cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Usme Siif

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
205
المشتركون
-224 ساعات
-27 أيام
-230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

872aa1148fcd3bff995f4d0c0f9b4351 (1).mp49.77 MB
Repost from Gadaa Barnoota
#BEEKSISA_QACARRII! #WB_Bulchiinsa_Magaalaa_Finfinnee! 👉BARSIISOTA 475 ol barbaada! #Gosa_Barumsaa:- Afaan Oromoo, Ingiliffa, Herreega, Ikonoomoksii, Seenaa, Og-aartii, ICT, Fedhii Addaa, Saayikoloojii, BID, CTE, Fiiziksii, LAG, Qonnaa! #Galmee:- Hanga Sadaasa 23/2016tti, karaa link:- https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSdxUL1wAfiSGg1hOhpblCLTOqFHFBu3Iu2nx-R401Opy8525g/viewform tiin! https://www.facebook.com/usme.siif
إظهار الكل...
Jijjiirama@Usmesiif7 • ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Yeroo hunda jijjiiramuu kan dandeenyu yoo yaada sammuu keenya keessaa burqu itti fayyadamnedha! Sababni isaa jijjiiramni inni dhugaan keessaa eegala! ✪ Yaadota sammuun keenya burqiisisu baafnee irratti hojjechuurratti sodaa qabna taanan sodaan keenya jijjiirama sadarkaa tokkorra akka turruu fi jijjiiramuu irraa nu dhorka! ✪ Kanaaf sodaa kana balleessuuf naannoo keenya kan sodaa itti mo'achuu dandeenyu uumuun irratti hojjechuutu nu irra jiraata. Yoos jijjiirama keenya harka keenya irratti arganna. 💯 @Usmesiif7 @Usmesiif7
إظهار الكل...
GAGGEESSUMMAA

👉 Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa!

