cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Abdii official

Beekuumsaa ni barbaaddaa📖 beekkumsaa fi odeeffannoo garagara yoo horachuu barbaaddee chanalii armaan gadi kana hordofaa👇👆👈 t.me/AbdiiSupperMedia t.me/AbdiiSupperMedia isin jala hintarin yoo yaada nuuf qabattan @wel_come_get_in ka jedhu xuqa

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
224
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Hin taa'in mee..... 🌹🌹🌹🌹🌹🌹 #kutaa-2ffaa 🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊 ✍Ilmii namaa kun hundii Yeroo maraa waan gaarii hawwaa..... ...Garuu waan hawwuu san argachuuf kanneen tattafatan muraasaa.... ......NAMAA hedduu yeroo atii gaafattuu... ✍Osoo dureessa ta'ee ✍osoo Doktora ta'ee ✍Osoo Mootumma ta'ee ✍osoo Aangoo qabaadhee ✍Osoo beekumsaa qabaadhee ✍osoo hojii qabaadhee ✍osoo fayyaa qabaadhee ✍osoo imaama ta'ee ✍Osoo nama guddaa ta'ee ✍osoo mana bareeda qabaadhee ✍osoo maalii ta'ee maalii ta'ee jedhee Hawwaa... 🕯Garuu maaliif akkaa ta'uu dhabe of hin qoratuu imaa taa'aa Hawwii qofaa ta'ee 🌷Osoo Argateeyyu maaliin akka hojjaatuu hin beekuu .☕️.Addunyaa tanaa keessattii atii waan feetuu kamuu argachuuf ... ⛈Dirqamaa kee hojjachuu qabdaa ⛈Dirqamaa kee barachuu qabdaa ⛈Dirqamaa kee qabsaayuu qabdaa ✍✍✍Na Amaniii....... Wannii atii teettee Argattuu tokkichii hin jiruuu yoo Du'aa fi Hirribaa taatee maleee 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 kutaa 3ffaan itti fufaa @AbdiiTube @AbdiiTube
إظهار الكل...
Maalooo Nuuf barbaaadaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Maqaaan isaa Yaaqub sulxaan jedhamaa.BARATAA kuta 12ffaa M/Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Qophaina Roobeetii.... Iddoon dhalootaa isaa G/BAALEE Gaasaraa yoo tauu Barnootaaf jedhee Magaalaa Roobetti galee firaa isaa biraa taa'ee osoo barataa jiruu.Akka tasaa Mufii firaa isaatti mufateen Gaafaa guyyaa 03-05-2013 Dilbataa galgalaa Naannoo saa'aatii tokkootttii Mana baheen .Hangaa Ammaattiii iddoon inni jiruuu fi Hafuurrii isaa waan dhabameef namnii Argitaan yoo jiraateee nuuf Eera.....Biftii isaa Magaalaa Gabaabaa Areedaa xiqqoo baaseedhaa ...gaafa mana bahuu surre gurraatti fi kootii bifaa diimtuu fakkattu qabduu fi kophee sharaa gurraatti godhatee mana bahee ... mucaan kun dhukkubbii addas waan qabuuf way waa ta'aa jedhanii Maatiin isaa ciinqamanii booyaa waan jiraaniif Maalooo Birmadhaa fiii Gatii dhamaatii keesaannis isinii laannaa jedhan maatiin isaaa odeffannoo dabalataaf 09 10 48 01 29 09 32 11 33 46 09 22 38 40 54 09 20 09 00 67 shaaree gochuun nu gargaaraa
إظهار الكل...
Diliin akka sirraa dhiqamtu ni feetaa? Hadiisa Abuu Hureeyraan odeesse kan Muslim gabaase keessatti Ergamaan Rabbii (saw) sahaabaadhaan akkana jedhan: "Mee wahiin isin gaafadhaa, osoo mana tokkoo keessanii dura lagni yaa'ee guyyatti yeroo shan laga kanarraa dhiqatee xuriin qaama isaarratti ni hafaa?" jedhanii gaafatan. Sahaabaanis, xuriin takka irratti hin haftu yaa Ergamaa Rabbii jedhaniin. Yeroo kana Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhan: "Kuni fakkii salaata shananiiti, Rabbiin akka bishaan xurii namarraa baasutti, salaata shananiin dilii namarraa haqa." عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ ، أَنَّهُ سَمِعَ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ يَقُولُ : أَرَأَيْتُمْ لَوْ أَنَّ نَهَرًا بِبَابِ أَحَدِكُمْ يَغْتَسِلُ فِيهِ كُلَّ يَوْمٍ خَمْسًا ، مَا تَقُولُ : ذَلِكَ يُبْقِي مِنْ دَرَنِهِ قَالُوا : لاَ يُبْقِي مِنْ دَرَنِهِ شَيْئًا ، قَالَ : فَذَلِكَ مِثْلُ الصَّلَوَاتِ الخَمْسِ ، يَمْحُو اللَّهُ بِهِ الخَطَايَا Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa
إظهار الكل...
