cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Faarfanna Galataa

✅ CHAANAALI KANA IRRAATTI :- ♻️Faarfanna haaraa 🎤Faarfanna durii 🎤odeeffanno wayitawaa dhimma hafuraa irratti Ni argatu subscribe godha 👂odeefannoo dabalataf 🎧 Fedhisan

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
8 031
المشتركون
-124 ساعات
-87 أيام
-8530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...

👎 2👏 2 1
Gudi kanaa dhageeffadha maaloo 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇https://youtu.be/L_c6qW0KRhU?si=HoftZmsNc19b5oq8
إظهار الكل...
Raji Matiwos Tasfaye ::gardidhaan deemun yaakas cubbus miti

Raji Matiwos Tasfayee #afaan_oromoo #amazing #live Dingataa utuu kaaffe ta’uu qabamee.

👍 5 1
"DHIPHACHUU" Namni nama ta'e addunyaa kana irra hamma jirutti rakkoo,sodaa,kufuu fi ka'uu akkasumaas dhiphachuun waan isaa mudaatuf ifaa fi ifa jirudha! Hanga rakkoon addunyaa kana irra jiru dhiphachuunillee itti fufa! ➨Macaafni qulqulluun Mat.6:25_33 tti "hin dhiphatinaa" jedha! Sababni isaa akka nu dhiphannu waan beekuuf! ✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️ ➨Namoonni maaliif dhiphatu? Yeroo baay'ee namni tokko kan dhiphatuuf: 1. Haala keessa jiru/tu. 2. Waan darbee yaade/dde 3. Kan fuulduraaf. ➨Hameenya dhiphachuu:- 1. Dhibeef saaxilamna. 2. Ajaja waaqayyo cabsina. 3. Umurii malee dullomna. Seexanaaf haala mijeesina. ➨Dhiphachuu dhiisuuf maal gochuu qanba? 1. waan hundaaf qopha,uu. 2. Ofii amansiisuu. 3. Ofii taanee jiraachuu. 4. Waan sammuun keenya yaade dursa kennuu. 5. Waan keenya hundaa waaqayyotti kennachuu. 6. waan gochuu qabnu gochuu. 7. Wanti hundii gaariif akka ta'e beekuu. 8. Waan hin qabne irra waan qabnu ilaaludha! ➨Akka hin dhiphanne maaliif barbaadame? 1. Dhiphachuun wanti jijjiirru waan hin jirreef. Mat.6:27 "isin keessa namni tokko hammam yaadda'us bara jireenya isaa irratti yeroo gabaabaa dabalachuu kan danda'u jira ree? 2. Dhiphachuun furmaata waan hin taaneef. Namni hojjete malee dhiphatee furmaata fiduu akka hin dandeenye beekamadha! Mat.6:34"Waa'ee boriifis hin yaadda'inaa, guyyaan borii ofii isaatiif iyyuu in yaadda'atao; rakkinni guyyaa sanaa duwwaan iyyuu guyyichaaf in ga'a" jedhe." ➨Kanaafuu, Macaafni qulqulluun dhiphachuun wanti nuyi jijjiiruu dandeenyu tokkollee akka hin jirre gad fageessee nutti hima!! Kaniin dubbise irra!
إظهار الكل...
23👎 8👍 5👏 4
Prank Faarfata Adisuu Wayimaa Maaloo dhageffadha https://youtu.be/NB5tJJdS8HQ?si=WCq-ufMQDpIYWDrm
إظهار الكل...

👍 1
4🔥 1🕊 1
إظهار الكل...
Abbaa qabeenyaa world Christian median prank godhame dhageeffadha

Alemayehu Nagash prank Abba qabeenyaa world Christian media

3
إظهار الكل...

😁 1