https://m.facebook.com/Gaggeessummaa?refid=46&ref

✍️ @Gaggeessummaa_bot

👍 3
𝗔𝗕𝗗𝗜𝗜 | 𝗛𝗢𝗣𝗘 | @Usmesiif ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Jireenyα kee keessαtti ABDII dαbαlαtαα αkkαmitti αkkα horαttu tαrkααnfilee 10n gurguddoo. ❶. 𝗬𝗮𝗮𝗱-𝗿𝗶𝗺𝗲𝗲 𝗮𝗯𝗱𝗶𝗶 𝗵𝘂𝗯𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 Abdiin hααlα xinsαmmuu bu’αα gααrii tokkotti αmαnuu fi kαkα’umsα gαrα isααtti hojjechuuf wαlitti fidudhα. Dαndeettii dαndαmαchuu, kαkα'umsαα fi fαyyαα wαliigαlααtif wααn bαrbααchisαα dhα. ❷. 𝗔𝗯𝗱𝗶𝗶 𝗳𝗶 𝗵𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶 𝗮𝗱𝗱𝗮 𝗯𝗮𝗮𝘀𝘂𝘂 Hαwwiin kαn hin hojjenne fi cαrrααqqii kαn hin qαbne tα’us, αbdiin gαruu dαmmαqinααn hirmααchuu fi gαlmα bαrbααdαmu birα gα’uuf kαroorfαchuu of keessαα qαbα. Gαlmα yeroo bααfαttu yααdα qαbαtαmαα fi gochα irrαtti xiyyeeffαte qαbααchuuf cαrrααqqii. ❸. 𝗚𝗮𝗹𝗺𝗮 𝗶𝗳𝗮 𝘁𝗮'𝗲𝗲 𝗳𝗶 𝗮𝗱𝗱𝗮 𝘁𝗮'𝗲 𝗸𝗮𝗮'𝘂𝘂 Gαlmi kαllαttii fi xiyyeeffαnnoo kαn kennu yoo tα’u, kunis αbdii guddisuuf murteessααdhα. S.M.A.R.T hundeessuu.  (Addα, Sαfαrαmuu dαndα’u, Gαlmα gα’uu dαndα’u, Bαrbααchisαα, Yeroodhααn kαn murtαα’e) gαlmootα tαttααffii kee qαjeelchuuf. ❹. 𝗞𝗮𝗿𝗮𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗱𝗮𝗰𝗵𝗮𝗮 𝗮𝗱𝗱𝗮 𝗯𝗮𝗮𝘀𝘂𝘂 Abdii yoo ilααlle jijjiirαmα gochuun furtuudhα. Gαlmα kee birα gα’uuf tooftααlee αddα αddαα sαmmuutti qαbαdhuu kαroorα duwwαα qopheessi. Hααlα kαnααn, yeroo gufuun si mudαtu mαdαquuf qophooftα. ➎. 𝗢𝗳 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗮'𝘂𝘂 𝗵𝗼𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 Dαndeettii kααyyoo kee gαlmααn gα’uu kee αmαnuun qααmα αbdii murteessααdhα. Milkαα’inα dαrbe irrαtti xiyyeeffαchuudhααn, yααdα bαrbααduu fi of-hααsα’uu gαdhee mormuudhααn of-gα’umsα ijααruu. ➏. 𝗬𝗮𝗮𝗱𝗮 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂: Dαndeettii fi sαmmuun hojii cimαα fi of kennuudhααn guddαchuu αkkα dαndα’u αmαntαα fudhαdhu. Yααdni kun qormααtα keessαtti ciminα jαjjαbeessuun αbdii guddisα. ➐. 𝗗𝗲𝗲𝗴𝗴𝗮𝗿𝘀𝗮 𝗵𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗶𝗷𝗮𝗮𝗿𝘂𝘂: Nαmootα biroo kααyyoo fi gαtii kee qooddαtαn wαliin wαl qunnαmuun sαdαrkαα αbdii kee guddisuu dαndα’α. Dhiibbαα gααriitiin of mαrsi, αkkαsumαs sochiiwwαn wαltα’iinsαα fi wαl-deeggαrsα guddisαn irrαtti bobbα’i. ➑. 𝗚𝗮𝗹𝗮𝘁𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗮𝗮 𝘀𝗵𝗮𝗮𝗸𝗮𝗹𝘂𝘂: Jireenyα kee keessαtti wαntootα gααrii taʼαn irrαtti xiyyeeffαchuun kee ilααlchα αbdii gααrii qαbααchuuf gαrgααrα, kunis αbdii guddisuuf bαrbααchisαα dhα. Joornααlii qαbαchuudhααn ykn dinqisiifαnnαα kee wαrrα kααnitti himuudhααn gαlαtα horαdhu. ➒. 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗮𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗵𝗼𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂: Mαlα rαkkoo furuu fudhαchuu fi yααdα ijααrsαα bαrbααduun duubαtti deebi’uu bαrαdhu. Yeroo rαkkisαα keessαtti αbdii eeguuf dαndαmαchuun bαrbααchisαα dhα. ➓. 𝗞𝘂𝘁𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝗱𝗵𝗮𝗮𝗻 𝘁𝘂𝗿𝘂𝘂: Abdiin kααyyoo keetif yeroo dheerααf of kennuu gααfαtα. Yeroo hundα guddinα kee gαmααggαmuudhααn, injifαnnoo xixiqqoo kαbαjuudhααn, yeroo bαrbααchisαα tα’etti tooftααlee kee sirreessuudhααn kαkα’umsα kee eegi! https://www.facebook.com/100015528870829/posts/pfbid02x3MdQZDggC2RZpKPiWmby67XvfRYNCYoYkRWpxnhesJjvn8xE4RmJ3DZhvi9GzYwl/?app=fbl @Usmesiif7 @Usmesiif7
إظهار الكل...
Galmeen DV-2025 Xumurameera! ➙... - Osman Abdulkadir Bati

Galmeen DV-2025 Xumurameera! ➙ Warri galmooftanii xumurtanii jirtan carraa gaarii isiniif haa ta'u! Ji’a 6 booda asumarraan akkaataa itti carraa keessan...

