cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Galaana Walaloo

Walaloo Jechuun Taankii Qabbaneessaa Laphee Namaa Uree Seenuudha!

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
1 592
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

#GAAFA_RAAJII Gaafa Hammeenyi miilla Lamaan gabaa dhaqee Gaafa Aadaaf Duudhaan Dabaan karaa maqee Gaafa Qeensi shiraa Hongeerraa Biqilee Gaafa Qoree Gogaan Waraane Ciqilee Gaafa Arrabni namaa Kajeelu Wal hidduu Gaafa namni shakkee Sodaatu Gaaddidduu Gaafa Ollaan Bunaa Nagaa Walii Jibbee Rakkoo wal Afeeree Wal kuffisee Sirbee... (itti fufa) Horaa Bulaa! Liinkii kana Tuquun 👉@Abdiifan , Seentanii Join gootanii Chaaneelii Keenya Galaana Walaloo Jedhu Hordofuun irraa Barachuuf itti Bohaaruu Dandeessu! Yaada Qabdaniif 👉@UmerAbdela
إظهار الكل...
Akkumasaattin yaaliidhaaf waraabee sagalee kana isiniin gahe! Gaaftokko Ulaagaa guutee Isinitti nan baha
إظهار الكل...
Yaadannoo Hacaaluuf.mp30.81 KB
#MAAL_MALLISAA" Jettee? ♥♡♥♡♥♡♥ Umurii jiraatte Nuuf jettee Lallabdee Haqa falmuurratti Lubbuu kan kee dhabdee Teenyee osoo Lakkoofnuu Guyyaa Yaadannookee Kunoo waggaa geenyeem Oromoon Qomoonkee Si dhabuun dhabamuu Tahee jiraam nuttii Akka hin taane taaneem Hin jirruum jiruuttii Sin dagannuum Hace Eessaa si dagannaa? Seenaakee kichuu sana Akkamiin waakkannaa? Sabnikee du'akeef Si faana gugatee Gufuu hin eegamneen Dhahamee Gufatee Ciniinsuutti jiraam Ulfichoo hin dhalannee Waadaakeef kan sabaa Karaatti hin dagannee...(Itti fufa) Nutti toleera yoo jettan, Dafeen isin dhaqqabsiisa Waan #Dubbistaniif galatoomaa! Share, comment fi Like naaf godhaa isiniin jedhee hin beeku! Ni gootumoo ni dhiistu? Liinkii kana Tuquun 👉@Abdiifan , Seentanii Join gootanii Chaaneelii Keenya Galaana Walaloo Jedhu Hordofuun irraa Barachuuf itti Bohaaruu Dandeessu! Yaada Qabdaniif 👉@UmerAbdela
إظهار الكل...
#updated Mana hidhaa irraa erga bahee Booda Jaal Abdi Raggaasaa humna tikaan butamuun osoo gara manaa galaa jiranii daandii irraa gara mana hidhaa Alamganaatti geeffamaa jiru.
إظهار الكل...
IMIMMAAN RAKKINAA Abbaa rakkoo taanee Rakkina dhalchinaa Ulee baraan oofnee Dallaatti galchinaa Haadha rakkoo taanee Ciniinfannee deenyaa Rakkinuma dhalleen Wal Gaafanna beenyaa Imimmaan rakkinaa Kuufamee nu dhoraa Akka baala raafuu Barbaadee nu coraa Numarraa dhalatee Numaanis rakkisaa Galaana gammachuu Qileetti Jallisaa Sossobbii isheetiif Wareegaan as geenyee Har'as ni lolaati Ustee gad hin teenyee Lola'uushee malee Qooruushee hin agarruu Haqa qoqossaatiim Funyaan qabdee dharruu Harqaa bara baanee Baratti darbinaa Bulee yoo bari'u Mudachaa salphinaa Nat qoorsa jedhanii Wal harkaa ishee butuu Dabaree Galanii Natu caalaaf Dutuu Liinkii kana Tuquun 👉 @Abdiifan , Seentanii Join gootanii Chaaneelii Keenya Galaana Walaloo Jedhu Hordofuun irraa Barachuuf itti Bohaaruu Dandeessu! Yaada Qabdaniif 👉@UmerAbdela Waan dubbistaniif Galatoomaa!
