cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

waliif kaa

Walumaan carraqqanna

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
243
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

      🕍   TAJ MAHAL  🕍 Waa'ee Taj mahal khana beeytu..? 🔹Wantoota dinqisiiso hangafoota torban Aduunya. kheeysa tokko khan tahe fi biyya Hindiyaa magaala Agratti khan arkamu Taj Mahal bara 1631ti Sulxaana mootummaa Mughal khan tahe Shah Jahaniin yaadannoo haadha warra isaa Mumtaz Mahal tan dahumsa daa'ima isii khudha afraffaa irrati lubbuun isii dabarteef ijaarame. Bara 1983tiis UNESCO tti galmahe. 🔹Ijaarmaya isaa irrati hojjatoota nama khuma diigdami lama(22,000)fi Arbootaa khuma tokko(1000) tu irratti hirmaate. 🔹Ol dheerinni ijaarmaya isaa meetira 50 dheerata. Khalati afraan irrati minaaraa wal fakkaatuu fi wal qixa dheeratu tan fiiti 137 tahe qaba. 🔹Ijaarmayni isaa bar 1631 jalqabee bara 1643 ti khan xummurame yoomu  tahu,  Jaarmaynii dallawwan isaa wagga shan booda bara 1648tti xummuramee raawate. 🔹Kheeyso isaati qabrii mootichaafi mootiiti dabalate masgiida yeroo takkatii nama 500-600 salaachisuu dandahu,  fi idoo kheeysumaa itti simatamuu tan adda adda of kheeysa qaba. 🔹Kheeysoo masgiida dabalate hulaaleen isaa maqaale rabbiiti fi aayatoota qur'aanatin miidhagfamanii ijaaraman. 🔹Ijaarmaya isaatif maallaqa rubii Hindiyaa mil soddomii lamaatu itti bahe.  Khana jachuun maallaqa yeroo ammaati yeroo jijjiiramu dollar Ameerikaa bil tokko ol taha jachuudha. 🔹Guyyaa jummata Hundaa namoota muslimaa khan salaataf gara masgiidicha dhufaaniif ala namoota birootiif ni cufama. 🔹Taj mahal waggaati namoota mil torbaa hanga sadeetiitu daawata ( guyyaatti namoota khumaa 20 oltu daawwata.) 🔹Akkasumaas 1/3 ummata aduunya tana ijaanilee arguu baatan gurratti taj mahal ni beekhu ja'ame amanama. 👉Maddi:- khitaaba,  1001 inventions, Muslim heartag in our world  second edition. Fi Toora internet irraahi. @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Digrii barnoota fayyaa (medical degri) bara 1207tti khannamee adduunyaa irrati umrii dheeraa qabuu akkasumaas hanga ammatti mana khitaaba yuniversiiti al qaraawiyyin kheeysatti argamu.                                        **          ** World's oldest surviving Medical degri issued in 1207 from al qarawiyin University. @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama Gara Facebook'tiin nu hordofuuf link as gadi khana fayyadama.👇 https://m.facebook.com/SeenaaHayyootaIslamaa
إظهار الكل...
SALAATA Gurbaa tokkootu sheekhatti dhaqee akkana jachuun sheekha gaafii gaafate. 👇👇👇 Gurbaa:- salaata yoom ha jalqabu yaa sheekha. Sheeka:- yeroo du'uuf guyyaan tokko siif hafu Gurbaa:- guyyaan du'u hin beekhu yaa sheekha Sheekha:- akkas taanaan salaataatuma eegi. 👉Atiis Guyyaa duutu hin beeytu salaatatuma eegi. @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama Gara Facebook'tiin nu hordofuuf link as gadi khana fayyadama.👇 https://m.facebook.com/SeenaaHayyootaIslamaa
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

))Yuuniversiti Al-Qaraawiyyiin.(( Yuuniversiitiin al qarawiyyin yuniversiitoota adunyaa khana irraa jiran kheeysa isa jalqaba hundeeyfamedha. Bara 859 ALA tti(ji'a ramadaana bara 245 akka lakkoofa hijraati) shamaree Faaxuma al Fihiriyi jedhamtuun biyya Morookoo magaala Fiizitti hundeeyfame. Jaarmaynii  yuniversiiticha jalqaba masgiida ture. Tahuus booda jaarmaya manneen isaa dabaluun gara mana barnoota (madarasaa)tti ol guddisun barnoota amantaa barsiisuu jalqabe. Itti aansudhanis gosoota barnoota adda adda khaneen akka Fayyaa(medicine), seerluuga afaani, loojikii, herregaa, astroonomi fi kkf barsiisuun gara yuniversiititti ol guddate. Haala khanniinsa barnoota isaatin yuniversiitichi hawwatamummaa gudda haawasa islaama khutaale adunyaa iddoo garagara jiraatan biratti argate. Sababa khanan baratooni baay'een biyyoota Africa, Eeshiyaa, Awroopaa faa irra barnoota barbaacha gara isaa dhufuu itti fufan. Baratooni iddoowwan adda adda irra gara yuniiversiiticha dhufaan heddumachu irra khan kha'een ulaaga ittin yuniiversiiticha galan bahuun baratoota yuniiversiiticha galan nama qur'aana qomatti hafazee, afaan arabaa dubbachu dandahu fi dandeeyti beekumsaa waligalan madaalamee dabrutti dangeeyfame. Yuniiversiiticha irra namooni babeekamoon muslimaa fi muslimaa hin tahin heddun barataani eeybifamaa turan kheeysa ibnu Khaldun, ibnu Rushdi, ibnu Arabi, qeensicha gudda warra lixaa khan lakkofsa 1,2,3... warra awroopa barsiisee Gerbert of Aurillac (Pope Sylvester II),Dutchman Golius faan isaan hangafa. Yuniiversiiticha faakaltii gargara 425 jalatti sirna halaqaa(baratooni bifa geengootin barsiisatti marsanii ta'un barachu)tiin barsiisaa ture. Akkasumaas hanga yeroo ammatti akkaata baruu barsiisuu isaa khan ganama halaqaa saniin barsiisaa jira. Yuniiversiitichi UNESCO dhan yuniiversiiti iddoowwan seena qabeeyii adunyaa tanaati fi Guinness World Records dhan yuniversiiti jalqaba hundaa'e jedhamuun galmee seenaa adunyaa tana irrati barraahe jira. Seenalee islaam tan  adda adda argachuuf fuula Seenaa Hayyoota islaama gara 👉Facebookatin https://m.facebook.com/SeenaaHayyootaIslamaa Akkasumaas 👉Telegram'n https://t.me/SeenaaHayyootaIslaama irrati nu hordofuu dandeeysan. @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama @SeenaaHayyootaIslaama
إظهار الكل...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

