cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐ˆ๐’๐๐Ž๐Ž๐‘๐“๐ˆ๐ˆ

Odeessa haaraawaa ๐Ÿ‘‰ premier league England ๐Ÿ‘‰ Laligaa Ispeen ๐Ÿ‘‰ Bundisliigaa Jarmanii ๐Ÿ‘‰ SeriA Italy ๐Ÿ‘‰ Liigii Faranasaayi 1 Tapha kallattiin๐Ÿ“ท Oduu jijjiiraa fi kkf Ispoortii Afaan keenyaan haa dubbisnu Yaadaaf qeeqa qabdaniif @Solay13 @Ayyoo_LM10

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ูู†ู„ู†ุฏุง242ู„ู… ูŠุชู… ุชุญุฏูŠุฏ ุงู„ู„ุบุฉุงู„ุฑูŠุงุถุฉ2 557
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
24 808
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
+5124 ุณุงุนุงุช
+4357 ุฃูŠุงู…
+1 36630 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

Photo unavailableShow in Telegram
This kid is special ๐Ÿ’ซ
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ”ฅ 5
Photo unavailableShow in Telegram
โœ…Bukayoo Saakaan Taphataa Cimaa Taphichaa ta'uudhaan filamee Jira ๐Ÿ‘ Well deserved Star boy @oduu_isportii @oduu_isportii
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿฅฐ 22โค 13๐Ÿ‘ 7๐Ÿ‘ 2
Chaanala keenya kana jaallattanii๐Ÿซถ
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Baay'ee๐Ÿฅฐ
๐ŸฅบHin jaallanne๐Ÿ˜ซ
Homaa hin jedhu
Rukuttaa Peenaaliitii Hunda Chaanaalii kana join gochuun daawwachuu dandeessuu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @ViidiyooGoolii @ViidiyooGoolii
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿค” 5โค 3๐Ÿ‘ 1
Dirree boohartii join gochuun nu faanaa booharuu dandeessu Asoosama fi qoosaa adda addaan shaa, shambaa jedhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/DirreeBoohartii/6522
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
DIRREE BOOHARTII๐ŸŸฅ๐ŸŸฆ

โ€œLatii.. Laliseeโ€ฆ Yerooโ€ฆwajjinโ€ฆAn immoo sin jaalladhaโ€ hafuura dhumaan kana jechaa, seeqa dhumaa ana rifaasise seeqxee onneekoo irra waa keessee, keessaa waa fudhattee sokkite Burtukaan, ana Latii jaallataa ishee yeroo maraa dhiiftee karaa buute. Walleen Giiftii Maaramee sammuu keessaa sagalee olkaafatee natti guungume, Akka waan isheen dhageessuun anis hangan yaadadhu ittiin booโ€™ee ittiin guungume bosona sana walakkaatii, halkan sana, halkan hamaaโ€ฆ sagaleen Laliseefaas ana irraa fagaateera. โ€œJaalala ganamaa essatti argamaa Ulfinni ganamaa essatti argamaa Duโ€™a biyya lafaa eenyuutu irraa hafaa Biyyee biyya lafaa maaltu sirratti hafaa? Ituu akka waldandaโ€™uutii duโ€™a irraa wal hambifanna Lubbuu duโ€™arraa hambisuuf ulaaga essatti arganna? Ulaagaadhaan kan walbarree Du'arra wal hin hambisnuu Dhuqquba irraa fayyu malee Namuu duโ€™a irraa hin hafuu Jireenyi biyya lafaa irraa Bashannanaa fi gidira Keessummummaa ni raawwannaa Achumatti wal agarra Naanis dabareen na gaโ€™ee Hangan si bira gaโ€™utti Keessummummaa biyya lafaaโ€ฆ

๐Ÿ‘ 5โค 5๐Ÿ”ฅ 1
Akaanjiin boo'aa Jira
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 17๐Ÿ˜ญ 15๐Ÿ˜ 3
England gara walakkaa xumuraatti
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 23๐Ÿ‘ 4โค 4
Gooooooooooooooooooooaal
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ”ฅ 17โค 7๐Ÿฅฐ 3
Arnold dhiituuf
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ”ฅ 12โค 3๐Ÿ˜ 1
England kana yoo galche ni xumurama
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 8
ุงุฎุชุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ

ุชุณู…ุญ ุฎุทุชูƒ ุงู„ุญุงู„ูŠุฉ ุจุชุญู„ูŠู„ุงุช ู„ู…ุง ู„ุง ูŠุฒูŠุฏ ุนู† 5 ู‚ู†ูˆุงุช. ู„ู„ุญุตูˆู„ ุนู„ู‰ ุงู„ู…ุฒูŠุฏุŒ ูŠูุฑุฌู‰ ุงุฎุชูŠุงุฑ ุฎุทุฉ ู…ุฎุชู„ูุฉ.