ar
Feedback
Dr heeraan

Dr heeraan

الذهاب إلى القناة على Telegram

Telegraama kana irra barnoota garagaraa argatu wa'ee fayya irratti john share godha

إظهار المزيد
1 791
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-17 أيام
+4230 أيام
أرشيف المشاركات
photo content

KINTAAROOTII/HEMORRHOIDS ============= Kintaarootiin maali? Akkamiin namatii dhufa? Falli Isaa hoo maali? Kintaarootiin rakkoo fayyaa yogguu hiddootni dhiigaa munnee/hudduu (rectum) keessatti argaman dhita'an fi mada'aan nutti dhufuudha. Dhita'uu fi mada'uu hiddoota dhiigaa munnee keessatti argaman kan kintaarootii nutti fiduuf wantoota sababa ta'an: 1. Dhiiga qaamota gara gadiitii gara onneetti kan geessu hiddi dhiigaa guddichi 'portal vien' inni jedhamu yoo uggurame ' portal hypertension' fiduun hiddootni dhiigaa munnee keessatti argaman gara itti deeman dhabuun achumatti guduunfamuun hafu. Kun ammoo yeroo baay'ee namoota dhukkuba tiruu qaban irratti mulla'ata. 2. Umriin dabaluu- kintaarootiin yeroo baay'ee nama umriin dabale irratti mulla'ata. umriin akkuma dabaluu maashaaleen silaa hiddoota dhiigaa munnee keessatti argaman jabeessuuf oolan hanqachaatii deemu. Kun ammoo hiddootni dhiigaa kunneen yoo boolofnu salphumati gad dhiibamanii akka dhita'anii fi mada'an isaan taasisa. 3.Gogiinsa garaa- boolii goge basuuf yogguu ittannu hidootni dhiigaa munnee keessatti argaman ni cunqurfamu. 4. Furdina garmalee -dhiibaa garaa keessatti dabaluun hiddoota dhiigaa munnee keessatti argamanirratti dhiibaa geessisa. 5. Yeroo ulfaa - haaluma furdinni garmalee fiduun. 6. Infeekshiniin munnee deddeebi'ee yoo nama qabe. Kun kintaarotii fiduu keessatti ga'eensaa xiqqaadha. Mallattoolee # Dhiigaa munneedhaan bahu. - Yoo nama dhiigu dhukkubbii hin qabu, dhiiguu keenya kan agarru tasa iddoo teessuma mana fincaanii ykn waraqaa( sooftii) ittiin qulquulloofane irratti ta'uu danda'a. Dhukkubii qaba tanaan rakkoo walxaxaa nutti fidaa jirachuu agarsiisa. Kanaaf battalatti m/yaalaa deemuu barbaachisa. # Dhiitaa xiqqoo munnee keessatti namatti dhagahamuu. Yoo waraqaadhan qulqulleeffatan harkarratti kan namatti beeksisu. Dhiitaan kun kan ofii isaatiin ykn harkaan dhiibuun ol deebi'u ykn gonkuuma kan ol hin deebine ta'uu danda'a. Kun ammoo sadarkaa dhukkubichi irra Gahe mulli'isa # Miirri nama nyaatu ykn hooqsisu hudduu keessa namatti dhagahmu. ** Falli maali ? Rakkinichi sadarkaa ol-aanaa irra kan hin geenye( kan reefu nurratti mulla'ate) yoo ta'e haalli manatti of yaaluu dandeenyu jira: * Bishaan ho'aadhaan naannoo sana(hudduu) dhiqachuu Ykn cabbii hucuu haphii fi qulqulluu ta'een maruun jabeessanii irratti qabuun daqiiqaa muraasa turuu. * Hudduu haxa'achuuf /qulqulleefachuuf waraqaa lallaafaa ykn bishaan fayyadamuu * Jirbii cuunfaa loomiitin jiisuun irratti daqiiqaa muraasaaf qabu. * Booliin yoo haalan nu qabe qofa boola'uu. Yoo boolofnus m/fincaanii irratti haala taa'umsa Keenyaa mijeeffachuun booliin haala salphaan osoo hin ittannee akka bahu gochuu. * Nyaata sirreeffachuu. Nyaata faayibariidhan badhaadhaan baay'inaan soorachuu: Raafuu, dinnicha, qamadii,garbuu,talbaa, baqelaa/atara, ocholonii, burtukaana/loomii,avokaadoo fi muuzii fa'a soorachuu. * Booliin bahuu yoo rakkise 'stool softeners' kan jedhaman kan bifa 'cream' qopha'an bitachuun fayyadamuu. Kana hirriba duraa fi yogguu boolofnu fayyadamuu qabna. * Haala armaan oliin yoo sin dhiisuu baate ykn sadarkaa ol aanu irra gahe yoo ta'e m/yaala deemuu. yaala baqaqsanii hodhuu( surgery) argachuun ni danda'ama. Yaaliin baqaqsanii hodhuu garuu rakkoon inni nutti fidu waan jiruuf filannoo dhumaa keessan osoo gootaniin isin gorsa. GALATOOMAA!! FAYYAA FI NAGAA HIN DHABINAA!!! Dr. Heeraan

