cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromo Technology

Kan sirraa dhalateef kan sitti baqate ija tokkoon ilaalta Hormaaf fira hin jettuu kan beel'eef laattaa hundaaf garaa laaftaa Hundaa qabeetti koo oromiyaa Hundaa Hawwattuu ko oromiyaa Hundaa qabeettin koo hin waakkatu Rakkataa kee hin gattu.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
375
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...
👍44
👎21
🎺Oro promotion🎺 channelota afaan oromotif qof waren promotion hojechisu barbadanif qofaaf haal ajayibaa ta'en isinif hojanaa🎺
إظهار الكل...
BEST AFAAN ⚫️R🔴M⚪️ CHANNEL JOIN & SHARE 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👍 Sirboota afaan Oromoo kan durii fi haaraa yeroo yerooti argechu barbaadu 🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗 👍Oromoo culture Aadaa ummata oromoo dhokatte turee iffati baasuf seenaa ummata oromoo oromotaaf kan barsiisu 🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗 👍Asoosaama gabaabaa haala hawataa ta'en isiin biraan geenyaa filanoon kessaan nuy haata'u 🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗 👍 Odeeffannoo fiilmiilee haaraa fi sirboota haaraa ho'aa ni barbaadduu🆗🆗🆗🆗🆗🆗 👍Walaloo jaalalaa mimidhago qalbi namaa hawatun isiinif qopesinera argechuf🆗🆗🆗🆗🆗 👉Oromo Technology Hubannaaf Technology ka feetan kottaa🆗🆗🆗🆗 more:-oro_promotion🆗🆗🆗🆗 obsii28
إظهار الكل...
Password Cabsuun Maal Jechuudha ? Password Cabsuu jechi jedhu jecha walii galaatti Himni kun weebsaayitoota,faayiliwwan fi meeshaale elektroniksii password dhaan cufaman hundaaf akka garagaraatti hiikkama. Password akkaawuntii Facebook cabsuu, email gmail cabsuu, akkaawuntii weebsaayiti tokko irra jiru cabsuu, password iphone cabsuu, password mobila android Cabsuu. …fi kkf Password cabsuu jechuun maal jechuudha ? Fakkeenyaaf mobilli samsung teessan password isii le daraar371 ka jedhudha haa jennu. Namni password mobila teessani hin beekne, garuu mobila teessan password isin fayyadamtan saniin banuu barbaade dirqama password mobila samsung teessan san cabsee password keessa isa daraar371 jedhu san beekee booda mobila teessaniti password daraar371 jedhu itti guute banachu qaba, Dubbiin ijoon mobila teessa banu jechuu osoo hin taane password keessan isa daraar371 jedhu irra gahuudha. Password keessan isa daraar371 jedhu san mobila teessan keessa argachuuf software adda addaatti fayyadamee password keessan mobila keessaa argata. Malli software fayyadamanii mobila teessan keessaa password daraar371 jedhu san argachuu sun “password cabsuu” jedhama. Akkuma kana kan Akkaawuntii Facebook keessaniis, duraan dursee akkaawuntiin keessan eessa jira ?, deebiin akkaawuntiin keessan kompiiteroota guguddaa ‘Server’ jedhaman kan biyya ameerikaatti argamu keessa jira. Kanaafu password akkaawuntii Facebook keessan cabsuuf kompiiteroota guguddaa server jedhaman kanniin irratti software adda addaa fayyadamnee YAALII password akkaawuntii Facebook keessani cabsuu gochuu jechuudha. GAAFII – Yaaliin kun, Kan PASSWORD AKKAAWUNTII FACEBOOK CABSUU jedhamu milkaahuun password akkaawuntii Facebook cabsuun ni danda’amaa. HUBACHIISA – faayilii,email,akkaawuntii Facebook namaa karaa hedduun seenuun ni danda’ama. – faayilii banuu,email, fi Akkaawuntii tokko bananii seenuu jechuun dirqama Password akkaawuntii sanii cabsanii seenuu jechuu miti, password karaa hedduun hatuun ni danda’ama,kunis password hatuu jedhama malee password cabsuu hin jedhamu. GAAFII – PASSWORD AKKAAWUNTII FACEBOOK CABSUUN NI DANDA’AMAA ?. *MOBILLI IPHONE MALA EEGGUMSAA ADDAA QABDI INNIS SA’A 1 KEESSATTI YEROO MURTAAHA QOFA PASSWORD ITTI GALCHUUN AKKA YAALTAN GOOTI, YEROO MURTAAHE BIRA TARRAAN ISIN IRRATTI CUUFAMTI. 👉@oromotechnology
إظهار الكل...
Best Afaan Oromo Channel ever Just Join And Share ⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️ 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 ⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️ 👉@oromomusic 👉@lammiif 👉@barattoota 👉@irreecha 👉@oromoTech 👉@humnagaariiyaduu 👉@oromotechnology 👉@sports24 👉@orotech 👉@afranqallo 👉@Keenboon_KB_430 Kan Hafee yoo jiraate @dararasfawossen naa beksisaa Hora Bulaa Debanaa!
إظهار الكل...
Oromo Technology Kan sirraa dhalateef kan sitti baqate ija tokkoon ilaalta Hormaaf fira hin jettuu kan beel'eef laattaa hundaaf garaa laaftaa Hundaa qabeetti koo oromiyaa Hundaa Hawwattuu ko oromiyaa Hundaa qabeettin koo hin waakkatu Rakkataa kee hin gattu. https://t.me/oromotechnology
إظهار الكل...
Oromo Technology

