cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Faa'izaa Iliyaas

إظهار المزيد
فنلندا741لم يتم تحديد اللغةالسياسة9 138
مشاركات الإعلانات
3 248
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-77 أيام
-6930 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Repost from Boontuu Baqqalaa
Photo unavailableShow in Telegram
Atileetii sifan hassan atileetoota Itiyoophiyaatiin dhiibamuu himatti. Abshir boqonnaa itti aanutti hin injifattaa. Intala gootaa! https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0muRvCSxgwfxZ1ne17RzQMea5vdUpraKYnZNrXByGqqaf7jpDAj3VSWqhZnKcVi96l/
إظهار الكل...
Repost from Etana Habte
Tigiraayitti: labsii duguuggaa Sanyii raawwatan. Daa’imman hedduu gudeedan; dargaggoo hedduu ammoo boolla tokkotti rashanan. Benishanagulutti: Oromoo Matakkal, Gumiziifi sinaashaa diguugan. Qimaantiifi Wallootti: lubbuu ilmoo namaatti geeraran. Dhukkubsataa ambulaansiirraa buusaniitu jeeji’an. Manneen amanataa hedduu abiddaan barbadeessan. Biyya keessa qofa miti; ollaattis hiixatanii Sudaaniifi Itiyoophiyaa walitti kaasaniiru. Lafa qabiyyee Itiyoophiyaa bara dheeraa saamsisaniiru. Walumaa galatti Jarri Finxaaleyyii Amaaraan kun Rakkoo nageenyaafi siyaasaa biyyattii mudate da’oo godhatanii, hawaasummaa, dinagdeefi siyaasa biyyattii dhidhimatti gataniiru. Mootummaan Federaalaa yeroo ammaa kana garee kana waliin lola walitti banuusaatu himamaa jira. Addumaan garee jibbaafi loogii sanyummaan machaa’e kana adaba qabsiisuuf socho’amaa jiraachuu miidiyaaleen hafarsaa jiru. Yoo kun hundi dhuguma ta’e, mootummaan madda rakkoo biyyattii dhugumatti arguusaa mirkaneessa. Madda rakkoo biyyattii kan ta’e, ilaalchi siyaasa dulloomaa carqiifi qilleensa kaabaa keessa jiru kun yoo rukutame, araarriifi waliif galteen namoota siyaasaafi wal amanuun sabootaallee amma ta’e ni argama. Walumaa galatti Mootummaan humnoota finxaaleyyii kana haleeluuf, akkuma gaafa lola Tigiraay sanatti duula Kitat jedhu uummataaf yoo waame… duulli kun dhugumatti duula of baraaru ta’uu mala. Garee quufaa kanaaf barannoo gaarii kennuuf dhugumatti kitatiin ni barbaachisa. Warri mootummaa harka keessa qabachuu baateef, garee jibbiifi loogiin macheesse kana isin waliin loluun dhugumatti hiika of baraaruu jedhu ni qabaata. Biyyattiis yaaddoo hamaarraa ni oolcha. - Walloon nagaa haa argatu. - Horro Guduruu Nagaa haa argatu - Wallaggi Bahaa nagaa haa argatu Mootummaan dhugumatti garee Finxaaleyyii kana adaba qabsiisuu yoo yaade, haawasa keenya sababa haleellaa finxaaleyyii daangaa darbanii qaqqabsiisaniin buqqaafamee faffaca’e jiru kanarraa, meeshaalee waraana aadaa hiikuu dhiisee, meeshaalee ammayya haa hidhachiisu. Dargaggeessi utuu ijaan ilaaluu abbaafi haadhasaa dhabe, abbaan utuu dhaabbatee ilaalu qabeenyisaa saamame, uummatni utuu ilaaluu lammiisaarraa mormi muramee itti geerarame, yoo haalli mijate, jara quuftuu kana bakka qabsiisuuf ga’aadha jedheen yaada. “Nafxaaanyaan kaleessaa har’as borus diina Oromooti”
إظهار الكل...
Repost from Etana Habte
Gadda guddaa: nama guddaa tokko dhabne har'a. Kichuun ganaa lafaa ol guddatu yoo karaatti hafu arguu caalii wanti qalbii nama cabsu hin jiru! Yeroo hunda biyya keenya keessatti lubbuun namoota qulqulluu akka hin beekkamnee fi nama hin bekkamneen galaafatamti! Dhiigni miskiinaa dhangala'eetuma hafa. Qaamni seeraa garuu qorannoo mana yaalaa irraa argatanis isoo ummataaf hin ibsin irra diddibanii ukkaamsanii bira darbu!! Dhugaa warra qulquulloota hunda Rabbiin nuuf haa baasu. https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid02VF8BkVhQRruhFyZsHaeHES8gwwnVXiQ7rgGuceCNuL6VVStSzUTVgTwZqjdyQWzzl/?app=fbl
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Repost from Etana Habte
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Repost from Etana Habte
Oromiyaan gadda irra jirti😥 Nama hidhaa fi doorsifni gadi qabuu dadhabde har'a duuti gadi qabde... 👉https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid02xfjP9BqnaE1kk1cCmMQTBhusg17wDLVDEcosdMqK4YzMFdNwHqvRVFGRjYK5wbdnl/?app=fbl
إظهار الكل...
Nama hidhaa fi doorsifni gadi qabuu... - Gemeda J Mohammed

Nama hidhaa fi doorsifni gadi qabuu dadhabde har'a duuti gadi qabde...silaa Duuti nama hin beekneen tola jedha oromoon,Amma kana maal jedhee akkaan itt...

Repost from Boontuu Baqqalaa
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Photo unavailableShow in Telegram
إظهار الكل...
https://t.me/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r0517431734 👉 Start Jechuun Bank Oromia irra badhafamaa taha
إظهار الكل...
Repost from Etana Habte
Akkam jirtu oromoo koo account haaraan dhufneerraa fuula instagram koo link kana banuun follow godhaa🙏 otoo hin goone hin darbinaa👇👇 https://instagram.com/etanahabte23?igshid=ZDdkNTZiNTM=
إظهار الكل...
Repost from Etana Habte
OPDOn waan ummanni dide gochuurraa ofqusachuu qabdi. Ummata dhaggeeffadhaa!
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.