photo content

Walqunnamtii Saalaa taa'anii raawwatamu (Hot seat romantic sex position🙄🤔) ✏°°°°°°°°° Waliin jireenya jaalalaa keessatti(love life) jaalala waliif ibsuu(romance) danda'uun barbaachisaadha. Akkamitti akka jaalala walitti agarsiisnu sinitti himuu yaadee osoo hin taane, kanaan walqabatee waayee walqunnamtii saalaa taa'anii raawwatanii fi jaalalaaf bu'aa inni qabu akka waliin ilaallu barbaadeni🙄. Akkuman irra deddeebin kaasaa ture, jaalalleewwan(dhirsaa fi niitin) siree irratti waan haaraa waliin yaaluun jaalala ho'isuuf hamma nuti yaadnuu olitti murteessaadha. Waan haaraa yoon jedhu waan addaa osoo hin taane wantoota duraan waliin hin raawwatin suuta suutan waliin shaakalaa deemudha. Fknf, kallattiilee saalqunnamtii hedduun waan jiraniif jijjiiranii kan lamaan keenya gammachiisen raawwachuu, afaanin qaama saalaa waliif kakaasuu, qaama waliif dhiquu, fi kkf wantoota lamaan keenyaaf icciitii ta'an kamiyyuu qaanii tokko malee waliin hojjachuun walitti dhiyeenya miiraa(emotional intimacy) fiduuf nama gargaara🙄. Mee gara mata duree kiyyaattin deebi'a. Walqunnamtiin saalaa taa'aanii raawwatamu poosishiniiwwan ibsituu jaalalaa(romantic sex positions) keessaa isa tokko yoo ta'u warra jaalala mi'ooftuu waliin qabantu itti gargaarama. Akkuma maqaa isaa irraa hubatamu(hot seat), inni dhiiraa teessoo ykn qarqara siree irra miila isaa addaan banuudhaan hirkatee erga taa'ee booda, isheen ammoo miila ishee walitti qabattee fuulan isarraa garagaltee isarra taa'udhaan kan raawwatamuudha😉. Harki isaa #free ta'ee waan jiruuf qaamashee iddoo barbaade(harma, shurrubbaa, hudduu, sarbaa ykn bakka fedhe)sukkuumuu ni danda'a. Dhiira boqonnaa fudhachiisuu bira darbee, akka barbaadetti duubarraan ofitti ishee qabuudhaan akkuma aannanii unachuu dandeessisa. Akkasumas dubartoota buqushaan isaanii bal'aa ta'eef(loose vagina) hudduun waan walitti jedhuuf rigata sirriitti uumudhaan gammachuu dhiiraa olkaasa.

