cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromoo first

Welcome to oromoo first @zaakiir

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
190
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Dhaddacha! Obbo Jawar Mohaammadfaa dhaddacha har'a ooleerratti 'ajajni mana murtii waan hin kabajamneef', beellama yeroo dheeraa waggaa lama boodatti akka isaanif qabamu mana murtii gaafatan. Gabaasa guutuu dubbisaa 👇 https://www.gadaapost.com/oduu/dhaddacha-beellama-2021-05-20-111549482675
إظهار الكل...
Dhaddacha: 'Beellama yeroo dheeraa waggaa lama boodatti nuuf haa qabamu' - Jawar Mohammadfaa

Manni murtii Federaalaa dhaddacha yakkaa Lidataa olmaa guyyaa har'aa ooleen galmee himannaa abbaan Alangaa Obbo Jawaar Mohammad fi himatamtoota 23 ...

Dhaddacha! Mana Murtii Federaalaa dhimma Obbo Jawaar Mohaammadfaa irratti Abbaan Alangaa 'ragaaleenkoo eenyummaansaanii dhokfamee dhaddacha cufaafi golgaa duuba ta'un jechasaanii yaa kennan' kan jedherratti ragaa akka dhiyeeffatu jechuun murteesse. Kunis Abbaan Alangaa ragaalee namootaa qopheeffatee 146n walqabatee yaaddowwan nageenyaa qaburratti Mana Murtii Olaanaa Federaalaaf ragaa akka dhiyeessu ajaje. Manni murtichaas ragaa Abbaan Alangaa dhiyeessu akkasumas falmii abbaa alangaafi himatamtootaa/ abukaatoowwan isaanii gidduutti adeemsifamu bu'ureeffachuun murtee kenna jechuudha. Gabaasa guutuu dubbisaa 👇 https://www.gadaapost.com/oduu/dhimma-dadhacha-cufa-2021-05-19-134343689083
إظهار الكل...
Dhimma dadhacha cufaafi ragaa golgaa duubaarratti Abbaan Alangee ragaa akka dhiyeeffatu ajaje

Abbaan Alangaa Waliigalaa jalamurtii Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa galmee obbo Jawaar Mahaammadfaa namoota 24n walqabatee 'ragaaleen Abbaa Alangaa ...

Eebba kitaaba 'MIRGA AJJEESUU' 📍GGAO, Finfinnee 📆 Caamsaa 15, 2013 ALI 🕗 Sa'aa 8:00 (waaree booda) https://www.gadaapost.com/events/eebba-kitaaba-mirga-2021-05-19-184754946012
إظهار الكل...
Eebba kitaaba 'MIRGA AJJEESUU'

Taatoo fi ogeessaa Aartii Koomeedii Waaqoo (Jaankoo) Getaachoo kitaaba haaraa seenaa abbaasaa waggaa sadi dura haala suukaneessaan ajjeefaman irratti xiyyeeffatee barreesse.

Tajaajilli 4G Itiyoo-Telekom baballisaan jira jedhu maalidhaa? https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57104497
إظهار الكل...
Tajaajilli 4G Itiyoo-Telekom baballisaan jira jedhu maalidhaa? - BBC News Afaan Oromoo

Yeroo bilbila keessaniin interneeta fayyadamtan saffisa interneetii qabdaniin mallattoowwan gara garaa argitu. Fakkeenyaaf mallattoowwan E, O, GPRS, 3G fi 4G kanneen jedhaman muraasa isaaniiti. Kanneen keessaa ammoo 4G kan jedhamu kun isa saffisaadha jedhamudha.

'Ani mucaakoo akkasitti hinbeeku, takkaas sababa kanaan maqaansaa dha'amees hinbeeku' -Abbaa dargaggoo Amaanu'eel https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57104501
إظهار الكل...
'Takkaa maqaansaa sababa kanaan dha'amee hinbeeku '- Abbaa Amaanu'eel - BBC News Afaan Oromoo

Abbaan dargaggoo Amaanu'eel Obbo Wandimmuu Kabbadaa ilmisaanii gocha rasaasaan nama rukkutuufi miseensummaa 'Abbaa Torbeetiin' takkaa maqaansaa dha'amee akka hinbeekne himan.

Daa’ima hammatanii of cinaa raffisuumoo kophaa raffisuutu gorfama? https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57105260
إظهار الكل...
Daa’ima hammatanii of cinaa raffisuumoo kophaa raffisuu? - BBC News Afaan Oromoo

Maatiin dhimma ijolleesaanii ilaalchisee waanti isaan yaaddeessu hedduudha. Kunis biyyaa biyyatti, aadaa, sadarkaa jiruufi sababoota birootiin gargar ta’uu mala.

'Ajjeechaan murtee seeraa malee Dambidollootti raawwatame yaadeesssaadha' -Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57065643
إظهار الكل...
'Ajjeechaan murtee seeraa malee Dambidollootti raawwatame yaadeessaadha' - BBC News Afaan Oromoo

Ajjeechaan Kaleessa Godina Qeellam Wallaggaa Magaalaa Dambi Dollootti dargaggoo Amaanu'el Wandimmu jedhamu irratti murtee seeraatiin ala raawwatame kan isa yaaddeessee ta'u Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa beeksiise.

Kalaqa: Maanguddoo ofiin osoo hin baratiin yunvarsitii barsiisan – Obbo Ahimad Hasan Sukkaaree https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-56892152
إظهار الكل...
Maanguddoo ofiin osoo hin baratiin yunivarsitii barsiisan – Ahimad Hasan - BBC News Afaan Oromoo

Obbo Ahimad Hasan Sukkaare jedhamu. Maanguddoo ganna 64 yoo ta'an, hanga kutaa 8tti qofa baratan. Maanguddoon kuni dandeettii kalaqaa umamaan qabaniin mirga abbummaa kalaqa afur Ministeera Saayinisii fi Teeknolojiitti waajjira mirga abbummaa kalaqaa Itoophiyaarraa beekamtii argataniiru.

Dambidoolloo: Ajjeechaan dargaggoo Amaanu'eel Wandimmuu miidiyaa hawaasaa gubbaatti dheekkamsa kaase https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57080998
إظهار الكل...
Ajjeechaan dargaggoo Amaanu'eel miidiyaa hawaasaa gubbaatti dheekkamsa kaase - BBC News Afaan Oromoo

Suuraaleen miidiyaa hawaasaarratti qoodaman dargaggoo Amaanu'el kun addabaabayii magaalaa Dambidoolloo irratti, bakka namoonni hedduun arganitti shugguxiin uffata isaatti maxxanee, harki isaa ammoo duubatti hidhamee mul'ata.