إظهار الكل...
#HAAMTUU_QUBA_CIRTE _________\\__________ Hin saalfannee baraa Jalloo Dugda Ookkoo Quba Harkaa Ciruudhaan Kan dalagdu Cookkoo ♧♣♣♧♣♧♣♣♣ Harkumaan Tolfamtee Qubasaa irraa cirtii Qaamuma Tokkicha Bakka Lamatti Hirtii ♧♣♣♧♣♣♣♣♧ Xaafii Haami jennaan Diddee Quba murtee Waasii Waami jennaan Dheefa yaadaa Bultee ♧♣♧♣♧♣♧♧♣ Uuruushee Jallistee Gaareffachuu Biraa Daba Yaaduu malee Galanni eessa Jiraa? ♧♣♧♣♧♣♣♧♣ #HORAA_BULAA
إظهار الكل...
...Jirraa afaaniitiin Geenyees dhuma lafaa Garuu hojiin fullaanee Gahuu dhabuun fafaa
إظهار الكل...
#FREE_12+2 Karoorri baafamu Milkaayuu hin dandeenyee Jijjiiramee bulaam Kan kalee dhageenyee Yeroo hin beekamnetu Karooras Hooggannaa Raajiidhaam jarana Jiruumti booddanaa Nuti warri 12+2 Teenyee Eegaa jirraam Guyyaa dhufee darbuu Ji'a qotu malee Jiidha hin qotan Jedhuum silaa sanyii garbuu Bor boriin yoo hammaatte Lafee gootiim Tiruu Dhiiro mee waa jedhaa Maali falli jiruu? Waa marri nu dhibee Barri gatii dhabeem Waan amma bareedutu Egeritti darbeem... Waan dubbistaniif galatoomaa! 12+2 Qofa miti Warri biroonis ni jirtu Kan barri Qamalee Muka gadhiiste kan Lafas hankaakte taatan! Liinkii kana Tuquun 👉@Abdiifan , Seentanii Join gootanii Chaaneelii Keenya Galaana Walaloo Jedhu Hordofuun irraa Barachuuf itti Bohaaruu Dandeessu! Yaada Qabdaniif 👉@UmerAbdela
إظهار الكل...
#HAADHAKOO! Sirraa dhaladheetan Ta'eem nama guutuu Addunyaa Bal'oonuu Bakkakee naan buutuu Gadameessa keetti Ji'a sagal Baatamee Dhaladhees Guddachuuf Sitti dabaalamee Kunoo hanga har'aayyuu Ati narraa hin haftuu Bultee na eebbistaam Kan garaa naaf Laaftuu Eebbikees utubee Na godheeraam namaa Naaf jiraadhu ammallee Maaloo waggaa kumaa Oolmaakee deebisuun Ulfaatullee Anattii Sin Jaalladha Haadhako Warqeedha naaf Atii... Liinkii kana Tuquun 👉@Abdiifan , Seentanii Join gootanii Chaaneelii Keenya Galaana Walaloo Jedhu Hordofuun irraa Barachuuf itti Bohaaruu Dandeessu! Yaada Qabdaniif 👉@UmerAbdela
إظهار الكل...
#ATIYYUU_NU_DANDEENYAAN Uumama mara baattee Jijim jettee Dhaabbattaa Isa guyyaansaa gahes Hasaasteema waammattaa Si bira gad hin darbu Garaa keetti simattaa Gaariifi badaa hin jettuum Ati eenyuuf rifattaa? Dugdikeehoo hin dadhabuu Sumarratti sirbinaa Sumarra tarree gallees Dhaabiitti wal jibbinaa Atiyyuu nu dandeenyaan Nuti waliif hin tollee Maalummaa keenya hin barreem Kunoo gaafa tokkollee Ati duudaadhaam Dache Sin dhageenyuum Dubbattee Kunoogaa Ilmaan Adam Sirratti wal tuffattee Silaa kan walii galtu Dubbattee wal dhageessee Rakkoon dugda keerratti Didee walitti hadheessee Kunoo Teessee rakkatti Boqonnaa wal dhorkitee Ati beektaaree Dache Haqni eessatti sokkitee?... Link kana Tuqaa Join gochuun Galaana Walaloo seenaa 👉 @Abdiifan Yaada qabdaniif👉 @UmerAbdela
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.