ar
Feedback
Dhaabbata leenjii konkolaachisummaa SUMAA

Dhaabbata leenjii konkolaachisummaa SUMAA

الذهاب إلى القناة على Telegram

Suma driving licence center

إظهار المزيد
512
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام
أرشيف المشاركات
Maamiloota keenyaa magaalaa Dodolaa,Hasaasaa,Adaabbaa,kokosaa fi naannoo ishee jirtan maraaf: Akkuma beekamu dhaabbanni keenya fedhii maamiloota keenyaa guutuuf daran cimee hojjetaa kan jiru yoo ta'u magaalaa Dodolaa irratti dhaabbata leenjii bannee haal-duree hunda xumurree barnoota eegallee kan jirru waan ta'eef dhuftanii galmooftanii barnoota akka eegaltan kabajaan isin beeksisna.

Yaadachiisa Maamiltoonni keenya yaada tajaajila keenya irratti qabdan ilaalchisee karaa keessa fi biirootti nuuf hiruu dandeessu. Yoo leenjii gahumsaan leenjite lubbuu kee fi biyyaaf wabii taata.

Leenjitoota marsaa 35 ffaa U1 Maraaf Guyyaan qormaata kompiiteraa keessan wixata dhufu 08/04/2016 eegaluu isin beeksisaa akka sirriitti qophooftan kabajaan isin beeksisna. Dhaabbata leenjii konkolaachisummaa SUMAA Shashamanne

Haala leenjii dhaabbata keenyaa ilaalchisee U1-Awutoomeshinii marsaa 30ffaa Fg2-Awutoomeshinii marsaa 14ffaa T1-Awutoomeshinii marsaa 16ffaa Fg1-Awutoomeshinii marsaa 13ffaa Irra jirra

Namoonni dhaabbata keenyatti leenjita yaada qabdan karaa keessa mee nuu barreessaa.

Konkolaachisaan tokko tokko maaliif suusii garaagaraatiif of saaxiluu danda'a?

Konkolaachisuuf dursa leenji'i