cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Ijoollee Ifaa

Guyyaan gooftaa immoo akka #hattuun dhuftutti in dhufa; 2 Pheexroos 3:10 Utuu Kiristoos amma dhufee'oo? Qophoofteettaa?😮 Nu Qunnamuuf @IjoolleeIfaa_bot fayyadamaa! Garee Ijoollee Ifaa © 2015 E.C

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
999
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Nagaan isiniif haa ta'u! Ijoolleen bara kana qormaataa biyyoolessaa kutaa 12'ffaa qoramtanii, darbitanii ramaddiin Yunivarsiitii isiniif bahe Fellowship barattootaa mooraa itti ramadamtan sana keessa keessa jiran website myFellow.et irraa argachuudhaan odeeffannoo barbaaddan ilaaluu akkasumas utuu gara Yunivarsiitii sanaatti hin imaliin mana keessan teessanii miseensa taatanii galmaa'u dandeessu. Myfellow.et 👈Link kana tuquudhaan maqaa Yunivarsiitii itti ramadamtanii galchuudhaan "Search" gootanii Fellowship Yuniversiitii keessan keessa jiru argachuu dandeessu. MyFellow.et by Great Commission Ministry Ethiopia Eeebbifamaa!
إظهار الكل...
1Yoh. 3 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Abbaan jaalala guddaa attamii akka nu argisiise mee ilaalaa! Jaalala kanaan nuyi ijoollee Waaqayyoo jedhamnee in waamamna; dhugumas nuyi ijoollee isaa ti. Biyyi lafaa immoo Waaqayyoon waan hin beekneef, nu hin beeku. ² Michoota ko! Nuyi amma ijoollee Waaqayyoo ti; isa booddee immoo maal ta'uuf akka jirru mul'ataa miti. Haa ta'u iyyuu malee, yommuu inni mul'atu inni akka jirutti isa arguuf waan jirruuf, akka isaa akka taanu beekna. @IjoolleeIfaa316 @IjoolleeIfaa316
إظهار الكل...
Ibr. 10 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹⁹ Egaa yaa obboloota ko! Yesus dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin gara iddoo isa hundumaa irra caalaa qulqulluutti galuudhaaf ija jabina qabna. ²⁰ Inni foon isaatiin karaa haaraa, karaa yeroo hundumaa jiraatu golgaa sana keessaa nuuf bane. ²¹ Lubicha guddicha isa manni Waaqayyoo itti kenname qabna. ²² Kanaafis nuyi warra yaadni garaa isaanii hamminattii qulleeffame, dhagni isaaniis bishaan qulqulluudhaan dhiqame taanee, kottaa garaa dhugaadhaan, amantii guutuudhaanis Waaqayyotti in dhi'aannaa! @IjoolleeIfaa316 @IjoolleeIfaa316
إظهار الكل...
Gal. 1 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁶ Isa karaa ayyaana Kristos isin waame irraa garagaltanii, akkas ariifattanii gara wangeela kan biraatti goruu keessaniif nan dinqifadha. ⁷ Wangeelli biraa illee hin jiru; garuu namoonni isin wallaalchisanii, wangeela Kristos garagalchuudhaaf barbaadan tokko jiru. ⁸ Haa ta'u iyyuu malee, ani yookiis ergamaan waaqa irraa tokko, wangeela isa nuyi kanaan dura isinitti himnettii kan gargar ba'e yoo isinitti hime, abaaramaa haa 'ta'u! ⁹ Akkuma ani kanaan dura dubbadhe, ammas immoo keessa deebi'ee nan dubbadha; eenyu illee wangeela isa isin fudhattanittii kan gargar ba'e yoo isinitti hime, abaaramaa haa ta'u!
إظهار الكل...
Jireenyi keenya akkuma ijaarsa manaati. ni ijaarama. 1️⃣ Self development 2️⃣ Spiritual mind set 3️⃣ we filter out anything we don't want to have show up by Gods word and Focus on what we Desire! 4️⃣ Waan jireenya fooniif Hafuura Ijaarutu dubbatama! https://t.me/ofijaaruu
إظهار الكل...
OF-IJAARUU

Jireenyi keenya akkuma ijaarsa manaati. ni ijaarama. 1️⃣ Self development 2️⃣ Spiritual mind set 3️⃣ we filter out anything we don't want to have show up by Gods word and Focus on what we Desire! 4️⃣ Waan jireenya fooniif Hafuura Ijaarutu dubbatama!

