cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Hambaa Annole

Draamaa Walaloo Artii garaa garaa argattu channel kanaa kesatti join and share Yadaa/Gaafii yoo qabattan You tube https://youtube.com/channel/UCiH0Aa3gt7VVx8ZiioWwYxg

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
212
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...
Andualem Gosa GUMGUME Ethiopia Oromo Music Vision Entertainment

andualem gosa gaad lakkifameera 1M galchuun gahee kessaani

Xalayaa Jaalalaa 💌? Na eegi naan jettaa Na beellamteet haftaa Yeroon si bilbiluu Halkan dafteet raftaa Anoo humaa hin beekuu Garraami akka hoolaa Oduu namaa hin dhaquu Bakka hojii koon oolaa Maa naaf ta'uu diddee At garuu jaalallee Natti himi rakkoo kee Waan tokko na hin gallee Erga at na jibbitee Maalsaan #qalbii dhabaa Jennaan jenne malee Kan kee warqii qabaa ? Amaanu'eel Waaqturaa Moosisaa t.me/hambaa_annole
إظهار الكل...
Hambaa Annole

Draamaa Walaloo Artii garaa garaa argattu channel kanaa kesatti join and share Yadaa/Gaafii yoo qabattan You tube

https://youtube.com/channel/UCiH0Aa3gt7VVx8ZiioWwYxg

إظهار الكل...
galgalli jumma milkiin dhihee jiraa

Alhamdulillah galata rabbi
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Ayyaana Irreechaa Doha Qatar Haala Ho'aan kabajame (October 8, 2011) MAM ORO TUBE

Ayyaana Irreechaa Doha Qatar Haala Ho'aan kabajame (Oktober 8, 2011) oromoon galaanaa irran dhangalanaa

Motumma har'aa hundeffame kun ummata hogganu akka hiin dandenye addunyan hubatte jirtii Take a look at Mubarak A Muhammad https://twitter.com/MubarakAMuhammd?s=09
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Mubarak A Muhammad

Wayyo jawwe koo

Har’a Telegram qabaachuun nu fayyadeera. Miidiyaaleen haawaasaa dhaabbata Facebook jala jiran hundi Facebook, Instagram, WhatsApp fi Messenger yeroo dalaguu dide kanatti dalaguu diduu isaatuu waliif himuuf Telegram nu gargaaree jira. Join gochuun bu’aa qaba jechumaafi.
إظهار الكل...
Take a look at Mubarak A Muhammad (@MubarakAMuhammd): https://twitter.com/MubarakAMuhammd?s=09
إظهار الكل...
Mubarak A Muhammad (@MubarakAMuhammd) | Twitter

The latest Tweets from Mubarak A Muhammad (@MubarakAMuhammd). Odefanno olmaa oromiya Free jawar mohammed

اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.