Yeroo walqunnamtii saa-laa dubartiin maalif iyyiti? °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ■ Gammachuu: Yeroo walqunnamtii saal-aa raawwatamutti gammachuu olaanaa keessa dubartoonni gaafa seenan osoo hin beeknes ta'uu danda'a sagalee ni baafatu (aaduu). ■ Dhiirri yoo laafe: Qunnamtii gubbaatti dhiirri kan laafu yoo taa'e dubartoonni tokko tokko isa jajjabeessuf ni aadu.Yeroo dubartiin iyyitu dhiiratti olaantummaan waan dhaga'amuuf ariitii isaa ni dabala. ■ Yoo dhukkubeef: Qaama saa-laa gurguddaa dhiironni qaban gaafa hunda isaa itti seensisan waan dhukkubsuuf iyyuun ishee waan hin oolledha. Iyyi gammachuu fi dhukkubbii gargaridha. Kanaaf itti toleeti jettee itti deddebisuurra suuta qaama hunda osoo hin seensifne raawwachuutu sirra jiraata. ■ Yoo itti hin tolle: Walqunnamtii saa-laa yeruma hunda namatti tola jechuu miti. Yeroo tokko tokko nuffuu dandeessi. Kanaaf waan itti hin tolleef akka nama fedhii ba'ee of gochuun akka innis fixatuuf sagalee dhageessisuu dandeessi (fake orgasm) ■ Suuta akka raawwatuuf: Dubartoonni tokko tokko akkuma jalqabeen sagalee baasuu eegalu. Kana kan gootuf akka inni suuta raawwatu, dafee akka inni hin xummurreefi. Jalqabuma yeroo iyyuu jalqabdu nan dhukkubsee laata waan jedhuuf of qabaa suuta akka inni raawwatuufi. ■ Xiyyeeffannoo akka irra kaa'uf: Dhiironni tokko tokko osuma walqunnamtii saa-laa raawwatanii sammuutti waan biraa yaadu, raawwachaa jiraachuu dagatanii karaa biraa deemuu danda'a. Maarre dubartii abshaalli kana hubatte akka inni yaadan hin banne, xiyyeeffannoo isheerra kaa'un sirnaan raawwatuuf sagalee dhageessisuun akkanaa akka inni yaadan hin banne gooti. ■ Poosishiinii jijjiiruuf: Kallattiin dura ittiin raawwachaa ture sun yoo ishii nuffisiisee sagalee dhageessisuun akka itti hin tolle waan beeksiftuuf haala ittiin raawwachaa ture san jiijiiruf ni tola. ■ Isatti waan toluuf: Yeroo walqunnamtii saa-laa raawwatamu dubartiin sagalee baastu dhiirri baay'ee jaalata. Galatoomaa share waliif godhaa @DrHeeraan

Link kana xuqaasuun Comment jalatti MA barreessuun dorgommii kana akkaan injifadhee 10000 badhaafamuu na taasisa 👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/MFiQoSU0CUw?si=wjacNeOlUqEPqbyT

Link kana xuqaasuun Comment jalatti MA barreessuun dorgommii kana akkaan injifadhee 10000 badhaafamuu na taasisa 👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/MFiQoSU0CUw?si=wjacNeOlUqEPqbyT

