cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Cooperative Bank of Oromia

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

إظهار المزيد
Advertising posts
72 991المشتركون
+4524 hour
-107 يوم
-11630 يوم

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

ojii Gamtaa Oromiyaa itti quufinsa maamiltoonni tajaajila isaa irratti qabanmadaaluuf gaaffilee qopheesse qooqa filattaniin deebisuuf liinkii armaan gadii cuqaasaa. Galatoomaa! https://docs.google.com/forms/d/1c_FJ7GcudV5XuBbReb7b08auMI091m7PKVwLrqQug2Q/edit ውድ ደንበኛችን፡ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የደንበኞቹን እርካታ ዳሰሳ ጥናት ለማከናወን ያዘጋጀውን መጠይቅ በመረጡት ቋንቋ ለመመለስ ከዚህ በታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) ይጫኑ። እናመሰግናለን። https://docs.google.com/forms/d/1S5j9twinnBkangTX8oZQ-nuCMU_rf2mcLeoWaVkPKNM/edit #Coopbank #questionnaire #feedback
إظهار الكل...
👍 27 9🤝 6
Tajaajilli olkaawwannaa Invastimantii Mudaarabaa, Koopbaank Alhuudaa; qusannaan gamatti bu’aa irraa argamu qooddadhaa! Jumu’aa Mubaarak! ኮፕባንክ አልሁዳ ሙዳረባ የኢንቨስትመንት ተቀማጭ፣ ከቁጠባ ባሻገር የሚያስገኘውን ትርፍ ይቋደሱ! ጁሙዓ ሙባረክ! #CoopbankAlhuda #Bank #MudarabahSavingsAccount #Ethiopia
إظهار الكل...
👍 23 5
Baankiin keenya ce’umsa gama dijitaalawaa fi kalaqa tajaajila dijitaalawaan milkaa’ina gonfachaa jiruun, ‘DIGIBANK 2024 Summit’ irratti “Itoophiyaatti Baankii dijitaalaan dursaa” jedhamuun badhaafameera. Dabalataanis, hoggantoonni olaanoon baankii keenyaa, muuxannoo baankichi gama kanaan qabu yaa’ii kanaaf qoodan, kalaqa baankii dijitaalaan adda duree jedhamuun badhaafamaniiru. ባንካችን በዲጂታል ትራንስፎርሜሽን እና በዲጂታል አገልግሎት ፈጠራ በማስገኘት ላይ ባለው ውጤት በ ‘DIGIBANK 2024 Summit’ ላይ "በኢትዮጵያ ምርጡ ዲጂታል ባንክ" ተብሎ ተሸልሟል። በተጨማሪም ባንኩ በዚህ ዘርፍ ያለውን ልምድ ለጉባኤው ያካፈሉት የባንኩ ከፍተኛ አመራሮች በዲጂታል ፈጠራ የላቀ ሽልማት ተበርክቶላቸዋል። #Coopbank #DIGIBANK2024 #DigitalBanking #InnovationLeaders #EthiopianBanks
إظهار الكل...
Hawaasa qabeenya uumamaa safeeffatu keessaa kan madde baankiin keenya, hawaasaaf quuqamuu sona ijoo taasisuun Dameelee Iikoo uumama naannoo waliin wal siman babal’isuu itti fufee jira. የተፈጥሮ ሀብትን በአግባቡ የመጠቀም ባህል ካለው ማህበረሰብ የወጣው ባንካችን ለማህበረሰብ መቆርቆርን አንኳር ዕሴቱ በማድረግ፣ ለአካባቢ ተፈጥሮ ተስማሚ የሆነውን ኢኮ ቅርንጫፍ ማስፋፋቱን ቀጥሎበታል። #Coopbank #EcoFriendly #FinancialInclusion
إظهار الكل...
👍 35 17👏 3
Tajaajila liqii dijitaalawaa wabummaa malee kennamu Michuun, daldaltoota maaykiroo fi xixiqqaatti abdii guddinaa horee, akeeka faaynaansii isaanii galmaan gahaa jira. Akkaataa sadarkaa daldala keessaniin Michuu Guyyaa fi Michuu Wabii liqeeffadhaa! ያለማስያዥያ የሚሰጠው ምቹ ዲጂታል የብድር አገልግሎት፣ ለጥቃቅንና አነስተኛ ነጋዴዎች የዕድገት ተስፋ ፈንጥቆ፣ የፋይናንስ ዕቅዳቸውን ከግቡ በማድረስ ላይ ይገኛል። እንደ ንግድዎ ደረጃ ምቹ ጉያ እና ምቹ ዋቢ ይበደሩ! #Coopbank #UncollateralizedDigitalLending #Ethiopia
إظهار الكل...
