cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

SBO Press

🌎 Karaa Midiyaalee Hawaasaa Biroon Nu Argachuuf;👇👇 Yuutiyuubii: 👉 youtube.com/@sbopress Feesbuukii: 👉 facebook.com/barsiisota/ Filannoo keessan godhattanii waan nu hordoftaniif isin galateeffanna!

إظهار المزيد
فنلندا620لم يتم تحديد اللغةالتعليم14 978
مشاركات الإعلانات
10 842
المشتركون
+11124 ساعات
+5097 أيام
+1 85830 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
Yeroo moosaajii roosteraa fayyadamtuu dogoggorri baay’ina data barattootaa qaaccessa qabxii irratti yoo si qunnamee karaa salphaa ofii keetiin ittiin sirreessuu dandeessu irratti video hojjatame kana link gadii kana banuun daawwadhu. Sana booda dogoggora baay’ina barataa qaaccessa irratti si qunnamuu ofumaan sirreeffachuu ni dandeessa. Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa. 👉 https://youtu.be/30mQIsdREjk
8674Loading...
02
#Beeksisa Beeksisa Koollejjiin Barnoota Barsiisota Naqamtee baasee kana namoonni ulaagaa guuttan dorgomuu dandeessu
2 0284Loading...
03
Qaaccessa Roosteraa Warreen roosterri kuni qaaccessa irratti data barattoota isin duraa hir’isuuf ykn data barattoota galmaa’anii isa sirrii siif hin baasuu yoo ta'ee, akkaata ofii keeti karaa salphaadhaan itti sirreessuu dandeessu irratti Video gabaabaa hojjannee guyyaa boruu isiniif maxxansina. Hammasitti link gadii kana banuun Youtube keenya Subscribe gochuun nu eega. 👉 https://youtube.com/@sbopress
3 0784Loading...
04
Sirna Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa Marsaa 3ffaa irratti Haati Warraa Hacaaluu Walaloo onnee nama tuqu fi namoota galma sana keessa jiran hunda boochise dhiheessun waltajjii gara gaddaa fi imimmaanitti jijjiirte. Walaloo kana keessatti nama Hacaaluu ajjeese illee sodaa tokko malee ifatti ibsitee jirti. Ummata Oromoof illee ergaa dhaamte qabdi. Walaloo kana guutuu isaa dhageeffachuuf Link armaaan gadii kana bani. 👇👇👇 👉 https://youtu.be/YnFRvHzRmvQ
3 7950Loading...
05
Barattootni sagantaa barnoota Gannaatiin Yuunivarsiitii Odaa Bultumitti barachaa turtaniifi leenjii 'PGDT' bara 2016 A.L.I.tti hordofuu barbaaddaniif yeroon galmee Adoolessa 15-16/2016 A.L.I.tti ta'uu isin beeksifna.
4 41813Loading...
06
Tooftaa salphaa Social Median keenya hattoota(hacker)'n akka hin butamneef Sitting bilbila keenya akkaataa ittiin sirreessuu qabnu. https://youtu.be/rqg8U99qnj4
4 1232Loading...
07
Password Roostera 🔷 Semisteera 1ffaa irratti Roostera password hin qabne gadii lakkifnee turre. Garuu namoonni akkaata roosterri kuni ittiin hojjatu hubannoo hin qabne Formula irraa balleessuun irra deddeebiin roosterri keessan hin hojjatu jedhanii nuuf ergaa turan. Sababuma kana irraa ka'un iddoo barsiisonni waan  isaan barbaachisuu itti guutan irraa kan hafee password itti goonee. 🔷 Yeroo ammaa kana namoonni baayyeen irra deddeebiin password roosteraa nuuf ergaa jedhanii nu gaafachaa jiru. Nutis kanuma bu'uura godhachuun sababoota armaaan gadiif password'n akka barbaachisu itti amanne. 1 Ulaagaa daree irraa darbinsaa yeroo ammaa jiru wajjiin waan wal hin fudhanneef isa sana barsiisonni ofii isaanii edit akka godhataniif 2 Amala fi Guyyaa haftee namoonni itti dabaluu barbaadan ammaaf ofii isaanii akka itti dabalataniif 🔷 Kanaafuu namoonni password gaafacha jirtan hundi Page (Sheet) Roostera jedhu irratti password "Roster" jedhu fayyadamun edit gochuu akka dandeessan isiniif ibsuu barbaanna. 🔷 Namoonni hanga ammaatti roostera kana hin argatiin yoo jiraattan Download kan jedhu 👇 kana tuquun roostera isiniif ta'uu(daree keessan wajjiin wal gitu) filattanii buufachuu dandeessu. 👉 Download Roster 🔷 "Moosaajii Kana Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya?" Jechuun warreen nu  gaafachaa jirtan hundi Link gadii kana 👇 banuun Video yoo ilaaltan salphatti ittiin hojjachuu ni dandeessu. Chaanalii Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa.       👉 https://youtu.be/02abe_wV48o
