ar
Feedback
Badeno wareda Education Office

Badeno wareda Education Office

الذهاب إلى القناة على Telegram
7 318
المشتركون
+2424 ساعات
+1887 أيام
+1 00130 أيام
أرشيف المشاركات
Hi

Arifachisaa✍️ Akkam jirtan Supervision, Ogeeyyii Waajjiraa,Dura Bu'oota fi Barsiisota keenya Hundaaf dhimmi Duula Raayyaa Miidiya isin beeksisuu Ilaala akkuma olitti ibsamuf yaalametti guyyaa boru Duula addaa pega MM fi Perisdantii Naannoo keenya waan jiruf Page haaraa banun qophii gooatani boru Duula Cimaa taasisuu qabdan Aanaan keenya boru dorgommii Cimaa qaba Jabaadhaa waliin jirra

Repost from N/a
ΔΔΔΔΔAriifachiisaaΔΔΔΔΔ Manneen barnootaa Sadarkaa 2ffaa, Sadarkaa 1ffaa fi BSTD hundaaf. 🟥𝐊𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐨𝐥𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐱𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐮𝐮 𝐟𝐢 𝐢𝐣𝐨𝐨 𝐭𝐚𝐡𝐚𝐧. 1. Hooggansi hundi akkaatuma kallattii taa'een cufaa mana barnootaa bifa istaandardii eeggateen raawwachuun gabaass isaa qindeessee barruun waajjiraaf galchuu. 2. Maallaqa Ethol hojiilee duursa kennamuu qabuuf ittiin hojjachuuf kan karoorfatee san hanga waxabajjii 30/2018 tiitti raawwiin isaa waajjiraaf dhihachuun herregni isaa bu'uu qaba. 3. Manneen barnootaa hunduu barataaf kaardii raabsuu qabu. Kuniis baay'ina barataa galmaaween qophaawee kan dabree fi kan kufeef harkatti kennamuu qaba. 4. Dura bu'oonni barnoota gannaaf deemu yoo jiraate qaama mb bakka bu'u ija ogummaan xiinxalee mariisisee xalaayaan waajjira beeksisuu qaba. 5. Dura bu'oonni roostara barataa akkuma manni barnootaa cufameen qindeessee waajjiratti galchuu qaba. Kuniis duursa haalli qulqullina isaa mirkanaa'uu qaba. 6. Gabaasni hojiilee walii galaa fi karoorri hojiilee gannaas akkasumatti qindaawee hanga Adoolessa 5tti waajjiratti galuu qaba. 7. Ragaalee online guutamaa jiru ilaalchisee akkaatuma sagantaa taa'een kan itti fufuu fi qaamni sagantaa taa'een alatti deemuu fi kan hin guutin mindaan isaa 8. Hojiileen akka walii galaatti abbootii adeemsaa waajjiraatiin isinitti kennamees kallattuma saniin kan itti fufaniidha. Adoolessa irraa eegalee kan adda citu tahuu isaati. ⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️ ❌𝐐𝐚𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐤𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐚𝐚'𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐚latti oliif gadi gitintiraatu jiraannaan 1. Tarkaanfiin bulchinsaa fi itti gaafatamni seeraa kallattumaan kan irratti raawwatamuudha. 2. Hojiilee jedhame hanga duguugee falchutti mindaan isaaf kaffalamu kan hin jirre tahuu isaa. ✔️Xumura dubbiiti. Lafa nagaa bulaa, horaa deebanaa.

Manneen Barnoota Ragaa kana hin guutin hatattamaan xumuraa maali rakkoon yoo namni Ragaa hin qabne jiraate adda baasa mindaan isaa akka qabamu taasisna

Repost from N/a
Duubdeebii Galmeessa Raawwii Online Barsiisoota Sad.1ffaa fi 2ffaa Hanga Guyyaa 26/10/2018tiitti jiru
Duubdeebii Galmeessa Raawwii Online Barsiisoota Sad.1ffaa fi 2ffaa Hanga Guyyaa 26/10/2018tiitti jiru

Repost from N/a
Duubdeebii Raawwii Galmee online hanga guyyaa 23/10/2018
Duubdeebii Raawwii Galmee online hanga guyyaa 23/10/2018

Repost from N/a
Manneen Barnootaa Raawwiin keessan gadi bu'aa tahee fi kanneen 100% hin xumuratin guyyaa 19-20/10/2018 tiitti xumurachuu baannaan sarvarri cufamee jira waan taheef akka barsiisaa fedhiin hojii gadi lakkiseetti ykn ragaa tokkollee hin qabneetti lakkaawama waan taheef kana hubachuun wal hubachiisaa. erga sarvarri cufamee dhufnaaniis fudhatama kan hin qabneedha.

Repost from N/a
Duubdeebii Galmeessa Ragaa Online dhaan guutamaa jiru hanga guyyaa 18/10/2018 tiitti.
Duubdeebii Galmeessa Ragaa Online dhaan guutamaa jiru hanga guyyaa 18/10/2018 tiitti.

Duubdeebii Raawwii Galmeessa Ragaa Online Hanga Guyyaa 13/10/2018
Duubdeebii Raawwii Galmeessa Ragaa Online Hanga Guyyaa 13/10/2018

Repost from N/a
Ergaa ijoo Manneen barnootaa 21 asirratti duubdeebiin isiniif barreeffaman kun Guyyaan sarvarri online ittiin guuttan kan isiniif banamu guyyaa tokkichaa boruu qofaadha. Kunius guyyaa 15/10/2018 jechuudha. Guyyaa kanatti barsiisonnii fi hooggantoonni manneen barnootaa kuniis dhufee kan ragaa isaa hin guuttanne fedhii isaan akka hojii gadi lakkiseetti galmaa'a. Sababni isaas ragaa fi dookumantii dhabuu isaati. Osoo qabaatee yeroo jedhametti galmaawa waan taheefi. Guyyaan itti aanu kan manneen barnootaa biraatu eegalama. Xumurame!!!! Ergaa waliin gahaa....

Repost from N/a
Duubdeebii Raawwii Galmeessa Ragaa Online Galee hanga guyyaa 11/10/2018 waajjira barnootaa Aanaa Baddannoo
Duubdeebii Raawwii Galmeessa Ragaa Online Galee hanga guyyaa 11/10/2018 waajjira barnootaa Aanaa Baddannoo

Repost from N/a
Duubdeebii Raawwii Galmeessa Ragaa Online Kan Guyyaa 11/10/2018 W/Barnootaa Aanaa Baddannoo
Duubdeebii Raawwii Galmeessa Ragaa Online Kan Guyyaa 11/10/2018 W/Barnootaa Aanaa Baddannoo

Link kan add gochuun garee misooma bar fi hog man. Barn sad.1ffaa Aanaa baddannoo hordofuu dandeessu

GUYYAA 07/10/2018 Manneen barnootaa sadarkaa guddina barsiisotaa fi fooyya'insa barnootaa bara 2019 hin qabnu jechuun hin galchin. 1.Aammadee 2.Arramurii Dooyyoo 3.Bakkalcha raammis 4. Boosoo raammiz 5.B/Beekumsaa l.1 6.caffee ilillii 7.caffee maddaa 8.daawwee raammis 9.dachaatuu 10.daawwitii harawaa 11.dheertuu 12.dirree xayyaaraa 13.Gasaroo 14.G/Waleensuu 15.G/iddoo 16. Guutuu raammis 17.Haacaaluu l.1fi7 18. Holqa diimaa 19.ifaa boruu 20.ija qalloo 21.iyyaa awwaaree 22.liilloo dha. Manneen barnootaa kunniin yoo waajjiratti galchitanii isin jalaa harca'ee hafe edanuma keessoon akka nu qunnamtanii nu beeksiftan isin beeksifna. Barsiisonni manneen barnootaa kana keessa jiraniis akka sababa tokkollee hin dhiheessine hubachuu qabu. G/G: hoogganaa waajjiraatiif

Tarsimoo raawwatinsa FMB.pptx2.19 KB

+3
SIP New Frame work 2018 - Copy.pptx1.67 MB

𝐌𝐚𝐫𝐬𝐚𝐚 𝐗𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟!!!! 👉𝐃𝐡𝐢𝐦𝐦𝐢 𝐒𝐚𝐝𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐅𝐨𝐨𝐲𝐲𝐚'𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐚 2019 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚. 🔛Kanaan Dura gaafa guyyaa 07/09/2018 Barsiisoota bara 2019 sadarkaa guddinaa qabanii fi fooyya'insa barnootaa qaban hanga guyyaa 10/09/2018 tiitti waajjira barnootaa biiroo lakk. 9 tti hard copy qaamaan akka galchitan kallattiin isiniif kennameeti jira. Hooggansi haaluma jedhameen nuuf galchitan galatoomaa. Garuu hooggansi hanga hardhaatti hin galchin guyyaa boruu 13/09/2018 hanga sa'aa 6:00 tti galchuu baannaan kan itti gaafatamtan tahuu isin beeksifna. Dabalataaniis baajata bara 2019 irrattiis rakkoon akka uumamuu fi faayidaa barsiisaan argachuu qabu sababa hooggansa mana barumsaatiin barsiisaan akka dhabu taasisaa waan jirtaniif irra deebiin akka of ilaaluu qabdan isin beeksifna. G/G: I/G Waajjira Barnootaa Aanaa Baddannootiif.

Sadarkaan Guddinaa fi Fooyya'insa barnootaa 2019 kun hanga guyyaa 10/09/2018 tti qofa galuu qaba. kan guyyaa kana bira dabre kan itti gaafatamu dura bu'aa mana barnootaati. kan galuu qabuun hard copy qofaani. Kan sadarkaa 1ffaa fi BSTD waliin galuu qaba. Waantoonni guddinaan waliin galuu qaban1. Iyyata barsiisaa tokkoon tokkoo guddina Qabuu. 2. Dow ykn KOORSII Madaqinsaa Bara 2018 dalagame hard copy. 3. Qaboo yaa'ii Koree GMB 4. Uunkaa ergameen Guddinaa fi fooyya'insa Shiitii shiitiin jiru guutuun qaamaan guyyaa jedhametti waajjiratti fiddu.

Share 3. Kar. Raw Buusii Barat 2018 Guyyaa 16- 8-18 new.xlsx