​​Mee obboleessa Muslimaa tokkoof dhokadhaa du'aa'ii godhaa. Mindaa guddaa Rabbiin biraa argattu. Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan- "Nama bakka inni hin jirretti obboleessa isaatiif du'aa'ii godhe maleykaan inni itti ramadame "siifis fakkima isaa (Rabbiin haa kennu)" jedha." Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslima
إظهار الكل...

Federeeshiniin Qaama Miidhamtoota Ityoophiyaa dhimma barataa Abirahaam Dureessaa ilaalchisee ibsa baase! * Federeeshiniin Qaama Miidhamtoota Itiyoophiyaa, Mootummaan dhimma barataan qaro dhabeessi Abrahaam Dureessaa jedhamu, abiddaan of gubee of ajjeesuusaa ilaachisuun itti gaafatamummaa fudhachuu qaba jechuun ibsa guyyaa har'aa baase keessatti himee jira. Akka Federeshinichi ibsetti, guyyoota muraasa dura Dargaggoo Abrahaam Dureessaa barattoota deggersa addaa barbaadan (special need) Yuunvarsiitii Diillaa irraa barnoota Seeraatiin digirii jalaqabaatiin bara kana eebbifaman keessaa tokko yoo ta'u, waggaa shaniif mooraa Yuunvarsiitii Diillaa keessatti barachuudhaan dandeettii guddaa argamsiisuun qabxii gaariitiin Yuunvarsiitiicharraa eebbifame. Akkuma barnoota goolabeenis, Barattoota Muummeen barnoota Seeraatiif addatti kan kennamu Madaallii Darbiinsa Ogummaa (Exit Exam) Yuunvarsiitii Finfinneetti fudhachuudhaaf Yuunvarsiitichatti argamee galmaa'uun qormaataaf of qopheessaa ture. Yuunvasiitiin Finfinnee Madaallii Darbiinsaa kana guyyaa sadiif kan qoru yoo ta'u, Abiraham guyyoota lamaaf qormaaticha qoramee gaafa guyyaa sadaffaa waraqaa Koodii seensa manatti irraanfachuun bakkichatti argame. Ulaa Yuunvarsiitichaa darbuun bakka qormaataa yeroo qaqqabutti garuu, itti gaafatamummaadhaan namni qormaata sana kennaa jiru Lakkoofsa Koodii malee qormaatarra akka inni hin teenye isa dhorke. Yeroo sanatti Qormaanni eegaluuf daqiiqaan muraasni waan hafuuf Abirahaamis ariitiidhaan Taaksii kontoraata qabachuun gara manasaatii deemuudhaan lakkoofsa koodii kana fudhatee gara qormaataati deebi'e. Yeroo Abirahaam bakka sana ga'utti garuu daqiiqaan 10 yeroo beellamaarra darbee ture. Namni jalqaba Abirahaam Dureessaa akka qormaatarra hin teenye dhorke sun yeroo lammataaf ammas daqiiqaan 10 waan darbeef akka inni qormaatarra taa'uu hin dandeenye itti hime. Abirahaam qaro dhabeessa ta'usaa sababeeffatee nama kana irra deddeebiin kadhatus namni kun garaa laafuufii diduudhaan Abirahaamiin qormaatarra ittise. Daqiiqota hedduudhaaf namoonni kan biroos Abirahaam qaro dhabeessa waan ta'eef ilaachi godhamuufi qaba jechuun kadhatanis namni itti gaafatamummaatiin qormaaticha kennisiisu, cichee diduusaa ragaan argadheen mirkaneeffadheen jira jechuun Federeeshiniin qaama miidhamtoota Itiyoophiyaa ibsee jira. Qormaanni kennamu ganama keessaa sa'atii 03:30tti yoo ta'u, Abirahaam garuu sa'atii 03:40tti bakka sanatti deebi'uu kan himu ibsi Federeeshinichaa, yeroo barataa Abirahaam Dureessaa irra deddeebiidhaan qaama miidhamaa ta'usaa ibseefii kadhatutti deebiin isaaf kenname gaarii waan hin turreef deebichatti kan mufate Abirahaam Dureessaa guyyaa sana Mooraa