👍 53 16👏 5
Dargaggoo! Ciminaan hojjachuu aadeffachuun, maallaqa qusannoon bulfadhaa. Egeree keessan kan tolchu, Herreega qusannoo dargaggoo fayyadamaa, qabeenya isinitti hora. Herreega Qusannoo Dargaggoo ወጣቶች! በርትቶ መሥራትን ባህል በማድረግ፣ ገንዘብ በመቆጠብ አኑሩ። የነገ ዕጣ ፋንታችሁን የሚያሳምረውን ደርገጎ የወጣቶች የቁጠባ ሂሳባችንን በመጠቀም፣ ንብረትም አፍሩ። ደርገጎ የወጣቶች የቁጠባ ሂሳብ #Coopbank #YouthEmpowerment #DreamsToReality
إظهار الكل...
👍 40 17👏 8
Fayyadamoo Kooppeey I-birri taatanii jennaan, saffisa bilbilli addaan kutuu jaalli keessan hin hubatiinitti, kaardii guuttattanii haasaa itti fufuu ni dandeessu. Appilikeeshinii fe’achuun ykn *841# bilbiluun Kooppeey I-birri Mobile Top up fayyadamaa! የኮፔይ ኢ-ብር ተጠቃሚ ከሆኑ ፣ ስልክዎ መቋረጡን ወዳጅዎ በማያስተውሉት ፍጥንት፣ ካርድዎን ሞልተው ወግዎን መቀጠል ይችላሉ። መተግበሪያውን በመጫን ወይም * 841# በመደወል የኮፔይ ኢ-ብር Mobile Top up ይጠቀሙ! #Coopbank #CoopayEbirr #MobileTopUp
إظهار الكل...
23👍 7👏 7
Danqaawwan dhaqqababummaa furee, diinagdee Qonnaan bulaa fi Horsiisee bulaa kan utube, tajaajilli baankii damee iikoo keenyaa, akeeka baankii keenyaa isa bu’uuraa fi milkaa’ina guddaa irraa gonfanneedha.                    የተደራሽነት ማነቆዎችን በማስወገድ፣ ለአርሶ  አደሩ እና አርብቶ አደሩ ኢኮኖሚ ድጋፍ የሆነው የኢኮ ቅርንጫፍ አገልግሎታችን፣ የባንካችን መሰረታዊ ዓላማና ከፍተኛ ስኬትን የተጎናጸፍንበት ነው። #Coopbank #EcoBanking #FinancialInclusion #SustainableFuture
إظهار الكل...
👍 41 20👏 11
“Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, qacarrii hojii yeroo dabalataa ‘part time’ geggeessaa jira” kan jedhuun odeeffannoon dharaa karaa miidiyaalee hawaasaan tamsa’aa jiru argaa jirra. Haata’u malee, ergaawwan karaa fuulawwan baankichaa, seera qabeessa ta’aan kan baajii ykn mallattoo cuquliisaa qabaniin ala, odeeffannoon fuula biraarraa kennamu kamiyyuu kan baankii keenyaa akka hin taane hubachuun, burjaajjessitoota akkasiirraa akka of eegdan isin beeksifna. “የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ፣ የትርፍ ጊዜ ሥራ ‘part time’ ቅጥር ላይ ነው።” የሚለው ሀሰተኛ መረጃ በማህበራዊ ሚዲያ መሰራጨቱን መቀጠሉን ተረድተናል። ስለሆነም ህጋዊ እውቅና እና ሰማያዊ ቀለም መለያ ካላቸው የማህበራዊ ሚዲያ ገፆቻችን ውጪ ከሌላ ገጽ የሚሰጥ ማንኛውም መረጃ የባንካችን እንዳልሆነ በመረዳት፣ ከእነዚህ አጭበርባሪዎች እንዲጠነቀቁ እናሳውቃለን። #Coopbank #FraudAlert
إظهار الكل...