Shamarran qaama saalaa dhiiraa kan akkamii barbaadu? (Women penis preference). °••••••••••••••••••••••••°••••••••••••••••••••° Gaaffiin kun gaaffii dhiirota hedduu addunyaa kanaati. Sababa kanaaf qorannoon dhimma kanarratti hundaa'e moodeela qaama saalaa dhiiraa guddina garaagaraa qabu fayyadamuudhaan taasifamaa ture. Bu'aan qorannoo kanneenii akka agarsiisutti, shamarran hamma dhiirri waa'ee guddina qaama saalaa isaa yaadda'u, shamarri waa'ee qaama saalaa hiriyyaa ishee hin dhiphattu. Haa ta'u malee, shamarri tokko qaama saalaa dhiiraa ka'ee uffata dhiibee guddaa fakkaatee mul'atu yoo argite, miira keessa galtee hawwii fi yaadaan baddee fajajuun ishee hin oolu. Moodeela pilaastikaa qaama saalaa fakkeeffame keessaa akka filataniif isaanif kenname keessaa shamarran giddu galeessaan, qaama saalaa dheerinni isaa 16 cm ta'ee furdinni(marsaan) isaa 12 cm ta'e filataniiru jedha qorannoon biyya ameerikaa kun. Xiqqoo wanti kun warra dhiirotaa yaaddessuu hin oolu. Sababni isaas filannoon dubartoota kunneenii qaama saalaa gurguddaa jedhamaniidha. Dhimma kanaan walqabsiisee, wanti abdii isaaniif(dhiirotaaf) kennu tokkos ni jira. Innis, dubartiin dhiira waliin jiraachuu barbaaddee fi yeroo tokko tokko qofa waliin walqunnamtii saalaa raawwachuu barbaaddeef guddinni qaama saalaa isheen filattu gargari. Warra yeroo gabaabaaf barbaadde qaama saalaa guddaa irraa barbaaddi jedha qorannichi. Yeroo dheeraa keessa garuu size giddu galeessa miira dhukkubbii isaanitti hin uumne barbaadu. Kanaafuu nama akkasii jireenyaaf barbaadu jedhama. Haata'u malee, dubartii hundatu yaada kana qabas jennee dimshaasessu hin qabnu. Fedhii fi yaada isheen qabdu gaafatanii baruun barbaachisaadha. °•••••••••••••••••••••••°••••••••••••••••••••••° Waan dubbistaniif Galatoomaa Share waliif gochuu dandeessu. Dr. Heeraan

photo content

Link kanaan seena vedio jalqaba irratti MA Comment jalatti naaf barreessa na moosisaa https://youtube.com/@umuMumtazO-jw6dx?si=SGkxO8pPpdSdfI-v

Hordoftoota ko arra isiniin dhiphisu barbaada naaf dhiphadha sagantaa dorgommii tokko waaniin qabuuf dorgommii kana na injifachiisa hadaraa Dorgommiin kun Youtube subsribe godhuu qofa link kanaan seentanii subsribe gootani MA Comment jalatti barreesitani youtube subsribe goototani scren shut gootanii Comment jala naaf keessan https://youtube.com/@umuMumtazO-jw6dx?si=SGkxO8pPpdSdfI-v

Yeroo Walqunnamtii Saalaa Wantoota Dubartiin Jibbitu 🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁 ①. Yeruma xiqqoof qaama ho'isuu (short foreplay) : Yeruma tokkoon qaqqabachuun, dhungachuu fiiganiituma raawwachuu dubartiin kamuu hin jaalattu. Fedhiin dhiiraa dafee dhufaa dafee qorras, dubartiin garuu fedhiin ishii dafee hin dhufusii ho'inaan immoo daftee hin dhabamtu. Kanaaf qaama ho'isuun yeroo dheeraf raawwachuu qabda. ②. Yaada hin taane laachuu : Maali intaloo maal fakkaattaa, qaamni kee maal fakkaataa, dabbasaan kee oogana natti jejjedhaa, dafqa dafqa jetta bishaan biyyarra hin jiru moo  fi wantoota kana fakkaatan jechuun akka ofitti qaanoftu gochuu hin qabdu. Yeroo walqunnamtii saalaa wantoota gaggaarii qofa dhaga'uu waan barbaadduuf waanuma gurraaf tolu qofa itti hasaasi. ③. Kan of jaalatu : Dhiirri fedhii isaa qofaaf dhimmamu heedduu dubartii biratti jibbama. Kan isaa fixatee achi gargalee xaxatee kan ciisu dhiiraa miti. Intaluma amma si gammachiifte tana akkamitti irraa gargalata? Ammuma fedh e yoo fedhiin kee dafee kan dhufu yoo ta'eyyuu ishii fedhii baasuuf dhamaatiin ati taasiftu ishii biratti gatii qaba. ④. Fedhii ishii kan hin eegne : Callisteetuma dhungachuu, tuttuquu, itti bubbu'uun hin barbaachisu. Yeroo dhungattu deebii ishii fuularraa dubbisaa ta'uu qaba. Itti hin tolle taanan jijjiiruu yookin dhiisudha. Eessa akka tuqxu, eessa akka dhungattu, akkamitti ta'uu akka qabu fedhii ishii jiddu galeeffachuu qabda. ⑤. Irratti shaakaluu : Yeroo fiilmii garaa garaa ilaaltu dubartoonni yeroo mangaagaa banan ni agarta. Mana keetti yeroo galte garuu jaalallee/niitiin kee hin iyyitu. Si'i garuu iyyisiisuun hawwii keeti. Dubartiin Oromoo yeroo walqunnamtii saalaa kan iyyitu yoo dhukkube qofa. Kanan ala sagalee xiqqoo ni dhageessifti (ni aaddi). Gooftaa koo fiilmii sobaa jaalallee/Haadha ijoollee keetii irratti practice ba'uu hin hawwin. . ⑥. Amma amma gaafachuu : Ofii kee erga fedhii baatee raawwii dhaabdeen booda ati hoo fixxee jettee akka hin gaafanne. Erga dhaabdeen booda maal akka siin jettu barbaadda? Yeruma eegaltu fedhii ishii wal faana oofi. Darbii darbii jidduu eessa akka geesse gaafadhu. Yoo dhufaa jira siin jette itti muddi. Yoo xiqqoo ni hafa siin jette kallattii fi ariitii raawwii keetii jijjiiri. Amma amma gaafachuu irra sochii qaamaa ishiin taasiftuu fi jiiijrama fuula ishiirraa dubbisuun gaaridha. ━━━━━━⊱✿⊰━━━━

