cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

"Dhalachuu kootif hin gammadu an dhalachuu kootif Namoota gammadan yoon argu gammada" በዚህ የቴሌግራም ቻናል ስለ ሳይንስ እና ቴክኖሎጂ እና ስለ ፈጠራወቼ አስተዋውቀለው። ችግር ፈቺ እንጂ ችግር ፈጣሪ ትውልዶች አንሁን። Home of #Creative #innovative #Solution #Entrepreneurship #Technology

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
209
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailable
Photo unavailable
Qormaanni Kutaa 8ffaa Guyyaa borii Waxabajjii 27 kannamuu eegala. Qormaata kutaa 8ffaa bara kanaa fudhachuuf barattoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 50 fi 235 galmaa'uu ibsameera. Manneen barnootaa kumni 9 fi 374 barattoota kanneen qoruuf qophii xumuruu beeksisan. Miidiyaan Barattoota Guyyaa borii qormaata kana eegalanuuf Caarraa guddaa hawwaafii, barattoonni kunis Osoo Hin burjaaja'in qormaata isaanii qalbiin hojjachuu akka qaban dhaamsa dabarseeraaf.
إظهار الكل...
◈ ━━━━━━━━ ● ━━━━━━━━ ◈ SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📚KITAABA BARATAA📚 https://t.me/sirajhu
إظهار الكل...
ᔑᏆᖇᗩᒍ ™

Bu'aa technology gargaaramuun kan hin danda'amne akka danda'amu gochuun jiruufi jireenya keessan salphisaa" ስለ ቴክኖሎጂ እና ፈጠራወቼ አስተዋውቀለው። ችግር ፈቺ እንጂ ችግር ፈጣሪ ትውልዶች አንሁን። #Creative #innovative#Solution #Entrepreneurship #Technology Fb.me/sirajtechinventor

AnimatedSticker.tgs0.45 KB
Photo unavailable
Namoonni saffisni isaan bineensota ittiin ajjessan osoo ofii isaatwal ajjeessuu jalqabanii namoonnii addunyaa kana irra jiran du'uuf guyyaa 17 itti fudhata " t.me/sirajhu ሰዎች እንስሳቶችን በሚገሉበት ፍጥነት ሰዎች እርስ በራሳቸው ቢገዳደሉ አለም ላይ ያሉ ሰዎች ለመሞት 17 ቀናት ነበር ሚፈጅባቸው! t.me/sirajhu
إظهار الكل...
#SPHMMC Hospitaala Qiddus Phaawuloositti koolleejjiin Fayyaa Miliiniyeem bara 2014 barattoota ulaagaa guutan simatee barsiisuu barbaada. Ulaagaalee 1. Qormaata seensaa bara 2014ii goolabuu 2. Qaabxii seensaa yuunivarsitii Siiviksiin warri qabameef 700 irraa kara 600tti jijjiiru Siiviksiin warri hin qabaminiif Siiviksii hir'isuun 600 irraa) Walii gala 600 irraa ✍ Dhiira 475 fi isaa oli ✍Dhalaa 460 fi isaa oli • Naannoo (Affaar , Beenishaangul Gumuz, Suumaalee fi Gaambeellaa), Zoonii Booranaa, Oomoo kibbaa,Oomoo Lixaafi Imraa ( ✍ Dhiira 450 fi isaa oli ✍ Dhalaa 440 fi isaa oli 3. Tiraaniskiriiptii Kutaa 9ffaa-12ffaa qabxii giddu galaa 80% Hubachiisa 1. Galmeen Online 2. Guyyaa Bitootessa 5 - 11 , 2014 qofa. @sirajhu
إظهار الكل...
Qoomoon Gamtaa qabu mataa gad hin qabu!! T.me/sirajhu
إظهار الكل...
ᔑᏆᖇᗩᒍ ™

Bu'aa technology gargaaramuun kan hin danda'amne akka danda'amu gochuun jiruufi jireenya keessan salphisaa" ስለ ቴክኖሎጂ እና ፈጠራወቼ አስተዋውቀለው። ችግር ፈቺ እንጂ ችግር ፈጣሪ ትውልዶች አንሁን። #Creative #innovative#Solution #Entrepreneurship #Technology Fb.me/sirajtechinventor

Helloo
إظهار الكل...
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
#My_first_drone #bu'aa_harkaa_koo_diroonii Diroonii harkaa ko isa jalqabaa Kalaqaa hedduu qabadheen dhufaa jira. Hojii fi gahee diroonichaa video dhaan isiniif maxxansaa #Creative #innovative #Solution #Entrepreneurship #Technology via @siraj_hu t.me/sirajhu
إظهار الكل...
2014 2014 Baga bara 2014 bara haaraan isin gahe. Barri haaraa kun kan jaalalaa, nagaahaafi kan fayyaa akka isiniif ta'u isiniif hawwa. እንኳን ለ2014 በሰላም አደረሳችሁ። አዲሱ አመት የሠላም የጤና እና የፍቅር እንዲሆንላችሁ፣ እንዲሁም አዲስ ተስፋ ፣ ራዕይ ፣እቅድ የምታዩበት እንዲሆንላችሁ ከልቤ እመኝላችኋለሁ። ፧ ፧ ❤❤❤መልካም አዲስ አመት❤❤❤ለሁሉም። New Year, New Beginnings! New Hope! I wish you a PEACEFUL, HAPPY & SUCCESSFUL New Year full of health along with your entire family. Happy Ethiopian New Year 2014! Via siraj husien ▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭ t.me/sirajhu
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.