Kaachuu Promotion
الذهاب إلى القناة على Telegram
Welcome to new era promotion. Thanks for choosing us. Contact me via @Walaloo_bot for rigster https://telega.io/c/Kaachuupromotion
إظهار المزيد2 066
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-47 أيام
-430 أيام
أرشيف المشاركات
2 066
Repost from Lataa Qana'ii Aagaa
Maaliif boonya beektaa...
Kokkee keenya hudhe
Onnee keenya gube
Bulee fayya jennaan - bulee wayya jennaan
Bulee nu dhukkube.
Si dhabnee kasaarre
Jireenya jibbine
Imimmaan kolfinee
Imimmaan sirbine..
Maqaan kee dhahamnaan
Keenya imimmaani
Walleen kee banamnaan
Keenya imimmaani
Amboorraan dabarraan
Keenya imimmaani
Siidaa kee agarraan
Keenya imimmaani....
Dhugaa kee galfachuuf
Gumaa kee baafachuuf
Erga humna dhabnee - erga xiiqii dhabnee
Imimmaan cobsina kaa
Isa liqii hin qabne!
#Haaceekoo
@LataaQanaii
2 066
Chaanaalota waan gara garaa lakkisan keessaa Qoosaa lakkisuun kan beekamu chaanaala kanatti makamuun itti bohaaraa!
2 066
Join waan gootaniif qofa Dollar 3$ kan siniif kaffalu yoo hojjattan ammoo waan gaarii kan irraa argattan airdrop bareedaa kana dafaatii itti bu'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
2 066
📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details
2 066
Bubbee S1E18
Misirroo
Siitkoomiin Bubbee garamitti deemaa jira? Bubbee fi Jiituun gaa’ela dhaabbatan moo? Michuun akkam taati laata? Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa!
https://youtu.be/LTPnq2dNB9I?si=IHWVrXF9HvyuK3_K
2 066
Bubbee S1E13
Hirmii
Siitkoomiin Bubbee sadarkaa biraatti ce’aa jira. Jiituun (Tiyyaan) erga dhuftee as bifa haaraan ol ka’ee hojjatamaa jira. Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa!
https://youtu.be/8-Nt6pP5zNU?si=vVtZktknEvtdaTDw
2 066
Bubbee S1E12
Tiyyaan gara Bubbeetti Jiituu taatee dhufteetti. Waan ajaa’ibaa ilaaluuf qophooftanii?
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/IcGVKl1o1RI?si=b23JcbiKgl5k1TEV
2 066
Twitter warreen qabdan maatii keenya ta’aa!
https://x.com/kaachuu_y/status/2054094675523371278?s=46
2 066
Bubbee S1E8
Boba’aa
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/3Gpe8OlHuNg?si=qtxyI8LNJ96jcY9e
2 066
📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details
2 066
Bubbee S1E5
Battallee
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/9ys0owk_ewI?si=WkVSJqekxpVdcC3m
2 066
Bubbee S1E4
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/_r3xujyB4qI?si=fs7VR1HUGR0i2yxs
2 066
Bubbee S1E3
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/VjjtwzGkZv8?si=4KVXpJnyfMLGpQkx
2 066
Bubbee S1E2
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/uwEyIJMtBlU?si=aqYUih0W6kSFWc1Y
2 066
Bubbee S1E1
Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera.
https://youtu.be/yDcndaSQV5A?si=-tnYpdd_P1fHau9f
2 066
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻
It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.
⚡️ Place your ad here in three simple steps:
1 Sign up
2 Top up the balance in a convenient way
3 Create your advertising post
If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.
Start your promotion journey now!
2 066
Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Eessuman Ture jedhu kanatti dhiyaadhaa.
https://youtu.be/HqulmEeswxw?si=REawP_NpawgtvsFx
2 066
Kurnan Torbee
Jaalattoota Fiilmii akkasumas jaalattoota aartii maraaf bakka itti irraa beekumsa corattan kanatti goraa. Maatii ta’aa.
https://youtu.be/IbPwCfNG-ko?si=WXfi4JLXbNNDokUA
2 066
Dhiimmoota Fiilmiin wal qabatan Yuutuubii kana irraa argattu.
https://youtu.be/71a97weD8FA?si=xZIYelaIA3n52vDA
