Ju 2013 first year muslim students jemea'a
This channel is created by Jimma University Muslim Jeme'a for 2013Ec fresh muslim students joining Jimma university so they could get different beneficial information related to the jeme'a and their course. 👉use @JUMJk_bot @ContactJUMJbot
إظهار المزيد- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
جاري تحميل البيانات...
📕🖌___||° Himmaa Ol aantuu Haadha Salaftootaa . 📕🖌_||° intalti takka Namicha ismaa'iil jedhamutti heerumte. Namichi khun aalimaa Guddaa harka imaamu Maalik bun Anas irrati barateedha. 🍂🍂. Bu'aan fuudhaa fii heeruma barakeeffamaa kanaa Mucaa Muhammad jedhanii Moggaasan dahuu ta'e. 🍂🍂. Waa yeroo baay'ee hin turree Abbaan Manaa isii ismaa'iil isii fii ilma xiqqaa isaa qabeenya baay'ee isaaniif dhiiseeti du'e. 🍂🍂. Haati ilma isii khana Guddisaa islaamaa barakeeffamtuu guddisuutti seente. Akka inni Beekaa beektoota Muslimtootaa irraa ta'u barbaaddee. 🍂🍂. Haa ta'uu Malee wanti guddaan Nama gaddisiisu ilmi isii xiqqeenyaan ija dhabe. Yeroo kana ilmii barbaaduuf jecha Sheekha tokko biraa gara sheekha biratti biyya tokko irraa gara biyya biraatti socho'uun wanta akkaan itti ulfaatu irraayi. 🍂🍂. Haa ta'uu malee rabbiin balbala Du'aa'iiti isiidhaaf bane. Ikhlaasaa fii niyyaa dhugaatiin Akka rabbiin ija ilma isii deebisuuf kadhachuu eegalte. 🍂. Halkan tokko osoo Rafaa jirtuu hirriiba isii keessatti Nabi ibraahiim…
تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.