👍 56 11
Helan Kelar: Qaroo Dhabeettii Mallattoo Biyyoolessaa Qaroomina Ameerikaa! Helan Kelar Waxabajji 27, 1880 ALA Ameerikaa Kutaa Alabaamaa dhiha Tuskumbiyaatti dhalatte. Sababa dhibee irraan kan ka’e, dhalattee ji’a 19 booda, qaroo / agartuu ija isheefi dhageettii gurra ishee dhabde. Helan mana keessatti matii ishee waliin walii galuuf mallattoolee muraasa shaakaluu eegalte. Umurii ishee waggaa torbaan booda nama ilaalcha ishee jijjiiree, egeree ishee milkeessu, nama Aannee saliivaan jedhamu waliin wal barte. Namni kun barsiisaa fedhii Addaa (special need) yommuu ta’u Helan dandeettii barreessuufi dubbisuu akka gabbifattu taasisuun, daandii itti mul’ise. Kelar mana barumsaa mootummaafi dhuunfaa keessatti, barnoota ishee haalaan hordofuun barattoota qaxalee jedhaman keessaas ishee tokko ta’uu dandeesseetti. Kana boodas Kelar Yuunivarsiitii Haarvaard Kolleejjii Radkiliifitti barachuun, Ameerikaa keessatti namoota qaroo dhabeeyyii fi gurraan hin dhageenye keessaa ishee duraa ta’uun, digrii jalqabaa argatteetti. Helan kelar gama Barnootaan milkaa’ina gonfatteen, addunyaa Aartii keessatti gahee olaanaa bahattee jirti. Kitaabota gurguddoo 14fi barreeffamoota haasawaa, waltajjii gurguddoo irratti dubbifaman heddu barreessiteetti. Barreessituu, falmituu mirga Qaama Miidhamtootaa, qabsooftuu siyaasaafi barsiistuu ta’uun tajaajiluun Ameerikaa keessatti maqaan ishee ol ka’ee akka waamamu ta’eera. Bakki dhaloota ishee akka Mallattoo Biyyoolessaatti moggaafamee kunuunfameera. _ bu’aa ba’iin kam illee yo jiraate, Ifa Xiqqoo Nu keessa jirtu cichoominaan hordofuun kan deemnu yo ta’e Mul’ata keenya galmaan nii geenya. -Carraan barumsaa fi haalli mijataan jiraatee, tattaaffiin abbaa itti dabalamee jennaan, miidhamni qaamaa milkaa’ina irraa nama danquu hin danda’uun, ergaa keenya. ሄለን ኬለር ፦ ማየት የተሳናት የአሜሪካ የስልጣኔ ብሔራዊ ምልክት! ሄለን ኬለር እ.አ.አ ሰኔ 27 ፤ 1880 በአሜሪካ አላባማ ግዛት፣ ቱስኩምቢያ ምዕራባዊ ክፍል ተወለደች። ባጋጠማት ህመም ምክንያት ከተወለደች ከ19 ወራት በኋላ የማየት እና የመስማት ችሎታዋን አጣች። ሄለን ቤት ውስጥ ከቤተሰቦችዋ ጋር ለመግባባት የሚያስችሏትን የተወሰኑ ምልክቶችን መለማመድ ጀመረች፣ ከሰባት ዓመታት በኋላ አመለካከቷን የቀየረና ቀጣይ ህይወቷን ያፈካ አኔ ሳሊቫን ከተባለ ሰው ጋር ተገናኘች። እሱ ደግሞ የልዩ ፍላጎት (special need) መምህር ሲሆን የማንበብና መፃፍ ችሎታዋን እንድታዳብር በመርዳቱ መንገድ ከፈተላት። ኬለር ትምህርቷን በመንግስት እና በግል ትምህርት ቤቶች በመከታተል በጣም ጎበዝ ከሚባሉ ተማሪዎች መካከል አንዷ ለመሆን ቻለች። በመቀጠል ኬለር በሃርቫርድ ዩኒቨርሲቲ ራድክሊፍ ኮሌጅ ገብታ የመጀመሪያ ዲግሪዋን በማግኘት በዩናይትድ ስቴትስ የመጀመሪያዋ መስማትና ማየት የተሳናት ተመራቂ ሆናለች። ሄለን ኪለር በትምህርት ዘርፍ ካስመዘገበችው ስኬት ባሻገር በኪነጥበብ ዓለሙም ትልቅ ሚና ተጫውታለች። ከዚህም ሌላ 14 አበይት መጽሃፍትን ጽፋ ለአንባቢዎች ስታበረክት በትላልቅ መድረኮች የተነበቡ በርካታ ንግግሮችንም አዘጋጅታለች። ደራሲ፣ የአካል ጉዳተኞች መብት ተሟጋች፣ የፖለቲካ ታጋይና አስተማሪ ሆና በማገልገል በአሜሪካ ስመገናና ለመሆን በቅታለች። የትውልድ ቦታዋም እንደ ብሔራዊ ምልክት ተቆጥሮ ተጠብቆ ቆይቷል። -ምንም አይነት ፈተና ቢገጥመን በውስጣችን ያለውን ትንሽ ብርሃን በትጋት መከተላችንን ከቀጠልን ራዕያችንን እናሳካለን። -የትምህርት ዕድልና ምቹ ሁኔታ ኖሮ የባለቤቱ ጥረት ከታከለበት አካል ጉዳተኝነት ከስኬት አያግድም፣ መልዕክታችን ነው። #Coopbank #MondayMotivation #Vision #Hardwork #Ethiopia
إظهار الكل...
38👍 25