cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Dubbistootaaf.

Øftã'ùún Øfítümmåã mïtí!💕✋ Gara Chaanali kanaatti Hiriyoota keessan afeeraa! Chaanalii kanarraa! ✋ Barruulee Saayikoloojii ✋ Kitaabilee PDF Afaan Garaagaraa ✋ Mammaaksa Hibboo fi Ogbarruu Oromoo ni argattu! Join @bookoro Qeeqaaf yaada @milkoflife1

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
219
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...

Repost from N/a
Torbee Eebbifamaa qabaadhaa! @milkoflife @milkoflife1
إظهار الكل...
إظهار الكل...
warri olii jaalala Warri gadiimmo jibba Inni kuni hiyyeessa Kunimmoo Abbaa dhibbaa Jettanii walqooddanii Walitti gootan daangaa Isintu gidduu jira Namni eessaan walargaa Isa kaan gurraachaadha Inni cilee fakkaata Kaaninimmoo adii Gaabiii jaarsaa fakkaata Lameenuu siifin ta'u Isa kanatti siqi Jettanii na gorsudhaan Nan galchiinaa cinqii Anaaf namni kamiyyuu Namummaan wal qixxeedha Jibbaa nutti facaafte Nu nyaachuuf Shira xaxxi Seexanni Kun haxxeedha! Kanaafuu isa gubbaa Atis Isa godanaa Gurraachadhus diimadhus Hunjijjiramu an ana! Namummaan Hunda dursa! @bookoro @milkoflife1
إظهار الكل...
"Nama kan dhuunfaa godhaachuf sobun jaalala sobati. Fedhii akkana irraa moo jibba wayyaa. Jibba keessa sobni hin jiruti. Kana Caalaa moo jibbii guyyaa tokko jaalalatti jijjiiramu dandaa'a. Fedhiin ilma nama kan dhunfaa godhachu garuu, gonkumaa gara jaalalatti hin jijjiiramu. Jaalala jechuun Lubbuu nama jaalattu keessatti of ajjeessudha. Jaalala jechuun du'a. Waan jabaa hin dandeenye keessa seentaa. Kan duutus Lubbuu dubartii jaalattu keessattidha. Guyyaa guyyaadhan lubbuu ishee gadii fageenyan fudhataa. Imalli jaalala dubartii lubbuu ishee fudhachuuf gootuu jaalala barabaraati; imallis bakka gahiinsa hin qabu. Dubartii takka yoo jaalate jireenya kee keessatti si caalaa gatii qabatti". #Ooshoo @bookoro @bookoro @milkoflife1
إظهار الكل...
"Hojiin kabaja" Gaafa jedhan:- akka baayyee dhaan kabaja siif laata! "Qaama ofii akka hin malleef bakka hin malletti gurguratanii, hojii Waaqaaf nama biratti jibbamaa hojjechuu" Jechuu hamma hin taanetti, kabaja —Hojiin! 👌 "Dhugaa qaama kamiiyyuu koochoo dharaaf hammeenyaatiin haguuganii jiraachuu" Jechuu waan hintaaneef kajabadha. "Dhiiga aantii ofii maallaqatti sharafanii jiraachuu" Jechuu waanhin taaneef kabajadha. "Gaaddidduu mana hormaa jala dhaabbatanii waxxeessa saafaatiin qaama biraa waxalanii gubuu" Jechuu waan hintaaneef kabajadha. "Dharaan rooba yandoo hamaa, qilleensaaf cabbii jabaadhaan isa dhugaaf dhaanamutti qumaara taphachuu" Jechuu waan hin taaneef kabajadha. "Hannaan, waan dhuunfaaf waan sabaa ofitti soroobbatanii, garaaf jireenya killayyaa qofaaf jiraachuu" Jechuu waan hintaaneef, kabajadha. "Siyaasaaf amantii walkeessa dhahanii sabaaf saba wal nyaachisuu" Jechuu waan hintaaneef, kabajadha. Nama hiikkaaf gatii namummaa hinbeekne caalaa si ulfeessa—Hojiin!👌 Ceephoo irraa boquu kee ol si qabachiisa—Hojiin! Hafuurri barreeffama dheeraas, jaalaluma isaa waliin Amanuu irraa natti darbe!🥰 Amoo koo sin jaalladha!❤
إظهار الكل...
Jibbi diigaadha, Jaalalli ammoo ijaaraadha! ✍️Onneenkee jibbaan gaafa guutuma guutummaa qaamakee keessaa nagaatu godaana, ofumaan of diigda, yaadoti hundi diiguudha, balleessuudha, nama biroofis ta'e ofiif waan gaarii jedhamu tokkollee gochuud yaaduu hindandeessu waanti ati yaaduus ta'e gochuu dandeessu hundi diiguuf balleessuudha! Kun ammoo onneekees eenyummaa kees ni xureessa! ✍️Jaalalli garuu qulqullaa'aadha, kanumaaf si qulqulleessas, gaafa onneenkee jaalalaan guutamtu waanti ati yaadduuf hojjettu hundi guutummaansaa waa'ee ijaarsaati, ofis ni ijaarta ofirraa ceetee ollaakeefi naannoo keetti uumama argaman hundaaf kunuunsa tolchita, sammuunkee bulii buliidhaan gaarummaaf qulqullummaa yaaduu amaleeffata, ganama ganama gaarummaaf araada! ✍️Kanaafuu ati Isa kamiin filattee Isa Kam keessa jirtaree? Deebii isinumaaf dhiiseera! Lafa nagaa akka nagaatti oolaa! @milkoflife1 @bookoro
إظهار الكل...
If your dream is big enough, the odds do not matter. Decide to do whatever you must do to achieve your goal. Start where you are with what you have in your hands. Put your heart into it. Make it non-negotiable to work on your dream every day. Make the commitment to move forward in spite of the challenges and the difficulties that you will encounter. No excuse is acceptable to put yourself last. You have one life to live. Live your dream!! You have GREATNESS within you!! Have a nice night😊 ✤Join °🦋 °• °•. @bookoro.•° °🦋 °• °•. @bookoro.•° °🦋 °• °•. @bookoro
إظهار الكل...
''Believe in you. Never mind what others may say is impossible, not realistic or not logical for you to do. Learn to become an unreasonable person because what you are looking to do, 95% of the population would fear doing. Feel the fear and do it anyhow! Be your own trend setter. Do as Ralph Waldo Emerson says and go where there is no path, form a path and leave your own trail behind. Let's get you to be a trail blazer and set that trail on fire! You are blazing with hot ideas, hot goals and flaming dreams! No one can put that flame out! If people follow your vision, great. If not, so what. You were born to do something spectacular. And doing something spectacular is not the norm.. Be authentic. Be you! Go get it! No time to lose. Approach your challenges with a winning curiosity. Believe the Champion in You.'' -Adrian Starks 🔆🔆Have a great day!🔆😊 ✤Join °🦋 °• °•. @abdiidhiigakoo.•° °🦋 °• °•. @abdiidhiigakoo.•° °🦋 °• °•. @abdiidhiigakoo.•°
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Jaalalli humna Guddaa umrii namaa ida'uu danda'u niqabaa? Motivational speech #Kekiyyaa #Daadoo #ONM