Yuunvarsiitichaa keessa deddeemuudhaan qaamota adda addaatti rakkoosaa akka ilaalaniifiif himachuuf barbaadus nama isa keessummeessu argachuu hin dandeenye. Sababa kanaafis, Abirahaam Dureessaa Boba'aa (gaazii) bitachuudhaan gara naannoo mana kireeffatee jiraatu Muujjaa (Shiro Meedaa)-tti deebi'uudhaan balbala manasaa cufatee Boba'aa ofitti firfirsuun Ichima ofitti qabsiisee abiddaan of gubee of ajjeesuusaa ragaan mana yaalaarraa argameen mirkaneeffachuu ibsichi ni eera. Haala suukkanneessaatiin of ajjeesuu nama kanaatiif sababni ilaalcha namummaa dhabuu hooggatoota itti gaafatamummaa fudhachuun Yuunvarsiitii Finfinnee keessa jiran waan ta'eef, Mootummaan itti gaafatamummaa fudhachuudhaan haqa nama kanaa argamsiisuu qaba" jechuun Federeeshinichi ibsee jira. OMN gabaasaaf hiriyyoota isaa argadhe dubbise jechuun akka gabaaseetti, dargaggoo Abirahaam Dureessaa barataa qaxaleefi sabboonaa akka ta'ee fi qaroo dhabeessummaa isaatin ala sababa eenyummaa isaatin akka dararame akka shakkan himeera. Maddi: OMN @Gadaapost @Gadaapost
إظهار الكل...
#Manzuuma_UmareAli Tan sirritti namatti toltuu Umare Ali 🗣Hakimni Khoo Sumaa.... Yaa Rabbii Ogessinii Ana mala koo dhiisee gama kee Achii hin dhiyeessiniii tanaaf Rakkoo dhibdee Nurraa Achii hin fageessinii.......... 🎵Albuma Manzuuma Umare Ali Track 14 of 14. 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 @AbdiiTube @AbdiiTube
إظهار الكل...
Track 14.mp34.02 MB
🍇GUYYAAN JUMU'AA.... 🌹🌹🌹🌹🌹🌹  ⚘🍃‏قال النبي ﷺ : "خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة فيه خُلق آدم وفيه أدخل الجنة وفيه أخرج منها ولا تقوم الساعة إلا في يوم الجمعة" رواه مسلم 854 🕊Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyyan jumma;- guyya Abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jimmata jannata keessa baafame, ammas guyyuma jummaa qiyaaman dhaabbatti jedhan ✏‏من سنن يوم الجمعة ✏Sunnaaleen guyya kana keessa dalaguun barbaachisa ta'an keessas muraasnii 1-الإغتسال 👉Qaama dhiqachu 2-التطيب 👉WAAN urgaawu dibatu(shitto) 3-لبس الجميل 👉Uffata qabnurra irra baareda uffachuu fii 4-التسوك 👉ilkaan keennaa suwaakachuu 5-التبكير إلى المسجد 👉Ganamaan gara masjida dhaquun Zikrii heddummeessuu fi Qur'aana qara'uu 6-قراءة سورة الكهف 👉Suratul-khahfi qara'u 7-الإكثار من الدعاء 👉DU'AA'II heddumessu 8-الصلاة على نبينا ﷺ 👉Nabiirratti salawaata buusuu @AbdiiTube @AbdiiTube
إظهار الكل...
🌹Namnii bareedaan yeroo maraa Gaariii ta'uu hin danda'uuu.... 🌹Garuuu namnii gaariiin yeroo maraa mareedaadhaa 🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊 YAA RABBII ATI NAMA GAARII NU GODHII............ 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 @AbdiiTube @AbdiiTube
إظهار الكل...
Ustaaz_Idiriis_Abbishuu,_Fidaaka_Abbii_Wa_Ummii,_Nashiidaa_Haaraa.mp32.69 MB
🌹Dogongoraa koo Anattii himi malee... 🤫Nama biraattii hin himin🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫🤫 ✍Sababnii isaas.. 🌹Dogongorriii koo Anaan sirraayaa(Qajeelaa) malee. ✍✍Nama biraatii mitiii✍✍ ☕️☕️☕️☕️☕️☕️☕️☕️☕️☕ ✍Abdusebur Abda @AbdiiTube @AbdiiTube
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.