cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ

๐Ÿ”ฏ Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan โœ…Jijjiirraa taphattoota Arsenal โœ…Seenaa taphattoota โœ…Tapha kallattiidhaanfi โœ…Kanneen biroos YouTube=>https://youtube.com/c/OroArsenal Yaada @Oro_Arsenalbot Creator @ibrish16 Admin : @Fgbravaa : @Abi_jss

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
Ethiopia727ู„ู… ูŠุชู… ุชุญุฏูŠุฏ ุงู„ู„ุบุฉุงู„ุฑูŠุงุถุฉ1 941
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
31 112
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
+1024 ุณุงุนุงุช
+1857 ุฃูŠุงู…
+45230 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

Photo unavailableShow in Telegram
- Arsenaal Mikeel Meerinoo mallattesifachuu ni barbaada [Ze Atiletik] - Artettaan gara Arsenaal fiduudhaaf fedhii gudda kan inni irra qabu taphataa Riyaal Soosidaad Mikeel Meerinoo akka ta'e gamanumaan dubbateera.Tapaticharrati Arsenaal fedhii gudda argisiisera garuu hamma yoonatti dhimma jijjirricha irratti homtuu hin jiru [Toni Huwanmartin] ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 13๐Ÿคทโ€โ™€ 3๐Ÿ‘ 1
Filannoo Arteetta! Arsenaal taphataa sarara fuuldura bitaa kan mallattesufatu yoo ta'e taphataa Atileetiko Bilbaa'o Niko Wiliyams filanno Arteettati. Arsenaal taphataa sarara giddu Riyaal Soosidaad umurii 28 kan ta'e Mikeel Meerinoo mallattesifachuudhaf fedhii kan qabu yoo ta'u leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettan tapatichaf dinqisiifanna gudda qaba. [Gener Bilog] ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ”ฅ 8๐Ÿ‘ 4
Photo unavailableShow in Telegram
โœ… Aleksander Zincheekon Arsenaal keessatti kontiraatni isa xumuramuudhaf wagga lama qofti kan hafe yoo ta'u kontiraatni haaran hin dhiyaannefi kunis kilabichi gurguruu akka danda'u argisiisa. [Gener Bilog] ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 10
Sakaan Taphoota 28 hiriraa dhabiin ingaladiif taphatee kessaa 11 Taphataa cima taphichaa ta'uu danda'eeraa Bara 2020 asitti Taphataan kan godhee hin jiru ingiladiinif
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Photo unavailableShow in Telegram
โค 54๐Ÿ‘ 6๐Ÿ”ฅ 2
Photo unavailableShow in Telegram
AMME๐Ÿ’ฅ Hamester Combat Guyyaa inni list ta'uu beektuu? Namonni taptap Gochaa turan maal abdachuu qabu ? Fi akkasuma P2P Irraatti gurguraama jira ? Nutoo gurguraachuu nii dandeenyaa akkamitti fi hamster gatii inni baasu danda'uu himameraa kana hundumaaf deebii isaa dubisuuf See more bakka jettu tuqa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘Ž 11๐Ÿคทโ€โ™€ 5๐Ÿ‘ 3๐Ÿฅฐ 3โค 2
See More...
See More
See More...
Share
Dubbisuuf
JOIN โœ…
Hamster combat
P2P Trading
Pree marketing
Photo unavailableShow in Telegram
โญ Major fayyadamtoota miliyoona torba(7) argateeti kan inni jiru๐Ÿš€๐Ÿš€. โœด๏ธKana sababeeffachuunis sa'a 24(guyyaa tokkoof) nama tokko invite yeroo gootan staroota duraan argattan dachaa (โญ staroota 30 โญ) gochuun akka kennan beeksisaniiru. โœจIsinis carraa kanatti fayyadamuun staroota keessan guddisaa. โš ๏ธYoo hin jalqabne tahe liinkii kanaa gadiin jalqabaa ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ โญ Major link๐Ÿ”— ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=646436265
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 5โค 1
Photo unavailableShow in Telegram
Ollie Watkins istaatiksii bara dorgommii 2023/24 liigicha keessatti:- Tapha 35 19 galche 13 kubbaawwan mijeessee kenneera tapha 35  hirmaannaa goolii 33 ๐Ÿฅถ Kottuu bro  namnii sii jibbu hin jiru gara Arsenal ๐Ÿฅฐ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 58๐Ÿ‘ 9๐Ÿ‘Ž 4
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ—ฃ๏ธ|| Olee Watkins: Bara 2020 (waggaa 4 dura jedhee) "Abjuun koo guyyaa tokko Arsenaal taphachuudha, ijoollummaa kootii kaasee Arsenaal deeggaraa ture." ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
โค 85๐Ÿ‘ 10๐Ÿ”ฅ 5
Photo unavailableShow in Telegram
โ–ช๏ธ Mikel Arteta garee waliin gara Ameerikaa osoo hin deemin dura jijjiirraa Ricardo Calafiori xumuruu barbaada. [Ed Aarons] ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 32โค 9๐Ÿ”ฅ 1
ุงุฎุชุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ

ุชุณู…ุญ ุฎุทุชูƒ ุงู„ุญุงู„ูŠุฉ ุจุชุญู„ูŠู„ุงุช ู„ู…ุง ู„ุง ูŠุฒูŠุฏ ุนู† 5 ู‚ู†ูˆุงุช. ู„ู„ุญุตูˆู„ ุนู„ู‰ ุงู„ู…ุฒูŠุฏุŒ ูŠูุฑุฌู‰ ุงุฎุชูŠุงุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ.