cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Attawhiid

Join https://telegram.me/tawhiid66

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
196
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from N/a
Sobaa fi dhaaddachuu dhaan Bakka kamillee gahuun hin danda'amu. #Haa_ta'u_male_Garuu Beekumsaa fii sodaa rabbiitiin eessayyu gahuun ni danda'ama. Rabbiin Iimaanaa fi beekumsa nuuf haa kennu. https://t.me/haqni1maa/361
إظهار الكل...
Haqni 1ma qabadhu

Sobaa fi dhaaddachuu dhaan Bakka kamillee gahuun hin danda'amu. #Haa_ta'u_male_Garuu Beekumsaa fii sodaa rabbiitiin eessayyu gahuun ni danda'ama. Rabbiin Iimaanaa fi beekumsa nuuf haa kennu.

https://t.me/haqni1maa/361

Repost from N/a
Yaa carraa jechuurra Yaa Allah jechuutu Furmaata!
إظهار الكل...
Repost from N/a
02:33
Video unavailableShow in Telegram
Namaton fagotti sagale jara qofa beeku kessa tokko sheyk Shaafi Muhammad rabbiin isaan hatiksu Shekh Shaafi Muhammad warra molidaatif warra itti nama waamun maal jedhan me!? Dhageffadhu guutu isa daqiiqa lama qofa 👇
إظهار الكل...
5.84 MB
sticker.webp0.37 KB
Repost from N/a
«ijjollen Enyu» Akkuma beekamu guyyaa mursaf onilen irra hin turre Akka carraa tahe har'a yeroon onilen seenu Dubbin akka biraati silas jarri yoom rafte bulti shira xaxu bira #Abadan hin milkooftuبأدلة القرءآن والحديث Gara yaada kiyyatti yeron deebi'u namni ani maqa isa kaasuu hin barbaanne tokko akka fedhef akka jarri feete balaqqame jira Meerre haqa maal godhe re!? Jechoota inni dubbate keessa qabxii lama qofan isiniif fide 1: "Ijjoollen maqa Salafi male muslima ifin jechuun hin tahu jetti " jedhe ❌ Deebii Subhaana allah Namni kijiba akkana guddatu kana yeroo kijibu xiqqishumalle hin qaanfatu!? ijoollee yeroo jedhu Enyufa akka jedha jiru nibektu? Tokko #ibntemiya dha Akkamitti kan jedhuuf ijmaa'iy kan naqqale isa waan taheef Akkamitti ibn temiya fayi dha !? Jettu yoo tahe Akka nama ibnu temiya jaallattu if fakkesse maqa kana if yaamu lagachu isati 100%100 Ammas nama ittin if yaamu tuffachu isaati Namni inni ijjoolle jedha jiru Ulamai sunna kan akka 👉Imaamul al baani 👉Ibnu usaymiin 👉Ibnu baaz Fi 👉 Sheikh al fawzaan fayi Akkamitti? Fkn Imaamul al baanin akkas Jedhaaniru "Muslima jechunif an Salafi ifin jechuun tokkuma" jedhaniru Namni akkaf gara hin qabne essa dhaabbatte Ulama'i sunna kana tuqu dan deessi!? Dhaalota buubbe/ hasanul banna hadhamaastu🚶 Alhamdulillah haqni Dirre jira 100%100 2: "ikwanulmuslim akka jarri jedhan miti" ❌ jedha Deebii Jechi isa kun akka jarri ergattef 100%100 ragaa dha Kuno innis ifaf ifaan baala irraa qabutti jira Hameenyi jaratti hanga jedhama jiru oli male sana gadi miti Kan shakkii fatuha ulamai sunna hadhaggefatu @#Adeero yeroo dhibba dhoksaa ooltus haqni hin dhokatu بأدلة القرءآن والحديث Akkamitti dhokataa Kitaaba jara saalixiluto jira 100%100 __ Me fkn tokko isiniif hakaasu Dhalootuma bubbe kana nama 5nin yoo walitti dhufne Haqa jiru yero itti himnu namni sadi battaluma sana qeebala Nami lama gara goru dhabe as ilaale achi ilaala Inni sun isa akkamiiti ni bektu!? Isa jaalala dhunfa jara jaallatu qofa Kan haqni isa hin yaadchifne Haqa dhagahulle haqa san fudhate jara jela deebi'un itti hammaatu🙊 Garuu namni sadi 100%100 ni qeebala Alhamdulillah Nutis amma dandeenyen akkanati haqa himuf fudhachisutti jirra Himatuf oso hin taane jarris quba haqaabattufi 👂☑️ Osoo isiin iyyitu haqni dide walgahe Mee dhugaa dubbatuf biyya Itoophiyaa keessa tahe Naannon salafiyyaaan hin jirre ni jira!? Wallaahi yoo jiraate natti hima Naanno hunda kessayyu Salafiyyonni nijiru Alhamdulillah shira ikwanulmuslim rabbiin irraa haqabu🤲 Me akka fkn ani Saliyyicha kessan isa godina buunnoo beddelle tti dhalate dha Me kotta isinis eessati dhalattan dhugaa jirtu hima Ustaazoni,sheekonni fi barattoonni salafiyya Nu callifnaan dhugaa seete gadhen😃 Wal saxilun yoom eegale ma!? Fuulduraf qophaayi dhaalonni hasanul banna 😃 In sha allah haqnis warri haqaan deemus ni injifatu ☑️ Aqiidan kenya onne keessa jirti💌❤️ Me namni rabbiin isiniif laffise Like fi share gochun biraan naaf gaha ❤️ Wallaahi wabillahi watallahi jaalalan namota suunnatif qabu oso bektani _sila.... Yero biraan hima insha allah https://t.me/haqni1maa/340
إظهار الكل...
Haqni 1ma qabadhu