4 82318Loading...
08
👉Yeroo kamuu caalaa Guyyaa har'aa kanatti #security Telegram  keessaniif baayyee barbaachisaadha waan ta'eef of hindagatinaa. 👉#Wallet banachuun hojiilee #airdrops garaagaraa fi kkf irratti hirmaachaa kan jirtan taanaan hojiiwwaan sana hojjechuun cinaatti account keessanis #secure gochuu qabdu. 👉Tasa #account keessan butamee jennaan dhimmi #wallet keessaniis gaaffii keessa gala. Akkasumas waan hojjettanii fi maallaqa #wallet irra ol kaayattan sanas salphaatti dhabuu dandeessu.Kanaafuu akka furmaataatti    1. #Two_step_verification fayyadamaa    2. #Telegram_passcode fayyadamaa    3. #Account keessan device garaagaraa irratti login hingodhinaa (yoo dirqama sin barbaachise malee) Odeeffannoon teeknooloojii wayitawaan yeroo yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa 👇👇👇👇👇 @orocoins @orocoins
4 7795Loading...
09
#BEEKSISA #YUUNIVARSIITII_MATTUU #BARATTOOTA_SAGANTAA_GANNAA_HUNDAAF Barattoota Sagantaa Gannaatiin Digirii jalqabaa, barnoota PGDT fudhachaa turtaniifii haaraa bara 2016tti galmooftanii barachuu barbaaddan hundumaaf! #Buleeyyiif Guyyaan Galmeen, Adoolessa 14-15/2016 Guyyaan barnootni itti eegalu Adoolessa 16/2016 #Barattoota_Haaraa_PGDT_bara_2016tti_galmaa'u barbaaddanif Guyyaan galmee Waxabajjii 25 hanga Adoolessa 10tti Bakki galmee M/barumsaa Yaadannoo Hacaaluu Hundeessaatti. Guyyaan barnootni itti eegalu Adoolessa 16/2016ti.
5 77519Loading...
10
Oduu gamachisaa Namoni Pixelverse hojechaa jirtaani  Ton Blockchain Irraatti Akka List tahuu dubatamee jiraa cimaa Hojedhaa Namoonni hin jalqabne liinkii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/pixelversexyzbot?start=5633382527
5 6330Loading...
11
Ministerri Barnoota Itoophiyaa, rakkoon teknikaa waan na muudatteef qormaanni Farmaasii waxabajjii 22 irra deebiin kennama jedha. Qormaata bahiinsa guyyaa jahaaf kennamaa ture rakkoon muudachuu dhabus kan guyyaa xumuraa ammoo rakkoon tekinikaa muudachuu hima Ministerichi.
6 2405Loading...
12
#Beeksisa
6 99814Loading...
13
#DHUGAA_QABDA_BARSIISAA... Guyyaa dhaabachaa ooltet Halkan dubbifta hin raftu Mindaan at argattummoo Liqiirraayyuu hin haftu ! ====== Coomanis wal hin beektu Piizas ta'ee bargarii Kaffaltiin at argattuuf Dadhabbiin kee gargari ===== Kaabinee xobbee miti Tasa hin argattu durgoo Kan ittiin bittu hin qabdu Ibsaan yoo bade dungoo ! ===== Dhaloota meeqa soortet Ofiif immoo, beelofte Warra qubee barsiisten Deebiteemmoo yeellofte ===== Osoo ati beeloftuu Hattuufi sobduun quufti Abshir yaa barsiisaa koo Siifis guyyaan ni dhufti ===== Harki kee qulqulluudha Dhiiga namaa hin laaqne Dhabdus keetin jiraatta Dafqa namaa hin nyaanne ===== Lafas gurgurtee hin beektu Sabbataaf Galaan keessaa Boquu kee gadi buustee Mana kiraayii teessaa ===== Utuu waan gaarii gootuu Jiraachuyyuu dadhabdee Dhugaa qabda barsiisaa Gatii dafqa kee dhabdee.......!!! #Barsiisaa !!!
7 54865Loading...
14
Gatii Hamster Kombat gabaa crypto guyyaa hara keessatti. Namoonni hojjachaa jirtan jabaadha Profit Per Hours keessan dabaluu irratti xiyyeefadha. Yeroo dhihoo keessatti Withdraw gootani gurgurachuuf jirtu. Namoonni hanga ammaatti hin jalqabne immoo liinkii gadii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/hamster_kombat_Bot/start?startapp=kentId7257422880
6 5032Loading...
