cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

DIRREE JAALALA

Buhaartii galgalaa kanan wantoonni dhiyaatan kanneen akkaa walaalo,jecha hayyoota fi.k k f ni dha.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
374
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

. "Hamilee(qalbii) nama tokkoo cabsuun akka nama dhagaa garba guddaatti darbeeti. Garuu dhakichi hammam akka bishaanicha keessa gadi fagaatu ni beeytaa?" .
إظهار الكل...
❤️ ❤️Saayikoolojii❤️❤️
❤️❤️Ergaa 💔JAALALAA❤️
✅ Aartii ✅
♥️ Beekumsaaf ✅✅
Ati Oromoodha, Afaan oromoos baayyee jaallatta, Aartii oromoos guddisuu baayyee jaalatta Kanaaf ati nama TELEGRAM hordofu taanaan chaanaloota kana hin qabdu taanaan, Telegramni maaliif si fayyadaree!. Kunoo koottuu seeni 👇.
إظهار الكل...
DHAANGAA Aartii
DHAANGAA WALALOO
SAMMUUKEEF
Dambalii Waamaraa
♥️ DHAAMSA JAALALAA♥️
Tokko miti har'iif boru! ~~~~~~~~~~~~~~~~ Jarjaraan re'ee hin horu Lama taatu ni qalata Namni obsu kan hubatu Muka dherarraa nyaata Jarjaraan abdii muree Kaayyoo dagatee muga Obsaan bara eeggatee Aannan goromsaa dhuga Golollisa obboroo Barii wacii simbiraa Jarjartee nan joorsinii Bara eegi yaa garaa Gaafa bara qajeeleef Buqqeenuu dhakaa cabsaa Mul'ata boruu laaleen Rakkina har'aa obsaa Muddamee abdii kutee Kaayyoo kiyyarraan goruu Nan beeka na amanaa Tokko miti har'iif boruu!. ©Shamil Nasir M. @dhwalaloo
إظهار الكل...
💚 27
👍 16
●Chaanaalota Afaan Oromoo babbareedoo kan ~Seenaa dhugaa ~ afoolota oromoo ~ Jechoota hayyootaa ~ Walaloo ajaa'ibsiisoo Fi ~Jechoota fi ergaawwan jaalalaa irraa argattan kunooti.
إظهار الكل...
✅ Dhaangaa Aartii ✅
💥 Dambalii Jireenyaa 💥
❤️ Dhaamsa Jaalalaa ❤️
✨ Beekkumsa Sammuu ✨
✍ Kuusaa Walaloo ✍
♥️ Gorsa Jaalalaa ♥️
Argachuu yoo feetan Jechoota jaalalaa Link armaan gadii 'Xaq' godhaa ilaalaa! .
إظهار الكل...
❤️ Dhiira qofaaf. ♥️
❤️❤️❤️Dubartiidhaf❤️
Hundaaf ✍
●Chaanaalota Afaan Oromoo babbareedoo kan ~Seenaa dhugaa ~ afoolota oromoo ~ Jechoota hayyootaa ~ Walaloo ajaa'ibsiisoo Fi ~Jechoota fi ergaawwan irraa argattan kunooti.
إظهار الكل...
DANBALII WAA MARAA
SEENAAWWAN
AFOOLOTA
JECHOOTA HAYYOOTAA
WALALOOWWAN AJAA'IBAA
●Chaanaalota Afaan Oromoo babbareedoo kan ~Seenaa dhugaa ~ afoolota oromoo ~ Jechoota hayyootaa ~ Walaloo ajaa'ibsiisoo Fi ~Jechoota fi ergaawwan jaalalaa irraa argattan kunooti.
إظهار الكل...
✅ Dhaangaa Aartii ✅
💥 Dambalii Jireenyaa 💥
❤️ Dhaamsa Jaalalaa ❤️
✨ Beekkumsa Sammuu ✨
✍ Kuusaa Walaloo ✍
♥️ Gorsa Jaalalaa ♥️
Amala nama tokkoo yoo baruu feete Tayita ykn aangoo kinniif jedhan beektoonni Itti kenninee garre hunda
إظهار الكل...
. Baayyee waanin si jaaladhuuf sidura du'uun fedha. Gaafan du'es onnee kee keessatti awwaalamun qaba. _________________________ ....
إظهار الكل...
❤️ Ergaawwan Jaalalaa❤️
⚡️⚡️Beekumsa Sammuu ⚡️⚡️
♥️✍Aartii Sabakeef👍❤️
Obboleettikoo. Ati hangamillee fokkottuu taatus, ati haalaafii amala gaarii qabaannaan , , , , , Ati ammallee fokkottuma. 😂 #Jion. @dirreejaa
إظهار الكل...
😂 5
👍 1