Qilxuu Jiloo
🌐 irbuu.wordpress.com #WBOJabeessaa #IndependentOromia
إظهار المزيد- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
جاري تحميل البيانات...
Tibba kana suurriifi viidiyoon dironii Godina Horro Guduruu Wallaggaa ooyiruu keessatti kufee argame jedhame miidiyaa hawaasaarratti qoodamaa jira. Gareen BBC verify, ogeeyyii dhimma meeshaa waraana xiinxalan waliin suuraalee kana kan xiinxale yeroo ta'u, dirooniin kufe kun gosa diroonii waraanaa Turkitti omishamu Baayiraaktar TB2 jedhamu ta'uu akka hin oolle hubateera.
Ethiopia’s Transitional Justice without Transition: A tool for democratic peacebuilding or authoritarian entrenchment? Addis Standard -
Commission 'forced to quit' Meki investigation into Bate's assassination after gathering witness testimonies implicating security forces Addis Standard -
Qilxuu Jiloo tiin Wanbadummaa Bilisummaa Fakkaate Waggoottan dhibbaa fi walakkeessa dura, warri Oromiyaa weeraruun Oromoo koloneeffatan roga hundaan: sirna, aadaa, afaan, seenaa fi lafa keenya guut…
The shockwave of Batte Urgessa’s assassination was felt both at home and abroad.