cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Hiriyaa chanel's

Kayyoon keenyaa✌️ ❶Dhimma jaalala. ❷Dhugaa dhoktaa dhala nama Galmii keenyaa ➔Oromoo Sammuun bilisoome arguu😍 @hiriyaakoo 🏇🏇 Yaada qabdaniif @kiyahiki

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
826
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
+530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Atis daboomtee in galin xiiqii harkaan simadhu Mudhiin kee yennaa laafe sabbata xeebaan hidhadhu Ijibbaata of jabeessi hanga lafa  yaadde geessu Ciniinsuu hedduu malee dubartiin ilmoo hin deessu Jajjabaadhu hanga dhumaa Guyyaa tokko ati sumaa 📝 Kenbon A @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
Yeroo tokko ture, namicha qumaara baay'ee danda'u tokkotu; mooraa loltuu keessatti poolisoota rakkise, kana irraa ka'uunis ijoolleen mooraa keessaa baay'eema rakkatan. Har'a nama 2 tu du'a yoo jedhe, hinuma du'u!  walumaagalatti baay'eema isaan rakkise, gaaf tokko baay'eema rakkachuun wanta kana hogganaa isantiiti himan. Sana booddee; innis marsaa duraa akeekkachisee dhiise. ammas inni, irraa barachuu hin dandeenye! Qumaara isa isaan nyaachuu hin dhiifne. Akkumaa duraatti itti fufe!ammas irraa deebi'uun itti himan! ajajaan Sun ammas waamee  ati hin didee mitii? jedhee "xaliyyaa hojii gadhiisuu siifan kenna, kana booda nu waliin hin hojjettu ittiin jedhe" gidduutii mucaa qumaara bare kun, aniif isin maalif hin taphannuu jedhee gaafate!🤣 Balagee ana wajjin taphataa?  Anaan nan  kabajjuu jedheen! Abbaa 10,000 waliif qabsiifannee taphanna hudduu keessan irraa goddanifni jira ittiin jedhe!🤣 innis waan ofi beekuuf tole ni taphanna jedhe, taphatees qarshii 10,000 irraa nyaate!  Sana booda hogganaan sun sagalee guddiftuu fuudhatee, loltoota sanaan maal isin?  aniyyuu inni biiroo keessa ba'ee hin beekne, qumaara qarshii 10,000 irraan nyaadhe jedhe. Akkamitti jedhanii loltoonni isa gaafatan! hudduu kee irra godannisni jira nan jedhe, yeroo ilaaluu immoo godaanisni tokkoyyuu hudduukoo irra hin jiru!🤣 kanaaf, 10,000 irraan nyaadhe itti jedhe, loltoonni sun baay'isani iyyaan, maal taatanii iyyituu jechuun hogganaan isaan gaafate!  y 100,000 qabsiifneerra, inni hudduu ajajaa keenyaa ilaale nan dhufa nuun jennaan itti jedhan!🤣 @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
👍 1
#Dubbiin_kun_jabduudha telegram🔎😻🙏💃 Hubachuufillee nama rakkisa, garuu qabatama jiru walhubachiisaa adeemuu gaafata. 》Telegram yeroo jalqabaaf "tapha" akka #TikTok kennaa bifa mallaqaatiin waliif kennuuf gargaaru eegaluuf ifoomse. Innis kan #Major jedhamu eegale. Kunis, kennaa (bittaa fi gurgurtaa) ofkeessaa qabu #Star[Urjii] jedhee moggaasee beeksiseera. Tapha Telegiraamiin haaraa fide kun kennaa 🌟 kallattiidhumaan gara TON jijjiiramuudha. #TON tokko Doolara 7 olitti sharafama. Hiriyyoota keessan yoo affeertan 🌟 15 ol isiniif kenna, Premium yoo tahe ammoo 🌟 50 isiniif kenna. Hiriyyoota keenyaaf #referral linkii erguun jalqabuun, #Hojii adda addaa guyyuu raawwachuudhaan, kennaa #Urjiilee namoota biroof arjoomuu fi fudhachuun sadarkaa fi badhaasa argachuu dandeenyutu jira.🤗 Guyyaa guyyaan hojii sasalphaallee isiniif kennee 🌟 isiniif badhaasa. #sirnakafaltiihaaraa (#cryptocurrency) Telegram eegale jedhamee miidiyaaleen ajandaa godhateera. Kanaafuu kallattiidhaan TON gara wallet keessanitti dabarfachuu (withdraw) gochuu kan isin dandeessisu yoo tahu, baayinna TON keenyaatiin bu'aan Telegram irraa argannu garaagarummaa qabaata. Erga eegalee guyyaa shan kan hin guunne Miliyoonota 5 olitu fayyadamuu eegalee jira. Affeeramaa, wal-affeeraa https://t.me/major/start?startapp=5036147549 👑 Itti-adeemaa jirra. . . 💃🚶🏃 Dhimma kana akka hunduu hubachuu danda'utti baldhinaan itti deebina. @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Xalayaa gurraacha!