cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ORO FUNNY🤣🤣

Afaan Oromoo Guddisuu Irratti Hunduu Gahee keenna haa Bahannu. Oro Funnyin Baacoo,Tapha Adda Addaa Fi Oduulee Haaraa Qabatee Isiniif Dhiyaata Join Qofa GOCHUUN nu Deeggaraa🙏🙏

إظهار المزيد
فنلندالم يتم تحديد اللغةحقائق
مشاركات الإعلانات
1 112
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
إظهار الكل...
Seenaa Ajaa'ibaa! ~ Guyyaa tokko Dooniin tokko Daldaltoota muraasa fuutee Garba Atlaantikiirra imaluu eegalte. Meeshaa hedduu fuutee imalaa waan turteef Doonii kana Balance godhuun humnaa ol tahe. Osoo deemtuu garagaluuf jajallachuu eegalte. Hoggaa kana akka Dooniin kun hin garagalleef (Garba keessa hin limneef) Meeshaa Daldalaa Haarawa tahee tokko garba keessatti darbuuf waliif galan. Hoggaa kana Daldalaan kun "Meeshaa keenya hundarraa muraasni haa gaatamtu. Kasaaraa walqixatti haa qooddannu!" jechuun yaada isaanii kana morme. Garuu, daldalaan haaraan kun, akkasuma nama laafaa waan tureef inni morminaan isaa fi meeshaa isaallee garba Atlaantik keessatti darban. Yeroo kana namni kun muka guddaa bishaan kanarra deemaa ture tokkorra bu'e. Garuu, boodarra ni gaggabe. Osoo oofuu mukni kun Xarafa garbaatti baasee isa darbate. Eega xarafa baharaa gahe booda of bare. Akka itti Garba walakkaa keessaa nagaadhaan Xarafa gahe beekuu baatuus "Alhamdulillaahi" jedhee Rabbiisaa galatoomfate. Guyyaa 15 caalaa baala mukaa nyaachaa, godoo tokko keessa jiraachaa ture. Garuu, galgala tokko abiddi godoo isaa kanatti dhufee duraa gube. Hoggaa kana rakkoon hamtuun isa mudatte. "Yaa Rabbi rakkoo qofaan maaf na barbaadda?!" jechuun Rabbiin komate. Garuu, biiftuun baatee, ganamni yoo gahu Dooniin tokko fagoorraa gara isaa dhufuuf as garagalte. Hoggaa kana "yaa Rabbi naaf fidi" jedhee gammachuurraa Rabbi kadhate. Daqiiqaa muraasa booda isa bira geessee, isa fuutee deemte. Akka namni kun iddoo kana jiru, namni tokko hin beeku ture. Kanaaf "akkamitti as jiraachuu koo beektan, eenyu isiniif hime?!" jechuun isaan gaafate. Yeroo kana isaaniis "Eda yoo iddoo kanaa abiddi balbalu agarree, namni wahii iddoo kana jiraachuu mala jennee dhufne" isaan jedhan. Haala kanaan namni kun nagaadhaan gale! Agartee akka Rabbiin gabricha isaatiif tumsu. Anaa fi isiniis rakkoo hunda keessaa harka qabee Rabbi nuhaa baasu! Subscribe 👇👇👇 https://t.me/SHAGGAAENTERTAINMENT
إظهار الكل...
SHAGGAA ENTERTAINMENT

SHAGGAA ENTERTAINMENT 》BANNER DESIGN 》LOGO DESIGN 》PHOTO EDITOR 》VIDEO EDITOR From bale robe land

Join
إظهار الكل...
إظهار الكل...
SHAGGAA ENTERTAINMENT

SHAGGAA ENTERTAINMENT 》BANNER DESIGN 》LOGO DESIGN 》PHOTO EDITOR 》VIDEO EDITOR From bale robe land

Photo unavailableShow in Telegram
https://t.me/jeettiispeed Group 👥 kana join godhaa
إظهار الكل...
𝗝𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗦𝗣𝗘𝗘𝗗

Https://t.me/jeettiicreation

Repost from N/a
https://t.me/jeettiicreation link kana tuqun members nuf ta'aa share gochuu hin dagatinaa
إظهار الكل...
𝗝𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗰𝗿𝗲𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻®

Jc shot photography Editor kaaraa keessaatii nuu Argachuu yoo barbaadaan👉 @Tinnishuu👈

Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
𝗢𝗦𝗠𝗔𝗡 𝗕𝗘𝗬 𝗘𝗧𝗛𝗜𝗢𝗣𝗜𝗔 Https://t.me/jeettiicreation Https://t.me/jeettiicreation
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.