15
https://t.me/wcoin_tapbot?start=NTYzMzM4MjUyNw==
6 1922Loading...
16
Moosaajii Roosteraa! 🔷 Moosaajiin Kuni Bilbila Harka keenya jiru ykn Kompitara (Laptop) Fayyadamnee Yeroo Gabaabaa Keessatti Qabxii Barattootaa Ittiin Hojjachuu kan nu dandeessisuudha. Ati Moosaajii kana buufattee jirtaa? Yoo buufattee jiraattee waan fooyyessuun barbaachisu Comment jalatti yaada kee nuuf barreessi. "Moosaajii Kana Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya?" Jechuun warreen nu  gaafachaa jirtan hundi Link kana 👇 banuun Video yoo ilaaltan salphatti ittiin hojjachuu ni dandeessu. Chaanalii Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa.       👉 https://youtu.be/02abe_wV48o 🔷 Moosaajiin Roosteraa Kuni baay’ina gosa barnoota baratamuu irratti hundaa’uun Kutaa 1 hanga kutaa 12 tti adda addaan qindaa’e kan jiru yoo ta’u, baay’ina Barattootaa daree tokko keessa jiranii hamma 190 tti nuuf hojjachuu ni danda’a. 🔷 Moosaajiin Roosteraa kuni wantoota armaaan gadiitti tarreeffaman hunda isaa ofumaan siif hojjachuu danda’a. 👉 Ida'ama Qabxii Barattootaa! 👉 Averege Qabxii Barattootaa! 👉 Qaaccessa Qabxii Barattootaa! 👉 Cuunfaa Qabxii Barattootaa! 👉 Sadarkaa Barattootaa! 👉 Barattoota Darbanii fi Hin Darbinee Saalan adda baasee nuuf hojjata! 👉 Print gochuuf Mijataadha fi Salphaadha. 🔷 Liinkii gadii kana banuun Roostera siif ta'u filattee Download godhachuu dandeessa.👇 Download Roster #Share #Like #Follow godhaa!
7 94428Loading...
17
App'n Bitget jedhamu kuni akkuma Binance gosoota crypto bituu fi gurguruuf kan tajaajiluu yoo ta’u, Guyyaa kaleessa Telegram irratti tajaajila daldala crypto kana eegalee jira. Yeroo ammaa kana Teelegraama irratti of beeksisa waan jiruuf namoota 10 gara app kanaatti afeeruun doolaara Ameerikaa 100 badhaasa jira. Carraan badhaasa doolaara 100 kuni guyyaa afur qofaaf tura. Kana malees carraa galmaa’u fi spin sochoosuun qabxii argachuu qabda. Qabxii argatte kana immoo $USDT'n bittee gurgurachuu ni dandeessa. Kana malees gosoota crypto kanneen akka Tapswap, Yescoin, Hamster fi kkf yeroo list ta'an booda app kana irrattii gurgurachuu ni dandeessu. Kanaafuu ammuma liinkii armaaan gadii kana banuun galmaa’u dandeessu. 👉 https://t.me/BitgetOfficialBot/Bitget?startapp=mWeAIuEdeetcKyNdd9e7HlC8nhyR6jCAobJeq9cY6GkvGmK4PtTFiHavVsL
1 9032Loading...
18
Guddinni sadarkaa fi daballiin hojjettoota mootummaa labsii haaraa: Komishinii Siivil Sarviisii Federaalaa jalatti hayyamameera ** . Komishinarri Komishinii Siivil Sarviisii Federaalaa obbo Mekuriyaa Haayilee (Dr.) wixineen labsii hojjettootaa mootummaan federaalaa haaraan baase hojjattoonni madaalamanii fi raawwii hojii isaaniitiin adda bahaniidha jedhan. Labsiin kun dogoggoraan hubatamuu akka hin qabne komishinarri kun ibsaniiru. Hojjetaan tokko dachaa lama yoo madaalamee fi bu'aan isaa giddu galeessa gadi yoo ta'e hojii isaa irraa akka ari'amus hubachiisaniiru. Hojjettoonni madaallii kanaan bu’aa gaarii galmeessan waggaa lama lamatti sadarkaa guddinaa fi tarkaanfii tarkaanfii akka argatan labsicha keessatti tumameera jedhan. Kaayyoon labsichaa inni guddaan lakkoofsa hojjettoota hir’isuu osoo hin taane humna isaaniif kennuudha jedhan Dr. Mekuriyaa Haayilee. Kanneen sadarkaa madaallii guutanii fi gahumsa qaban, kanneen qaawwa murtaa’e qabaniifi kanneen qaawwa bal’aa qaban adda baafamanii qaawwi jiru leenjiin guutamuun sadanuu caasaa mootummaa keessatti kan itti fufan ta’uu ibsaniiru.
7 58220Loading...
19
Barattoota Sagantaa Barnoota Gannaa Yuuniversiitii Dambi Doolloo Hundaaf.
7 9839Loading...
20