🖤 Awwaalchaa koo irraa hin dhaabatiin...! Jireenya du’an qixxee lubbuu jireenyi gidirsitu, raroo dhoqqeen makame keessatti kan ati gattee...duuti isaa fudhatte! Awwaalcha koo irraa dhaabbatte hin boo'in. Eeyyee qaama koo, gola icciitii kooti jedhen ture fuula keetti kaniin boo'e, madaa nama kamittu hin agarsiifne bakka siif qaba jedhen baase sitti himadhe...dhibeen kee dhibee koo💔dhibeen koo dhibee kee natti fakkate ture... Ati garuu maal goote na dhiifte...kophatti na gattee, warra natti kolfu natti qoosutti dabarsite na laatte...si amanen ture...ati birmadu kaan irraa adda akka taateetti yaadeen ture...nama kooti, hiriyaa kooti jedhen ture...amantoon kun hundi ni laamsha'ee! Si amanen na gante..."akkamitti?" "maaliif?" jette nan gaafatin! Takka ergan murteesse eessatti na argattas...garuu ofuma koo na dhabutti, of wallaalu kootti fi amma immoo lubbuu koo dhabutti sababa akka taate hin dagatiin. Eenyuma olitti iccitii rakkina itti jiru osoo beektu furmaata na barbaadu irraa qaama madaan tortore mukukkula itti keesse as deebitee "Akkam fayya qabda?" jette laphee koo haga dandeettii isaa ol kan miidhe si'idha! Ati jechuun na arrabsite dabarsite warra yeeyyii gogaa hoolaa uffatanitti na laatte...kenna hiriyummaa an ulfinaan siif laadhee tuffatte gatii hiriyaa natti hirdhiste. Nama hedduuf laphee koo laadhe beeka, gonfoo kabaja onnee koo keessatti namaaf hire beeka, yoo hedduu miidhameera, ni beekta onneen tiyya xiqqoon kun baay'ee ganamuun dhiige beeka, godaannisni ishee haga dhumatti waliin kan turu...garuu anaaf namni maaliidha hin jedhu, namni hundi gantuudha jedhes hin murteessine...ammas hin murteessu...carraa kooti! Bara baraaf nagaa ta'i...eeyyen nagaa tahi...daba yoomiyyu sirratti hin hawwuu, kan facaafte haammadhu sin hin jedhu...maaliif jedhe?...hiriyaa akka kee irraa si haa eegu...yoo sirraa hin bareedne hin bareedne kaa jettu yoo sirraa bareede bareedde jirta kan jettu...kolfa fi gadda kee ilaala namoota biratti akka ati hin siqiqne hiriyaa si eegdu siif haa kennu! Waaqni daba mishaan deebisuu hiriyaa gaarii siif haa kennu...onnee yoo qabatte tarii sitti dhaga'amu mala deebi'uus dandeessa. Akkuma daawitii sumaan agarsiisturraa darbe kan keessaa kee sitti himtu si sirreessitu hiriyaa dawaa taate sitti haa qabu...hunduma keenyaf haa kennu. Ani garuu bakka hin deebi'amne waanan deemuuf hiriyaa akka kee hin barbaadu, sababni isaas akka kee imimmaan nyaacha kan naaf boossu osoo hin ta'in onneen ishee kan na waliin boo'u waan fedhuuf beekta animmoo nama miidhu hin barbaadu... Duraas hiriyaa akka ishee osoo naaf laate asiis yoomiin gaha ture...carraa kooti maal haa godhu? @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
👍 1 1
Boddee akka na hin komaneef Link isniif gadhisee kan hojjechuu dhiiftan dhugaa app telegram tuu gadhisee wanta ta'eef hiriyoota keessan afeera dafati. https://t.me/major/start?startapp=5036147549 @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa Liinkiin kunooti💥👇🏻👇 ⁨https://t.me/major/start?startapp=5036147549 Source: Abdisa Bancha Jara @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Urgaa gaarii natti biiftee Ati dhufnaan fuulla iftee Rakkinni koo na dhokata Onneen kiyyas ni boqota Miira gaddaa narraa qola Kolfeen seeqa natti tolaa Burqaa kootu ol mirgisaa Haamileen koos ni lalisaa ~ Kanaafuu Kanin baase sitti himadhu Fuulla ifaan na simadhuu❤️‍🔥 @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Ati nuyiif sagalee turtee. Nuyi siis dhugaa kees Ofiis dhabne....akka gubanetti jira Hacuukoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
👍 2🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
Qulqulluu gadhee ajjeeftee si bira hafuu kenyaatu Salphina danga hin qabne keessatti nu kuufise. @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
👍 2
natti hima jiran natti fakkate!...joonja'een bakkan jirutti kufe! Sa'atiwwaan muraasa booda yoon ka'u ofii koo siree hospitaala irrattin of arge!...Jaartiittin wanti natti himan hundu dhugaa ture! Asaantiin duuteetti!...Eeyye...dhiphinafi gidiraa an keessa ture keessaa na baafte abdii jireenya natti horte booda anaa jiraachuu eegalu na ajjees-te sokkite. Osoon si waliin du'e jiraadhe!💔 @hiriyaakoo @hiriyaakoo
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.