👍 5
00:31
Video unavailableShow in Telegram
8.26 MB
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Galmeen DV-2025 Xumurameera! ➙ Warri galmooftanii xumurtanii jirtan carraa gaarii isiniif haa ta'u! Ji’a 6 booda asumarraan akkaataa itti carraa keessan ilaallattan isin agarsiisna! ➙ Namoonni DV-2025 nu guuchistanii koodii keessan hin fudhatin jirtan gara fuulduraattis koodiin keessan hin kennamu waan ta’eef nu hin gaafatinaa! Namoonni amanamummaa keenya dhugaa bahuun maamila nuuf fidaa turtan GALATOOMAA! Carraa Gaarii! @usmesiif @usmesiif7
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Booda akka hin gaabbine ➙ Guyyaa 6 qofatu hafe Namoonni DV nu guuchistanii koodii keessan hin fudhatin jirtan, Irra deebiin bakka birootti yoo guuttan carraan keessan guutummaatti waan cufamuuf of eeggannoo taasisaa! Namoonni gatii galmee kaffaluu dhabuun koodii keessan hin fudhatin jirtan hanga Onk 27, 2016 tti gatii galmee kaffaluun koodii(Confirmation number) keessan argachuu ni dandeessu! Guyyaan yoo darbe koodii keessan goonkumaa isiniif hin ergamu! T.me/usmesiif7 @usmesiif
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Yaadachiisa 2ffaa: Namoonni DV nu guuchistanii koodii keessan hin fudhatin jirtan, Irra deebiin bakka birootti yoo guuttan carraan keessan guutummaatti waan cufamuuf of eeggannoo taasisaa! Namoonni gatii galmee kaffaluu dhabuun koodii keessan hin fudhatin jirtan hanga Onk 28, 2016 tti gatii galmee kaffaluun koodii(Confirmation number) keessan argachuu ni dandeessu! Guyyaan yoo darbe koodii keessan goonkumaa isiniif hin ergamu! @usmesiif
إظهار الكل...
DV Namoonnii Guuttan Fataa Jedhaa Eeggadha!!! Namoonni DV-2025 hin guunne ammallee carraa kanatti fayyadamaati guutaa carraa keessan yaala. Liinkii gadii kana tuquun nu qunnama 👇👇👇👇👇👇 @Usmesiif7 @Usmesiif7 @Usmesiif7 Odeeffannoo dabalataaf. 🔖https://t.me/usmesiif 🔖https://t.me/usmesiif 🔖https://t.me/usmesiif #Facebook_page_keenya_Follow gochuun nu Hordofaa...... https://www.facebook.com/usme.siif https://www.facebook.com/usme.siif https://www.facebook.com/usme.siif https://www.facebook.com/usme.siif Osman Abdulkadir Bati Lakk. 0923116370 0975540128
إظهار الكل...
#HUMNA_KUTANNOO   @Kutannoo_123 Osman Abdulkadir Bati ❏ Milkaa'ina keenyaaf wanti kutannoo bakka bu'uu danda'u tokkoyyuu hin jiru. Dandeettii ol'aanaa caalaa kutannootu barbaachisadha. Namootni dandeettii ol'aanaa qaban garuu immoo milkaa'ina hin gonfanne addunyaa kana irra guutanii jiru. Akkasumas namootni sadarkaa barnoota ol'aanaa qabanis addunyaa kana irra guutanii jiru. Garuu namootni milkaa'ina gonfatan, namoota kutannoo qabanii fi hojii isaaniitti cichanii hojjetan qofaadha. ❏ Imalli daandii milkaa'inaa baay'ee ulfaataadha. Daandii milkaa'ina irratti gufuulee hedduutu si mudata. Gufuulee kanniin injifachuuf kutannoo qabaachuu qabda. ❏ Daandii milkaa'inaa irratti wayita kuftu, kaatee xiiqiidhaan fuulduratti tarkaanfachuu qabda. Injifattoonni dandeettii gufuulee jireenya keessatti isaan mudatan injifachuuf, dandeettii kufanii ka'uu qabu. Atis akkas goonaan ni injifatta. ⩩ Wayita rakkoon sitti baay'atu, ⩩ Wayita karoorri kee akka ati yaaddetti deemuu didu, ⩩ Wayita daandiin jireenya kee gaara sitti fakkaatu, ⩩ Wayita galiin kee gadi bu'ee baasiin kee olka'u, ⩩ Wayita kolfuu barbaaddu garuu waan si kofalchiisu dhabdu, ⩩ Wayita jireenyi qabdee boodatti si harkiftu, ⩩ Wayita waan gootu dhabdee qalbiin kee muddamu, Yoo dadhabde xiqqoo boqodhu malee gonkumaa hojii kee hin dhaabin! ❏ Amalli jireenyaa beekamaa miti! Jireenyi gaafa feete ol si kaasti; gaafa feete immoo boollati si darbiti; sababa kanaan kufaatiilee biroon wal guuranii sitti dhufu! ❏ Jabaattee hojjennaan garuu akkanatti hin hafu. Wayita waan injifatamte sitti fakkaatu, addunyaan kun sitti dukkanooftu, gonkumaa abdii hin kutatiin! » Jabaadhuu furmaata barbaadi! » Shakkiin daandii milkaa'inaa dukkaneessa, » Waan dhihoo fagoo fakkeessaa, » Waan salphaa guddisee si yaaddessa, » Kanaaf, wayita hojiin sitti ulfaatu, » Jireenyi kee gaara sitti fakkaatu, » Xiiqii qabadhuu loli malee, natti ulfaate jettee gonkumaa hin dhiisiin! @Usmesiif7 @Usmesiif7
إظهار الكل...