«ijjollen Enyu» Akkuma beekamu guyyaa mursaf onilen irra hin turre Akka carraa tahe har'a yeroon onilen seenu Dubbin akka biraati silas jarri yoom rafte bulti shira xaxu bira #Abadan hin milkooftuبأدلة القرءآن والحديث Gara yaada kiyyatti yeron deebi'u namni ani maqa isa kaasuu hin barbaanne tokko akka fedhef akka jarri feete balaqqame jira Meerre haqa maal godhe re!? Jechoota inni dubbate keessa qabxii lama qofan isiniif fide 1: "Ijjoollen maqa Salafi male muslima ifin jechuun hin tahu jetti " jedhe ❌ Deebii Subhaana allah Namni kijiba akkana guddatu kana yeroo kijibu xiqqishumalle hin qaanfatu!? ijoollee yeroo jedhu Enyufa akka jedha jiru nibektu? Tokko #ibntemiya dha Akkamitti kan jedhuuf ijmaa'iy kan naqqale isa waan taheef Akkamitti ibn temiya fayi dha !? Jettu yoo tahe Akka nama ibnu temiya jaallattu if fakkesse maqa kana if yaamu lagachu isati 100%100 Ammas nama ittin if yaamu tuffachu isaati Namni inni ijjoolle jedha jiru Ulamai sunna kan akka 👉Imaamul al baani 👉Ibnu usaymiin 👉Ibnu baaz…

Repost from N/a
"Rakkoodha" Uummanni khenya oso hin bekin firqa " ikwaanalmuflisi" kanaf gabrome jira Hattaa xaalibul ilminille gowwome jira Gowwomina kana kessa bahuf maaltu furmaata yoo jenne #ilmii dha (العلم) Namni tokko Akka firqa hin taane wanni gochu qabu 1 barumsa sheri'a (amanta islamaa) baratuf of qophessu qaba 2. Umala'a sunnna filatu qaba 3. Kitaba aqiida warri sunna barressan qophefatu qaba 👉Dhuma irratti dammaqinan qara'u qaba Yoo akkas tahe fedha rabbitin haqaf dhara gargar baase beekuu danda'a Yoo akkas hin tahin inni yomille namumaf Lola Wanni yero Kenya kana argutti jirru wanuma nama aja'ibu qofa Ani xalibota heddu argen jira Kan akkas jedhu ''ani kitaba ibnu temia irra kanaf kana qara'e Kan ibnu qayyim kanaf kana qara'e Kan Albaani kanaf kana qara'e Kan ibnu baaz kanaf kana qara'e Kan ibnu useymin kanaf kana qara'e Kan fawzaani kanaf kana qara'e " jedhu nama meqan arge Kana hunda himatu wajjin"Alwala'a wlbara'a " waan jedhamu irra Kan quba hin qabne Inuma kana hunda bira darbe nashida daraja guddo itti godhe ilalu Yoo itti himuf yaalte siin mormu male kamtu haqa kamtu baaxila jedhe Adda baasuf hin yaalle!! Kun hundi shekota ofuma Isaanifu Alwala'a wlbara'a hin qabne irra qara'u Fi dammaqinan male qara'u dhabutu dhibde kanaf nama saaxila Ummata Kiyya Anas isinis rahmaan haqa nubarsiise haqa jela nu'a oofu 🤲 Shekhiticha sunna kanas jabeffadha 👇 Sheikh Abdulhamid Awal Urgessa
إظهار الكل...
Repost from N/a
01:11
Video unavailableShow in Telegram
5.09 MB
إظهار الكل...
Seenaa Sheikh Abdulhamid Awal Urgessa