Carraa 10,000 $USDT Coin kana Link gadii kana banuun yaalaa. 👇🏾👇🏾👇🏾 👉 https://t.me/GetTonGifts_Bot/TonGifts?startapp=o_DY9FLiLTntX5Qhf57raag_5633382527
3 7343Loading...
21
#summer #BarsiisotniBagagammaddan! Barsiisotni Barnoota gannaa jalqabdanii sababa adda addaan citee ture ni jalqabama.
10 34956Loading...
22
Mul'ata Kee Milkeessuuf Tattaafadhu.
7 9121Loading...
23
Baayyinni Hordoftoota Chaanalii Teelegraama keenya 10,000 gahuu isaatti baayyee gammannee jirra. Madda Odeeffannoo keessan godhattanii nu hordofuu Keessaniif galatooma isinin jenna. Irra deebinee odeeffannoo dhugaa fi qulqulluu ta'ee qofa akka isiniif maxxansinuu waadaa isiniif galuu barbaanna. Galatooma!
8 0832Loading...
24
Airdrop Pixel jedhamu kanallee yaaluu hin dagatinaa 👇🏾👇🏾 👉 https://t.me/pixelversexyzbot?start=5633382527
7 9821Loading...
25
Incorrect man asked correct spelling! What a generation!
8 2571Loading...
26
#National_university_Exit_Exam_Schedule ***** Sagantaan Qormaata Ba'iinsa Yuunivarsiitii Bara 2016 Kan barattoota Yuunivarsiitii Wallaggaatti Qormaataaf Taa'anii.
8 2045Loading...
27
#National_university_Exit_Exam_Schedule ***** Sagantaan Qormaata Ba'iinsa Yuunivarsiitii Bara 2016 Kan barattoota Yuunivarsiitii Wallaggaa
221Loading...
28
Oduu Gammachiisa Tapswap'n yeroo gabaabaa keessatti TON irratti Lounch ta'uuf akka jiru TON commumity'n guyyaa hara ibsee jira. Kana jechuun Tapswap gurgurachuuf yoo hanga ammaatti Binance Wallet kan hin qabaanne ta'ee illee karaa salphaa ta'een Wallet Telegram kee irratti Withdraw gochuun gurgurachuu dandeessa jechuudha. Akkuma beekkamuu Tapswap'n July 1 Lounch of gochuuf akka jiru kana dura ibsuun isaa ni yaadatama. Kanaafuu namoonni itti jirtan jabaadha hojjadha. Firii ifaajee keessanii yeroo gabaabatti arguuf jirtu. Namoonni hanga ammaatti soba jettanii osoo hin jalqabiin jirtan immoo torbee lamaan hafee kana keessatti coin baayyee walitti qabaachuu dandeessu. Kanaafuu booda gaabbuu mannaa ammuma liinkii armaaan gadii kana banuun jalqabuu dandeessu. 👇👇👇 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
7 9361Loading...
29
Sagantaa Qormaata Kutaa 12ffaa - Qormaatn kan qophaa’e #Sirna_Barnootaa_Darbe(Moofaa) keessaa- Barnoota kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru yoo ta'u, #Sirna_Barnootaa_Haaraa keessaa immoo - Barnoota Kutaa 12ffaa ti. - Guyyaa Qormaataa; #Barnoota_Saayinsii_Hawaasaa - Adoolessa 03-05/2016 #Barnoota_Saayinsii_Uumamaa - Adoolessa 09-11/2016tti Waraqaafi 'Online'n kennama. Barattoota keenyaaf: #CARRAA_GAARII_HAWWINEERRA! BBO Irraa
10 92633Loading...
30
Sagantaa Qormaata Kutaa 6ffaa Kan Bulchinsa Magaalaa Finfinnee
7 8682Loading...
31
Today's Hamster Kombat 5,000,000 daily combo. Join 👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/orocoins
7 4010Loading...
32
Today's Hamster Kombat 5,000,000 daily combo. Namoonni hin jalqabne liinkii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/hamster_Kombat_bot/start?startapp=kentId7257422880
7282Loading...
33
🎁Ton Gifts has sent a 200000000 $GFT gift for you ! 👇Click Link below to open https://t.me/GetTonGifts_Bot/TonGifts?startapp=o_wA45Cj1DmiKtdq0gF70ZW_5633382527
8 1181Loading...
Yeroo moosaajii roosteraa fayyadamtuu dogoggorri baay’ina data barattootaa qaaccessa qabxii irratti yoo si qunnamee karaa salphaa ofii keetiin ittiin sirreessuu dandeessu irratti video hojjatame kana link gadii kana banuun daawwadhu. Sana booda dogoggora baay’ina barataa qaaccessa irratti si qunnamuu ofumaan sirreeffachuu ni dandeessa. Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa. 👉 https://youtu.be/30mQIsdREjk
إظهار الكل...
Qaaccessa Qabxii Barattoota