Baga Nagaan gara chaannala kiyya dhuftan chaanaaala kanarratti qophiilee addaa garaa prankiwwaan , walaloowwa Afaan Oromoo muuziqaawwan garaagaraa, comedy wwaan Afaann Oromoo ni Argattu Milkii show subscribe gochuu share gochuu hindagatiinaa! Andualem Gosa, Hacahlu hundesa, Galana garomsa, walagarraa, Leencoo Gammachuu, muquxxaayee, Saglii, Magartuu warqinaa, Hawwii tamaam, Weha, OMN, Oromoo music, oromoprotest, sirbahaaraa, sirbootadurii, kuulleekoo, Gootakoo, Darbeelaalla, GadaaHamdaa, Daawwitmokonnen, Hirphaagaanfuree, Jireenyaa shifarraa, IfineshQannoo, NuhooGoobana, Keekiyyaa badhaadhaa, Madaqoo, Barraaq, Ittiiqaa Tafarii, Galmaa dhugaa, Saaqisaanqaa, Caalaa Gaaromsaa, Caalaa Daggafaa, Falmataa kabbadaa, Jaal maroo Arraata Biyyoolessaa, ABO, OMN Keelloo Media, Eebbisaa Addunyaa Waliintaanee Afaan Fi Aartii Oromoo haadagagsinu! Well come to Milkii show! Please Subscribe to my channel!