fudhachuun, isaafis abboomamuun gochaan kan itti mul’ate Iid Al Adahaan guyyaa Nabi Ibraahim tokkicha ilma isaa akka qaroo ijaatti mararfatuufi umrii isaa wagga 95 booda argate Ismaa’eliin ajaja rabbi biraa itti dhufe guutuuf jecha aarsaaf itti qopheessedha. Hordoftoonni Amantaa Islaamaa guyyaa Ayyaana Iid Al Adahaa tti gaarummaafi jaalala dhugaa waliif agarsiisuu, isa rakkate gargaaruu, kan daare uffisuufi kan dheebote obaasuun gocha eebbifamaa kanaan dura taasisaa turtan cimsuun Amantoota biroo waliinis tokkummaa jabeessuun imala eegalle milkeessuu keessatti ga’ee keessan akka ba’attan waamicha koo dhiyeessaa ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1445ffaa kan nagaa, gammachuufi badhaadhinaa akka ta’un hawwa. Eid Mubaarak!
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
#Godina Jimmaatti #Qormaanni_Xumura Kutaa 8ffaa Kennamaa ture #Nagaan_Xumuramee. Qormaanni Naannoo kutaa 8ffaa Aanaalee 21, keessatti kilaastaroota qormaataa 122 irratti guyyoota lamaaf barattoota 45,000 oliif kennamaa ture nagaan xumuramee W/ri Barnootaa Godina Jimmaa beeksiseera. #Qaamoleen Nageenyaa, hoggansi siyaasaa, Maatiin barattootaa, hoggansii fi ogeeyyiin barnootaa hundi fi barattoonni hundi tumsa guddaa gochaa tartan ulfaadhaa, galatooma! I/G Waajjira Barnoota Godina Jimmaa Obbo #Miftaahuu_Abdulqaadir
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Sosochiin Inisheetivii Waloo Waldaalee Hojii Gamtaa Godina Jimmaa Jalqamee. Godina Jimmaatti Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa walta’insa Eejansii Baballina Waldaa Hojii Gamtaa Godina Jimmaa waliin ta'uun waltajjii sosochii inisheetivii waloo Yuuniyeenotaa fi Waldaalee Hojii Gamtaa Godinicha guyyoota 10f turuu jalqabame. Itti gaafataman Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godhina Jimmaa Obbo Masarat Hayiluu sosochii inisheetiivii kana irratti argamuun Haasawa baniinsa taasisanin Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa baankii yeroo rakkoo kamuu hawaasa keenya bukkee dhaabbachuudha Ummata keenya dinagdee isaanii dachaan dabaluu keessatti gahee ol-aanaa bahachaa kan ture ta'u isaa ibsaniiru. Baankiin Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa dinagdee qonnan bultoota dachaan dabaluuf xiyyeeffannoon hojjatama jiraachuu ibsameera
إظهار الكل...
2👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Waltajjiin marii qaamoolee hawaasaa garaagaraa Aanolee Godina Jimmaa fi Magaalaa Jimmaa irraa walitti bobba'an waliin gaggeeffamee milkiin xumuramee. Marichi mata duree "Gargaaramummaa irraa gara oomishtummaatti birmadummaa fi kabaja biyyaalessaatiif!" jedhuun gaggeeffamee .
إظهار الكل...
👏 5 3👍 1
01:02
Video unavailableShow in Telegram
Dhibee Busaa Waliin Haa Ittisnuu.
إظهار الكل...
8.74 MB
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2
إظهار الكل...
Shaampiyoona Mo'aa Mo'attootaa Magaalota Godina Jimmaa

👍 1
إظهار الكل...

👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Tajaajila Qusannoo Dijitaalesssuun Qaroomina!!
إظهار الكل...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Shaampiyoonaan Mo'aa Mo'attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa guyyoottan 15f gaggeefamaa ture ol aantummaa garee kubbaa milaa Magaalaa Sarboo fi Magaalaa Dedoo Gabaa Sheekiitiin xumuramee. Xumura dorgommii kana irratti W/a Paartii Badhaadhinaa Godina Jimmaatti I/Gn Damee Ijaarsa Obbo Worquu Bogalee akka jedhanitti ispoortiin dargaggoota araada gara garaa irraa bilisa gochuun, qaamaaf sammuudhaan fayya qabeesaa ta'ani, guddina biyyaa keessatti dhaloota gahee isaa gumaachu horachuu gargaara jedhaniiru. Dargaggoonni har'aa asitti taphachaa jiran Jabaatanii hojjannaan boru bakka guddaa gahuu danda'u jechuudhaan, Dorgommiin kun Ispoortessitoota Godinaa fi Naannoo bakka bu'an filachuuf kan gargaaruu akka ta'e I/Gn W/ra Dargaggoo fi Ispoortii Godina Jimmaa Obbo Nagumaa Makonniin ibsaniiru. Dorgammiin kun Diviziyoonidhaan qoodamee kan gaggeeffamaa ture yoo ta'u, Diviziyoona 2ffaa irraa Magaalaan Sarboo, Diviziyoona 1ffaa keessaa immoo Magaalaan Sheekii abbaa waancaa ta'anii Jiru.
إظهار الكل...
👍 4 1