Dogoggorri baay’ina data barattootaa qaaccessa irratti yoo nu qunnamee karaa salphaa ittiin sirreessuu dandeenyu.

👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
#Beeksisa Beeksisa Koollejjiin Barnoota Barsiisota Naqamtee baasee kana namoonni ulaagaa guuttan dorgomuu dandeessu
إظهار الكل...
👎 4👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Qaaccessa Roosteraa Warreen roosterri kuni qaaccessa irratti data barattoota isin duraa hir’isuuf ykn data barattoota galmaa’anii isa sirrii siif hin baasuu yoo ta'ee, akkaata ofii keeti karaa salphaadhaan itti sirreessuu dandeessu irratti Video gabaabaa hojjannee guyyaa boruu isiniif maxxansina. Hammasitti link gadii kana banuun Youtube keenya Subscribe gochuun nu eega. 👉 https://youtube.com/@sbopress
إظهار الكل...
👍 43 15
Sirna Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa Marsaa 3ffaa irratti Haati Warraa Hacaaluu Walaloo onnee nama tuqu fi namoota galma sana keessa jiran hunda boochise dhiheessun waltajjii gara gaddaa fi imimmaanitti jijjiirte. Walaloo kana keessatti nama Hacaaluu ajjeese illee sodaa tokko malee ifatti ibsitee jirti. Ummata Oromoof illee ergaa dhaamte qabdi. Walaloo kana guutuu isaa dhageeffachuuf Link armaaan gadii kana bani. 👇👇👇 👉 https://youtu.be/YnFRvHzRmvQ
إظهار الكل...
3rd Hachalu Hundessa Award--Walaloo Onnee Namaa Tuqu Haadha Wabii Irraa.