❛❛ Assalamu Aleykum warahmatullaahi Wabarkaatuh 【Seenaa Sheikh Abdulhamid Awal Urgessa 】 Sheekh Abdulhamiid Awwal - Kan dhalatan Godina jimmaa, Magaalaa Asandaabootti . Joollummaa isaanirraa Qur'aana erga Baratan booda Magaaluma Asandaabotti sheekh Mahmuud irratti ilmii hadiisaa Barachuu eegalan. Kitaabban akka:- ✅️ Usuulu As-salaasa ✅️ Buluugul Maraam ✅️ Riyaadu As-Saalihiin ✅️ Tajriida hanga Juuza tokkoo Sheekh mahmuuduma irrati baratan. Eega tajriida Juuza tokko irra Qara'an Booda, Gaaf…

Repost from N/a
Assalaamu alykum warahmatullahi wabarakaatuhu Rahmaan nama Aamiin ♥️ jedhe hundaf haqebalu 🤲🤲🤲🤲🤲 ~~~ #Yaa_Rabbii_Kiyyaa √√√√√√√~\\||\\><<>>{❤} #Aamiin jettu male bira hin darbin! ✍️Jiruu kiyyaaf keyrii ✍️Qalbii kiyyaaf Imanaa❤ ✍️Qomaa kiyyaaf Qur'anaa ✍️Biyyaa kiyyaaf wolaabummaa ✍️Lammii kiyyaaf Bilsummaa ✍️Ibadaa kiyyaaf ciminaa ✍️Hawii kiyyaaf milkii ✍️Sammuu kiyyaaf Beekumsaa ✍️Qabeenyaa kiyyaaf barakha ✍️Jirachuuf kiyyaaf nageenya ✍️kanachuuf kiyyaaf sawabaa ✍️Dhibdee kiyyaaf wal'ansaa ✍️Yaadoo kiyyaaf furmataa ✍️Rakkoo kiyyaaf obsa ✍️Kahtimaa kiyyaaf tollaa ✍️Lubbuu kiyyaaf #janata ~ Dangaa biyyaa lamanii kan Addunyaa fi Akiraa,Jalala ilma nama naaf kennii.!!!!!!!!!!!!!!!! Allahumaa Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin yaa Rabbiiyaa Allaah Issiin hundafuu Rabbiin haa kennuu obbolleyaan tiyyaa Issiin haa milkesuu duniya Akkirattii — #Sherwalifgodhaa JZK https://t.me/haqni1maa/330
إظهار الكل...
Haqni 1ma qabadhu

Assalaamu alykum warahmatullahi wabarakaatuhu Rahmaan nama Aamiin ♥️ jedhe hundaf haqebalu 🤲🤲🤲🤲🤲 ~~~ #Yaa_Rabbii_Kiyyaa √√√√√√√~\\||\\><<>>{❤} #Aamiin jettu male bira hin darbin! ✍️Jiruu kiyyaaf keyrii ✍️Qalbii kiyyaaf Imanaa❤ ✍️Qomaa kiyyaaf Qur'anaa ✍️Biyyaa kiyyaaf wolaabummaa ✍️Lammii kiyyaaf Bilsummaa ✍️Ibadaa kiyyaaf ciminaa ✍️Hawii kiyyaaf milkii ✍️Sammuu kiyyaaf Beekumsaa ✍️Qabeenyaa kiyyaaf barakha ✍️Jirachuuf kiyyaaf nageenya ✍️kanachuuf kiyyaaf sawabaa ✍️Dhibdee kiyyaaf wal'ansaa ✍️Yaadoo kiyyaaf furmataa ✍️Rakkoo kiyyaaf obsa ✍️Kahtimaa kiyyaaf tollaa ✍️Lubbuu kiyyaaf #janata ~ Dangaa biyyaa lamanii kan Addunyaa fi Akiraa,Jalala ilma nama naaf kennii.!!!!!!!!!!!!!!!! Allahumaa Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin yaa Rabbiiyaa Allaah Issiin hundafuu Rabbiin haa kennuu obbolleyaan tiyyaa Issiin haa milkesuu duniya Akkirattii — #Sherwalifgodhaa JZK

https://t.me/haqni1maa/330

Repost from N/a
#Yaa_Obboleessa! Namoota irratti akka irkattu haala godhu keessa hin galin. Imaamu #Ahmad haala hamaadhaan yeroo tumamanii du´a jala gahanitti namni isaan gargaaruudhaaf harka olkaase hin turre. Rabbiin akkana jedha: ﴿وَتَوَکَّل عَلَی الحَيِّ الَّذِی لاَ يَمُوتُ وَسَبِّح بِحَمدِهِ..﴾ "Ati Rabbii jiraa duuti Isaa hin jirretti irkadhu; Rabbii kee (waan Isaan hin malle hunda irraa) qulqulleessi..." {25:58} -Beeki! Adduniyaa Tana Irratti Karaan Hanga Dhumaa Ittiin Jiraatan Hin Jiru. -Beeki! Jireenyi kee Du'a booda kan eegaltuudha. https://t.me/haqni1maa/328
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.