cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Odaa Tarbii

International Spokesperson of the Oromo Liberation Army

إظهار المزيد
فنلندا190لم يتم تحديد اللغةالسياسة2 488
مشاركات الإعلانات
25 454
المشتركون
+124 ساعات
-507 أيام
+5630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Kutaa 2'ssoo Gaaffii fi Deebii Ajalaa Ol'aanaa ABO-WBO, Jaal Marroo fi Itti Aanaa Ajajaa Ol'aanaa ABO-WBO Jaal Gammachuu Abbooyeetitti dhiyaadhaa ! Dhaamsiif waamichi isaan Oromoof taasisan Oromoo hunda bira akka ga'uuf namuu karaa danda'e qoqqoodee waliin haa ga'u !
إظهار الكل...
152👍 65👏 18😁 7🤔 3
Waraanni Bilisummaa Oromoo zoonii GG mooraa barnoota garagaraa keessatti barnoota siyaasaa, waraanaa fi ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiise. https://fb.watch/qvgr5kaam8/
إظهار الكل...
195👍 102👏 17🤔 14🤩 11🤬 2
52👍 35🥰 4
Repost from Jabeessaa Qeerroo
★  #Gadda😥😥 Aana Qarsaa Maallimaa keessa Gafaa Guraandhala 22/2024 ykn 12/06/016 Namoota 4 Dhiira 4 fi Dubartii tokko Daandii Gubbaati osoo hawwaasni ilaalu ajjefye Kan Maqaa Amma Nu gahe Kunooti 1). #Geetuu 2). #Dajanee 3). #Shittoo Yoo ta’an Nama Lama immoo maqaan nun geenye. Gumaan keessan Dachaan baati. Maatifi Firootaf Jajjabina Hawwina. መረጃ፦አሁን በደረሰን መረጃ ይህ ድርጊት የተፈጸመው በቀርሳ ማሊማ ወረዳ በ22/02/24 እንደሆነ ታውቀዋል የተያዙትም 4 ወንዶችና 4 ሴቶች ሲሆኑ አንደኛዋን ሴት ህዝብ እያየ አደባባይ ላይ ሲረሽኗት ለአሁን ስማቸው የደረሰን 1- #ጌቱ 2- #ደጀኔ 3- #ሽቶ ይባላሉ የሁለቱ ስም ለጊዜው አልደረሰንም.....ለቤተሰቦቻቸው መጽናናትን እየተመኝን..... የናንተን ደም በደም ለመበቀል ዛሬም ወንድሞቻችሁ በደጅ አለን!!!!
إظهار الكل...
😢 59👍 32 17👏 2
On February 22nd, a young woman and 4 young men were summarily executed in front of the public by regime forces in Qarsa Malima, Southwest Shawa.
إظهار الكل...
👍 11 3😢 3
"Gorsaan Shimelis duraanii Rooyitarsiif akka himanitti, “dhimma barbaachisoo, kan akka ajjeechaa namoota beekamoo” keessatti ajajni kan dhufu Shimelis Abdisa ykn Ararsa Mardasa, komishinara poolisii Oromiyaa, hanga bara darbe itti gaafatamaa nageenyaa ta’ee guddatutti." https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
إظهار الكل...
How a secretive Ethiopian security committee ordered killings, arrests

How a secretive Ethiopian security committee ordered extra-judicial killings and illegal detentions to crush an insurgency in the largest region, Oromiya.

👍 58😢 24 5🔥 1
"Akka qorannoo Rooyitars gaggeessetti koreen dhoksaa kan Shimelis Abdisaa, Awalu Abdu, Ararsa Mardasaa, Fiqaaduu Tessemaa fi qondaaltota nageenyaa fi siyaasaa biroo 6 kan maqaan isaanii hin dhahamne of keessaa qabu jira. Koreen kun yeroo yerootti walga’ee eenyu akka ajjeefamuu fi eenyu akka hidhamu irratti mari’ata. Ajaja isaanii malee ajjeechaan Oromiyaa keessatti hin raawwatamu. Abiy Ahmad walga'iiwwan kanneen irratti hirmaachuu baatus koreen kun ajaja isaatin bara 2018 uumame. Rooyitars akka gabaasetti ajjeechaan namoota Oromiyaa keessati hiriira bahanii rasaasaan rukkutaman ajaja koree kanaan raawwatame. Dabalataanis jaarsoliin Karrayyuu akka ajjeefaman kan ajajes koree kana."
إظهار الكل...
👍 58😢 14 5👏 2🤔 2🤬 2
“A secretive committee of senior officials in Ethiopia’s largest and most populous region, Oromiya, has ordered extra-judicial killings and illegal detentions to crush an insurgency there, a Reuters investigation has found. Reuters interviewed more than 30 federal and local officials, judges, lawyers and victims of abuses by authorities. The agency also reviewed documents drafted by local political and judicial authorities. These interviews and documents for the first time shed light on the workings of the Koree Nageenyaa – Security Committee in the Oromo language - which began operating in the months after Prime Minister Abiy Ahmed came to power in 2018. The committee’s existence has not been previously reported.” https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
إظهار الكل...
How a secretive Ethiopian security committee ordered killings, arrests

How a secretive Ethiopian security committee ordered extra-judicial killings and illegal detentions to crush an insurgency in the largest region, Oromiya.

29👍 22🤔 6🔥 1
NEWS: Graduation Ceremony of New Trainees in the OLA Central Zone (February 2024) https://www.olf-olahq.org/post/news-graduation-ceremony-of-new-trainees-in-the-ola-central-zone-february-2024
إظهار الكل...
NEWS: Graduation Ceremony of New Trainees in the OLA Central Zone (February 2024)

Related: Latest Batch of Recruits Complete Their Training (August 2023) OLF-OLA (February 17th, 2024) - The Oromo Liberation Army (OLA) is proud to announce the successful completion of rigorous training by a new batch of trainees in the Central Zone. This significant milestone was celebrated in a graduation ceremony that underscored our commitment to excellence, resilience, and the liberation cause. The ceremony, held with due respect for our cultural and revolutionary values, was graced by th

152👍 42🥰 12🔥 6🤔 1
This Facebook account is impersonating me and creating a lot of confusion. Please click the link below and report it: https://www.facebook.com/OdaaTarbii?mibextid=LQQJ4d
إظهار الكل...
👍 107 31😢 17🔥 15👏 6😱 3