Haati manaa Haacaaluu Hundeessa sirna badhaasa Haacaaluu marsaa 3ffas irratti walaloo onnee namaa tuqu dhiheessuun waltajjii guutuu boochifte. Eenyu akka Haacaaluu Ajjeese illee ibsitee jirti.

👍 23👎 4 1
Photo unavailableShow in Telegram
Barattootni sagantaa barnoota Gannaatiin Yuunivarsiitii Odaa Bultumitti barachaa turtaniifi leenjii 'PGDT' bara 2016 A.L.I.tti hordofuu barbaaddaniif yeroon galmee Adoolessa 15-16/2016 A.L.I.tti ta'uu isin beeksifna.
إظهار الكل...
👍 28 14
Tooftaa salphaa Social Median keenya hattoota(hacker)'n akka hin butamneef Sitting bilbila keenya akkaataa ittiin sirreessuu qabnu. https://youtu.be/rqg8U99qnj4
إظهار الكل...
How to protect your Phone from hackers!

Tooftaa salphaa Social Median keenya hattoota(hacker)'n akka hin butamneef Sitting bilbila keenya akkaataa ittiin sirreessuu qabnu.

👍 16 4
Password Roostera 🔷 Semisteera 1ffaa irratti Roostera password hin qabne gadii lakkifnee turre. Garuu namoonni akkaata roosterri kuni ittiin hojjatu hubannoo hin qabne Formula irraa balleessuun irra deddeebiin roosterri keessan hin hojjatu jedhanii nuuf ergaa turan. Sababuma kana irraa ka'un iddoo barsiisonni waan  isaan barbaachisuu itti guutan irraa kan hafee password itti goonee. 🔷 Yeroo ammaa kana namoonni baayyeen irra deddeebiin password roosteraa nuuf ergaa jedhanii nu gaafachaa jiru. Nutis kanuma bu'uura godhachuun sababoota armaaan gadiif password'n akka barbaachisu itti amanne. 1 Ulaagaa daree irraa darbinsaa yeroo ammaa jiru wajjiin waan wal hin fudhanneef isa sana barsiisonni ofii isaanii edit akka godhataniif 2 Amala fi Guyyaa haftee namoonni itti dabaluu barbaadan ammaaf ofii isaanii akka itti dabalataniif 🔷 Kanaafuu namoonni password gaafacha jirtan hundi Page (Sheet) Roostera jedhu irratti password "Roster" jedhu fayyadamun edit gochuu akka dandeessan isiniif ibsuu barbaanna. 🔷 Namoonni hanga ammaatti roostera kana hin argatiin yoo jiraattan Download kan jedhu 👇 kana tuquun roostera isiniif ta'uu(daree keessan wajjiin wal gitu) filattanii buufachuu dandeessu. 👉 Download Roster 🔷 "Moosaajii Kana Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya?" Jechuun warreen nu  gaafachaa jirtan hundi Link gadii kana 👇 banuun Video yoo ilaaltan salphatti ittiin hojjachuu ni dandeessu. Chaanalii Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa.       👉 https://youtu.be/02abe_wV48o
إظهار الكل...
Moosaajii Roosterri Qabxii Barattoota Kutaa 1ffaa hanga Kutaa 12ffaa Ittiin Hojjatamuu

Bilbila ykn Kompiitara fayyadamnee roostera qabxii barattoota yeroo gabaabaa keessatti karaa ittiin hojjachuu dandeenyu. Fayyadamuuf Baayyee Salphaa fi Mijataa dha.

23👍 14
Repost from N/a
👉Yeroo kamuu caalaa Guyyaa har'aa kanatti #security Telegram  keessaniif baayyee barbaachisaadha waan ta'eef of hindagatinaa. 👉#Wallet banachuun hojiilee #airdrops garaagaraa fi kkf irratti hirmaachaa kan jirtan taanaan hojiiwwaan sana hojjechuun cinaatti account keessanis #secure gochuu qabdu. 👉Tasa #account keessan butamee jennaan dhimmi #wallet keessaniis gaaffii keessa gala. Akkasumas waan hojjettanii fi maallaqa #wallet irra ol kaayattan sanas salphaatti dhabuu dandeessu.Kanaafuu akka furmaataatti    1. #Two_step_verification fayyadamaa    2. #Telegram_passcode fayyadamaa    3. #Account keessan device garaagaraa irratti login hingodhinaa (yoo dirqama sin barbaachise malee) Odeeffannoon teeknooloojii wayitawaan yeroo yeroon akka isin qaqqabuuf channel keenya join gochuu hindagatinaa 👇👇👇👇👇 @orocoins @orocoins
إظهار الكل...
👍 22 9
Photo unavailableShow in Telegram
#BEEKSISA #YUUNIVARSIITII_MATTUU #BARATTOOTA_SAGANTAA_GANNAA_HUNDAAF Barattoota Sagantaa Gannaatiin Digirii jalqabaa, barnoota PGDT fudhachaa turtaniifii haaraa bara 2016tti galmooftanii barachuu barbaaddan hundumaaf! #Buleeyyiif Guyyaan Galmeen, Adoolessa 14-15/2016 Guyyaan barnootni itti eegalu Adoolessa 16/2016 #Barattoota_Haaraa_PGDT_bara_2016tti_galmaa'u barbaaddanif Guyyaan galmee Waxabajjii 25 hanga Adoolessa 10tti Bakki galmee M/barumsaa Yaadannoo Hacaaluu Hundeessaatti. Guyyaan barnootni itti eegalu Adoolessa 16/2016ti.
إظهار الكل...
👍 29
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu gamachisaa Namoni Pixelverse hojechaa jirtaani  Ton Blockchain Irraatti Akka List tahuu dubatamee jiraa cimaa Hojedhaa Namoonni hin jalqabne liinkii kanaan seentanii jalqabuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 https://t.me/pixelversexyzbot?start=5633382527
إظهار الكل...
👍 7 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.