cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Bethlehem Tafesse

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
234
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Mohaammad Deeksisoo eessa akka geeffame erga wallaallee torbee darbeera jedhan maatiin. Dargaggoon kun erga guyyoota saddeetiin dura qaama nageenyaatiin fudhatamee hanga ammaa eessa akka jiru hin beeknu jedhan maatiin Mohaammad Deeksisoo. Abukaatoon isaa Obsinaan gamasaatiin, dargaggoon kun buufataalee poolisii magaalaa Jimmaa keessa jiran lamaan keessa akka hin jirre mirkaneefanneerra jedhuun BBC'tti himan. Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa maal jedha? Guutummasaa dubbisaa 👇 https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/234/Mohaammad-Deeksisoo-eessa-akka-geeffame-wallaalaamee-
إظهار الكل...

Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
إظهار الكل...
BBC Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
Oromia Media Network- OMN
Addis Standard
FBC Afaan Oromoo
OBN Afaan Oromoo
ETV Afaan Oromoo
Gadaa Magazine
www.daldalaa.com Marsaariitiin daldalaa www.daldalaa.com jedhamu ifoomun tajaajila eegale.www.daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama. • Daldaltoonni kamiyyuu galmaa’uun meeshaalee fi tajaajila keessan marsaritii kana irratti gurgurachuu ni danda'u. • Fayyadamtoonni marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni danda'u. • www.daldalaa.com irratti galmaa’uun meeshaalee akka bilbila, laptooppii, Taableetii, Tiivii, konkolaataa, mana jireenyaa uuffataa fi kkf bitachuu fi beeksifachuu ni danda'ama. ⚜ Galmaa’uun tajaajila kana fayyadamaa. 👇 www.daldalaa.com/register www.daldalaa.com/register
إظهار الكل...
Gadaa Magazine maatii barattootaa fi barattootaa kutaa 12ffaa sababa netoorkiin firii isaanii hin ilaaliin jiran gargaaruu feedha. Barattoonni 'Registration number' keessan qofa garaa @gadaamagazineBot nuf ergaa. #SHARE @GadaaMagazine @GadaaMagazine
إظهار الكل...
#MinisteeraBarnoota Qabxii olaanaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 669 ta'uun galmaa'e. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2012 fudhatan 702 qabxii 600 ol galmeessuun isaanii ibsameera. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa 2012 fudhatan walakkaan firii qormaaticha 350 ol galmeessaaniiru. Firii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa ibsa laateera. Ibsa guutuu 👇👇 https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/233/Qabxii-olaanaan-qormaata-biyyaalessaa-kutaa--
إظهار الكل...

Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
إظهار الكل...
BBC Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
Oromia Media Network- OMN
Addis Standard
FBC Afaan Oromoo
OBN Afaan Oromoo
ETV Afaan Oromoo
Gadaa Magazine
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
إظهار الكل...
BBC Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
Oromia Media Network- OMN
Addis Standard
FBC Afaan Oromoo
OBN Afaan Oromoo
ETV Afaan Oromoo
Gadaa Magazine
#BeeksisaaChanaalaa Odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa ta'ee Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa telegiramaa GADAA MAGAZINE itti dabalamaa, maatii Gadaa ta'a. JOIN: https://t.me/GADAAMAGAZINE Yaada fi ergaa qabdan akkasumas waan isinitti dhaga'amus karaa chanaaliichan waliif qooda. ♻️ Qunnamuuf @gadaamagazineBOT fayyadamaa.
إظهار الكل...
GADAA MAGAZINE

https://www.gadaamagazine.com/

Contact: @GadaaMagazineBOT

Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
إظهار الكل...
BBC Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
Oromia Media Network- OMN
Addis Standard
FBC Afaan Oromoo
OBN Afaan Oromoo
ETV Afaan Oromoo
Gadaa Magazine
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
إظهار الكل...
BBC Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
Oromia Media Network- OMN
Addis Standard
FBC Afaan Oromoo
OBN Afaan Oromoo
ETV Afaan Oromoo
Gadaa Magazine