Kan sirraa dhalateef kan sitti baqate ija tokkoon ilaalta Hormaaf fira hin jettuu kan beel'eef laattaa hundaaf garaa laaftaa Hundaa qabeetti koo oromiyaa Hundaa Hawwattuu ko oromiyaa Hundaa qabeettin koo hin waakkatu Rakkataa kee hin gattu.

Karoota sadiin Password Facebook keessanii isin jalaa itti hatamu. 1.Mala Hawaasummaa(Social Engineering) Malli kun salphamatti dadhabinna keessanitti fayyadamuun akkaawuntii Facebook keessan banani seenu jechuudha, innis maloot heddu uf keessaa qaba muraasni isaani -password keessan tilmaamu, kunis lakkoofsa bilbila keessan itti yaalu,lakkoofsa bilbila keessan email facebook sanitti yaalu -Forget password ka jedhuun filannoowwan facebook fiduun isin fakkaatanii odeefannoolle keessan itti guutu,odeefannoolle keessan email Facebook guutuun email banuu yaalu. 2. Qurxummeessuu(Physhing) Akka mala kanaatti dura warri password isin jalaa hatuu barbaade websaayiti Facebook fakkaatu hojjatanii linkii isaa isinitti ergu booda yeroo isin linkii san bantan websaayiti fuula Facebook cufame fakkaatutu isinitti dhufa isin ammoo weebsaayiti facebook isinitti fakkaate password fi email itti guuttanii login ka jedhu tuqxu booda eega isin login tuqxan linkichi gara warri linki isinitti erge ajaje isin fida. Password fi email keessan ammoo warroota linki isinitti erge bira dhaqa. 3. Keylogger Keylogger jechuun akaakuu softweerota password fi email dabalatee wanta isin keyboard keessan fayyadamtanii barreessitan hunda galmeessu jechuudha, Keylogger gosa lamatu jira. Inni tokko waan isin keyboard fayyadamtanii barreesitan hundaa galmeessee kompitera keessatti save godhuudha booda namichi bakka waan beekuf eega isin deemtam faayili san banee laala. Inni lammataa ammoo namichi isin irraa fagoo taa’ee halaalatti vaayirasii Keylogger kompitera yookiin mobila teessan keessa galcha, karaa heddu fayyadamuun mobila/kompitera keessan keessa galcha booda vaayirasiin Keylogger sun waan isin keyboard fayyadamtanii barreesitan hundaa qubee,lakkoofsa fi mallattoo isin tuqxan hundaa namichaaf erga jechuudha. 👉 @oromotechnology
إظهار الكل...