cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Tsaggaayee Wayyumaa Lamuu

My Goal Is Far A Way! Kaayyoon Koo Daangaa Hin Qabu YAALII DADHABI MALEE YAALUU HIN DADHABIN! ✓gorsaa xiin-sammuu ✓seenaa jireenyaa ✓jechoota dinqisiisoo ✓jechoota hayyootaa ✓yaadaaf @Xawalwallummaa Irraa Bilisa!

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
179
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

✔️✔️✔️
إظهار الكل...
👍👍👍
إظهار الكل...
🅰🅱🅾
إظهار الكل...
1⃣➡️➡️➡️
إظهار الكل...
🪑🪑🪑
إظهار الكل...
🔐🔐🔐
إظهار الكل...
🚪🚪🚪
إظهار الكل...
🔑🔑🔑
إظهار الكل...
⚖⚖⚖⚖⚖
إظهار الكل...
Tsaggaayee Wayyumaa Lamuu: DINQIIWWAN YESUS HOJJETE ===================== 1) Bubbee abboome. (Mat 8:23-27) 2) Namoota 5000 nyaachise. (Mat 14:13-21) 3) Galaana irra adeeme. (Mat 14:22-33) 4) Namoota 4000 nyaachise. (Mat 15:32-39) 5) Gibira kaffaluuf Phexros qurxummii keessaa meetii akka baasu isa ajaje. (Mat 17:24-27) 6) Harbuu gogse. (Mat 21:18-22) 7) Qurxummii baay'ee qaban (du'a Yesus dura). (Luq 5:1-17) Bishaan daadhii ta'e. (Yoh 2:1-11) 9) Qurxummii baay'ee qaban (du'aa ka'uu Yesus booda). (Yoh 21:1-13) 10) Lamxiittii qulleesse. (Mat 8:2-4) 11) Naa'oo angafa dhibbaa fayyise. (Mat 8:5-13) 12) Amaatii Phexros fayyise. (Mat 8:14-15) 13) Halkan tokko dhukkubsattoota hedduu fayyise. (Mat 8:16-17) 14) Namicha dhaqni isaa gar-tokko du'e fayyise. (Mat 9:2-8) 15) Dubartittii dhangala'uu dhiigaattii fayyise. (Mat 9:22) 16) Jaamota lamaan fayyise. (Mat 9:27-31) 17) Namicha harka naafaa fayyise. (Mat 12:9-14) 18) Intala Kanaa'anittii fayyise. (Mat 15:21-28) 19) Gurbaa hafuura hamaan qabame fayyise. (Mat 17:14-21) 20) Agartuu Barxemiyoos deebiseef. (Mar 10:46-52) 21) Namicha Arraba didaa fayyise. (Mar 7:31-37) 22) Namicha jaamaa fayyise. (Mar 8:22-26) 23) Dubartii goophoo waggaa 18 fayyise. Luq 13:11_17 24) Namicha dhagni isaa bobbokoke fayyise. (Luq 14:1-6) 25) Lamxoota 10 fayyise. (Luq 17:11-19) 26) Gurra Maalkos itti cite itti fayyise. (Luq 22:50-52) 27) Ilma hojjetaa Mootii fayyise. (Yoh 4:46-54) 28) Namicha waggaa 38 dhukkube fayyise. (Yoh 5:1-17) 29) Namicha dhalootaan jaamaa ture fayyise. (Yoh 11:38-44) 30) Intala Yaa'iroos du'aa kaase. (Luq 8:14) 31) Ilma haadha hiyyeessaa fayise. (Luq 7:11-15) 32) Alaazariin du'aa kaase. (Yoh 11) 33) Warra Seexanni maraachee awwaalatti galche lamaan fayyise. (Luq 8:38) 34) Arraba didaa fayyise. (Luq 9:32-34) 35) Nama hafuura hamaa qabu fayyise. (Mar 1:23) 36) Nama hafuura hamaa, jaamaa, arraba didaa fayyise. (Mat 12:22) Barreessaan Tsegaye Weyuma
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.