إظهار الكل...
SEENAA HAYYOOTA ISLAAMA

Yaada, khomii fi gaafilee waan channel khana irrati maxxaanfaman irrati qabdan nun gahuf 👇 Phone :-+251915708809 Facebook:-👇

https://m.facebook.com/SeenaaHayyootaIslamaa

Gmail:- [email protected]

WAA'EE ONNEE 🫀🫀KHANA BEEYTUU...?? ✍Nesredin Abdi(Ibnu Islam) Maddi:- toora Interneti 🌐 1. Onneen ilma nama guyyatti yeroo 100,000 ol dhawatti. 2. Onneen nama ergaa qaama kheeysaa baasani boodalee yeroo muraasaf ni dhawatti ykn dhawachuu dandeeysi. 3. Dhiigni 🩸onneen waggaati raabsitu yoo walitti ida'an birkaa waldargoomi bishaan daakhi Olympicii tokko ni guuta. Birkaan waldargoomi Olympic tokko ammo bishaan litter 2,500,000 qabata.🏊‍♂️ 4. Rakko onneen dhaabachu(heart attack) irraa caalatti khan galmaahu guyyaa ayyaana christmas, guyyaa isatti aanu (2nd day of christmas) fi guyyaa waggaa haaraya (New year) irratti jatti qorannoon takka.🍺🍷 5. Biyya Amerikaatti dhukkuboota nama ajjeesuun sadarkaa duraa irra jiran kheeysa dhukkubni onne sad. 1ffaa irratti argama. Biyyatitti yoo xiqqaate waggaati namoota 647,000 oltuu sababa onneetin du'a. 6. Muuziqaan dhageeyfachuun dhahanna onnee yeroo takka ol khaasuun yeroo gariis gad buusun rakkolee dhibee onnee hedduuf sababa taha jira.🔉🎧 @NesredinAbdi
إظهار الكل...
INTERNEETA FI BIYYA CHAAYINAA. Bara 2015 dura ))))))**(((((( * Bara 2015 tti Namooni biyya chaayyinatti Intarneeti fayyadaman ummata America harka lamaan walqixa. Biyyatiitti Namoota mil 640 oltuu Interneti fayyadama. *Biyyii chaayinaa iddoo yaala namoota haraaraa fayyadama interneeti(Internet addiction) qabanif qophaahe qabdi. Namoota biyya chaayinaatti Internet fayyadaman harki 80% dargaggoota umrii 10-40 jidduuti. Jiddu galeesaan biyya chaayinatti kaardii mobaayila itti fayyadama interneetiif guutamu ji'aan 800$ million (Qr. 42,400,000,000) yoomu tahu Secondii tokkotti ammoo $300 (Qr. 15,900) dha. Use the link below and join my channel 👇👇👇👇👇👇 @NesredinAbdi @NesredinAbdi @NesredinAbdi @NesredinAbdi
إظهار الكل...
Diin islaama kheenya Tokkummaa lallaba Jireenya hawwasaf Hedduu Bu'aa qaba Heera Rabbiin buuse Bar Qur'aana qaba Furmaata waa hunda Khan hin qabne daba Dimokraasi dhugaa Muslimoota qaba..2× 👇👇 join my channel👇👇 @NesredinAbdi @NesredinAbdi @NesredinAbdi @NesredinAbdi
إظهار الكل...
Namummaa bara ammaa! Garaan boolla gadi fagoo Dubbiin afaanii dammaa Qabachuuf dhabuu taatee Namummaan bara ammaa Akka waan hospitaalaa Ogeessi fayyaa ajajuu Konkolaataa fi qarshiidhaa Ulaagaan wal kabajuu!! Gaafa qabnu guddaadhaan Hundumaan dhungatamnaa Gaafa dhabnu budaadhaa Hundumaan tuffaatamnaa. Hunduu kanumatti jiraa Hay namummaa bara ammaa! 💚❤💚❤💚❤💚 Join godhaa 👇👇👇👇👇👇👇 👉 @yaarabbiikiyya 👉 @Yaarabbiikiyya 👉 @Yaarabbiikiyya
إظهار الكل...
➡2
👍4
👍6
👎1
💬1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.