cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

BABILE VINE

Hy guys🙌😊dis iz redi's nd bili's channel🌹 In dis channel u get 👇 👉Cool pics 😎 👉Funny videos🤗 👉Vines🤪 👉Memes😁 👉Best quotes😊 👉Love quotes❤ 👉Friendship quotes👫 👉mix music🙌 Admins @B_vine_group @Babilevine_bot Fb.me/Babilevine

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
192
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

😥Rakkannee dhiphanus Hin kutannu Abdii Jireenyi adunyaa Bu'aa baii qabdii😥♥ @Babilevine
إظهار الكل...
😃beela sa'aa sagalii Michii sa'aa jahaa rabbiin Nurraa ha qabu🙄 @Babilevine
إظهار الكل...
😄jaalalee ñama wantii jadhamu hin jirtuu Hanga Nikaa godhatani ñama hundati Wal qixxaa saiaba dafii nikha goradhu😄 @Babilevine
إظهار الكل...
Hudduu abbaan gate Tucheen sagal cinniinti🙌 @Babilevine
إظهار الكل...
😄dhama'an dhama'e siin dhiisu si dhamaasa sheeyxana Fi jinii irraa qaba gargaarsa dheessutu sibaasa jadhe✔️ @Babilevine Raayyaa abbaa Mancaa ❤️
إظهار الكل...
😃taa guyyaa Eida heerumte guyyaa hunda Eida seeti 😄 @Babilevine Kkkkkk
إظهار الكل...
Gaafa MM Dr.Abiy Ahmed gara angootti dhufan, Ajajoota waranaa walitti qabee Akeekachisa keennaafi ture. Dr.Abiy Ahmed: kanaan Booda hiriirri barbaade yoo tasifame Rasaasa tokko dhukasuun dhorkadha, Ajajaa waranaa: akkamitti? An naaf hin gallee Dr.Abbiy: konkolaata bishaani isinif qophessina kanaaf bishaan qofa itti facasuudhan tasgabbi uumu qabdu Ajajoota waranaa maraaf Dubbiin tun hin liqqimfamne yeroo kana isaanis akkana jadhaniin MM tiin Ajajaa waranaa: ummata Rasaasni of duuba debisu dadhabe bishaan akkamitti of duuba debisu dandaa'a? Dr.Abiy Ahmed: bishaanifi bishaan qofa fayyadamu qabdu xumureen jira. Ajajoonni Waranaa akka MM of duuba hin deebine murannoo isaa yeroo argan tokko keessa ol ka'e, yoo maal jadheen gaariidha isinitti fakkaate,.... .. .. Ajajaa Waranaa: tole garuu, bishaan danfaa(ho'aa) itti fayadamu qabna jadheenii hafuura baafate🤣🤣🤣🤣 @Mahiralioffers @Mahiralioffers
إظهار الكل...
😜 2
😂
Nama fudha Ka'e Hin Fudhiin Jechuni Irraa Nama Of Ajjeessu Demu Of Hin Ajjeessin Jechuni Wayya Jiraachu Nifedhaa Wan Ta'ef Walh Dhugaa...!! @Babilevine
إظهار الكل...
JECHOOTA JAALALAA FI BASHANANA ❤️sinaaf fi obsa sinaaf-:helo bilbiltee ture mal si hagargaruu? Obsa-: akkan si jaaladhu sitii himuufi, si Kadhiimachuun fedha maal jatta Ati sinaaf-: tole rakko qabu garu Malaqaa ni qabdaaree Obsa-:ooh Malaqaa barbaanna Bankitii heerumi 😍😍😍kkkk T.me/Babilevine
إظهار الكل...
BABILE VINE

Hy guys🙌😊dis iz redi's nd bili's channel🌹 In dis channel u get 👇 👉Cool pics 😎 👉Funny videos🤗 👉Vines🤪 👉Memes😁 👉Best quotes😊 👉Love quotes❤ 👉Friendship quotes👫 👉mix music🙌 Admins @B_vine_group @Babilevine_bot Fb.me/Babilevine

MAALLAQNI ┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄ → Mana malee, maatii hin bitu! → Siree malee, irriiba hin bitu! → Kophee malee, miila hin bitu! → Amartii malee, jaalala hin bitu! → Fuullee ijaa malee, ija hin bitu! → Qoricha malee, fayyaa hin bitu! → Rasaasa malee, jireenya hin bitu! → Cubbuu malee, qulqullummaa hin bitu! 🙏🙏🌴 JOIN 🌴🙏🙏 @Babilevine @Babilevine
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.