Ergaa Phaawuloos gara warra Filphisiyuusitti Erge Boqonnaa 3 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁴ Haa ta'u iyyuu malee, ani ofii kootii isa kan foonii iyyuu amanachuudhaaf sababii qabaachuu nan danda'an ture; namni biraa isa kan foonii kana amanachuudhaaf sababii qaba yoo of se'e, ani immoo isa caalaa iyyuu sababii qaba. ⁵ Dhaladhee gaafa saddeetaffaan dhagna qabadhe; sanyii Israa'el, gosa Beniyaamin keessaan dhaladhe. Abbaan koo fi haati koo Ibroota waan ta'aniifis ani Ibricha makaa hin qabnee dha; karaa seera eeguu immoo ani warra Fariisotaa keessaa tokko. ⁶ Seera sanaaf hinaafuu irraa kan ka'e waldaa amantootaa ari'achaan ture; qajeelummaan seericha eeguudhaan in argama utuu ta'ee, ani isatti mudaa hin qabun ture. ⁷ Amma garuu Kristosiif jedhee, wanta bu'aa anaaf qaba ture hundumaa akka waan gatameetti lakkaa'eera. ⁸ Dhuguma iyyuu gooftaa koo Kristos Yesusin beekuun hundumaa irra waan caaluuf, ani waan hundumaa akka waan gatameetti nan lakkaa'a; Kristosin bu'aa koo godhachuudhaaf kun hundinuu anaaf waan gatame ta'eera; akka kosiittis isa lakkaa'eera. @IjoolleeIfaa316 @IjoolleeIfaa316
إظهار الكل...
Ayyaana Kutaa 3ffaa Kutaa 1ffaa👇 https://t.me/IjoolleeIfaa316/527 Kutaa 2ffaa 👇 https://t.me/IjoolleeIfaa316/529 Kutaa 3ffaa 👇 https://t.me/IjoolleeIfaa316/531 Yaadaa ykn gaaffii yoo qabaattan @IjoolleeIfaa_bot irratti nuuf barreessuu dandeessu. Eebbifamaa! @IjoolleeIfaa316 @IjoolleeIfaa316
إظهار الكل...
Ayyaana Kutaa 4ffaa.ogg9.41 MB
Hara'uumsi(Reformation) ergaa ayyaanaa kan biran jiraa? Akkuma beekamu hara'uumsi(Reformation) ergaa ayyaana bara Martin Luter ( 1517) Irraa kaasee dubbin/ergaan ayyaanaa, namni hojii mataa isatiin akka hin fayyine, fayyinni Waaqayyo namaaf kennuu amaantii irraa akka dhabbatu fi qajeeluummaa( justification) akka Waaqayyo namaaf kennuu barsisudhaan jalqabe. Itti dabaluunis 'Sola' shanan lafa kaa'e. 1: Sola scriptura: “Scripture alone” 2: Sola fide: “faith alone” 3: Sola gratia: “grace alone” 4: Solo Christo: “Christ alone” 5: Soli Deo gloria: “to the glory of God alone” Yeroo hikaamuus. 1: Macaafa qulqulluu qofa. 2: Amantii qofa. 3: Ayyaana qofa. 4: Kristoos qofa. 5: Ulfina waaqayyoof qofa. Kan jedhu ture. Kana qofas utuu hin taane qulqullumman adeemsa (progressive) akka ta'e bara haroomsaa kanatti barsiifama ture. Barumsi tokko tokko garuu qulqulluummaan adeemsa( progressive) miti jechuun barsiisu. Kanafuu (New Grace Reformation) hara'uumsa kan biraa barbaachisa jedhu. Dhuguma hara'umsa haaraa barbaachisaa? Yeroo dhiyootti, ergaa sagaleetiin nu eegaa! @IjoolleeIfaa316 @IjoolleeIfaa316
إظهار الكل...
Ayyaana Kutaa 3ffaa Kutaa 1ffaa 👇 https://t.me/IjoolleeIfaa316/527 Kutaa 2ffaa 👇 https://t.me/IjoolleeIfaa316/529 Yaadaa ykn gaaffii yoo qabaattan @IjoolleeIfaa_bot irratti nuuf barreessuu dandeessu. Eebbifamaa! @IjoolleeIfaa316 @IjoolleeIfaa316
إظهار الكل...
Ayyaana Kutaa 3ffaa.mp315.33 MB
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Attention, every resident of Ethiopia can get 200 ETB❗️ For subscribing to the Commercial Bank of Ethiopia Telegram channel. Go to their channel, channel below 👇🇪🇹 Just login to Telegram to subscribe!
إظهار الكل...
Channel CBE ( CLICK ) subscribe!