cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Odeeffannoo Artii

Yaadaaf qeeqa yoo qabaattanii kanaan nuu qunnamaa📣📢📣🔉 @cubic24bot @art_information1

إظهار المزيد
فنلندا2 849لم يتم تحديد اللغةالفن والتصميم12 222
مشاركات الإعلانات
1 014
المشتركون
-124 ساعات
-47 أيام
-2230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
🔰 BAGA NAGAAN DHUFTAN 🔰 Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera. Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Cubic. 🔽 https://t.me/Ethiotelecom_Afaan_Oromoo_bot?start=r0638829867 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Cubictiin galmaa'aa. JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO
إظهار الكل...
🔰JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO 🔰
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Hulluuqqoo Tiyaatira haala qabatama oromoon dabarsee fi amma illee itti jiru haalan kan lafa kaa'edha. Xiiqii, Obsaafi dandeettii Ummanni Oromoo qabu fi haqasaa deeffachuuf qabsoo taasise agarsiisa. Tiyaatirri kun bara 1995 Abdulnaasir H/Huseeniin barreefame.
إظهار الكل...
🔥 2
Photo unavailableShow in Telegram
3
Iskiriiptii tiyaatira muuziqaa yeroo barreessinu, seeneffama dirqisiisaa fi kabaja qabu uumuuf wantoota ijoo hedduu ilaalamuu qabu. Adeemsa kana keessatti tarkaanfiiwwan bal’aa nuu qajeelchan tokko tokko warreen armaan gadiiti: 1. Qorannoo fi Hubannoo gochu: Jalqabi  barreeffama aadaa, duudhaa, seenaa, fi gosa yaada dabarsuu barbadduu iskiriiptii kee keessatti irratti xiyyeeffachuun gadi fageenyaan qorachuudhaan jalqabi. Kun hojii dhugaa fi uummata walin walitti dhufeenya qabu akka hojjetuuf sii gargara. 2. Guddina Amala Charactera uumuu: Taatota keef kallattii ati kennitu yaada akka ta'aani hojjetan ykn calaqqisiisan barbaddu kanaaf  yaada hanqina ykn kufaatii ilaalcha addaa fi qabsoo namoota dhuunfaa keessa jiran agarsiisuuf uumuuf carraaquu. 3. Mata duree fi Ergaa kee ilaali: Mata duree ykn ergaa waliigalaa karaa muuziqaa keetii dabarsuu barbaaddu murteessii. Hojii keen aadaa kabajuu, eenyummaa sabummaaf qabdu sirratti qorachuu, ykn dhimmoota hawaasummaa furuu barbadee iskiriiptiin kee keessan seeneffama hiika qabuu fi yaada namaa kakaasu akka dhiyeessu dandeessuu mirkaneessi. 4. Tumsa qabachuu: Namoota hojii kee keessaatti hojjechuf jiran dhuunfaan  iskiriiptii kee keessatti agarsiisaa jiratu waliin tumsuu yaadaa, Hubannoo fi ilaalchi isaanii seenaa kee himuuf qaban  dhugaa fi gad fageenya Kan qabu waan gatii guddaa qabu hikaa kennuu danda’a hubachiisi. 5. Music and Lyrics: Muuziqaa fi jechoota duudhaa muuziqaa fi sagaleen Isa waa'ee ati calaqqisiistu irraa kaka’umsa Kan uumuuf dhaggeeffattoota keessaniif caalaatti yaada ergicha keessa tursu fi hawwatuu ta’u Isa hubadhu. 6. Haala Seenaa: Iskiriiptiin kee taateewwan seenaa ykn wabiiwwan gurguddoo kan of keessaa qabu yoo ta’e, sirritti fi kabajaan akka agarsiifaman mirkaneessi. Haalli seenaa seeneffama kee irratti gadi fageenya dabaluu fi aadaa bakka bu’aa jirtu irratti hubannoo bal’aa uumuuf gargaaruu danda’a. 7. Miiraa dhugaa qabachuu : Hojiin kee dhugaa ta’uu fi ilaalcha miidhaa geessisu irraa bilisa ta’uu isaa mirkaneessuuf gorsitoota aadaa ykn namoota dhuunfaa hawaasa sanaa wajjin mari’adhu. 8. Yaada Fooyya’iinsa qabachuuf hojjedhu: Iskiriiptii kee fooyyessuu fi yaaddoo ykn sirrii ta’uu dhabuu danda’u kamiyyuu furuuf namoota dhuunfaa saba ati agarsiiftu keessa jiran irraa, akkasumas ilaalcha adda addaa irraa yaada barbaadi. Dajanee Tasfaa 👇👇 @art_information1 @art_information1
إظهار الكل...
🔥 2
Photo unavailableShow in Telegram
Repost from Oro Love Quote
Photo unavailableShow in Telegram
EID-MUBARAK!
إظهار الكل...
Ed-Mubaarak
إظهار الكل...