photo content

Harka fuune akkam jirtan hordoftoota telegraami ko hojii koofi barnoota koottii hammam gammadaa jirtu Yeroo bayye akkaan asii
Harka fuune akkam jirtan hordoftoota telegraami ko hojii koofi barnoota koottii hammam gammadaa jirtu Yeroo bayye akkaan asiin isiiniif dhufaa hin jirree nan beka kanas kan na godhe waggaa t2 oliif chaneeliin ko nama 1300 qofa qaba kanatu hamilee na caphsee kanaaf Telegraama ko hiriyoota keessan irratti share gochuun akka 2k iyyuu naaf galu taasisaan jedha Hamilee natti horaa Yaada keessan Comment jalattii naaf kennuu hin dagatina galatooma John gochuu akka hin dagannee

Akkam bultan🙄
Akkam bultan🙄

photo content

Walqunnamtiin saalaa wantoota barbaachisoo bu'uuraatii?(Is sex basic need🙄🙄) ✏°°°°°°°°°° Deebiin gaaffii kanaa #eeyyeen kan jedhu ta'a. Saayintistiin Ameerikaa beekkamaan maqaan isaa Manslow jedhamu, wantoota dhala namaatiif barbaachisan tartiibaan(hierarchy) kaa'eera. Isaan keessaa Nyaata, Uffata, Mana(shelter) fi walqunnamtiin saalaa tarree jalqabaarratti argamu. Afaan ingliffaatin physiological needs jennee waamna. Amannus amanuu baannus, walqunnamtiin saalaa qixuma nyaanni barbaachisu dhala namaatif barbaachisa jechuudha. Akka saayintistiin kuni jedhetti, walqunnamtiin saalaa itti fufuu sanyii namaatiif, bohaartii sammuu fi fayyaa qaamatiif murteessaadha. Dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuu dhala namaati. Akkasitti yaaddanii beektuu laata? Kanaafuu waayeen walqunnamtii saalaa akka qaanii fi safuutti ilaalamuun hin barbaachisu. Keessattuu hawaasa akka keenyaa biratti namuu waanuma mandara keessa odeeffamu malee hubannoon saayinsawaa waayee saalqunnamtii irratti jiru gadi aanaadha. Waayee walqunnamtii saalaa iftoominaan keessa buunee barachuun qaama fi fedhii keenya barree jireenya saalqunnamtii bareedaa qabaachuuf nu gargaara. Namoonni waayee walqunnamtii saalaa irratti gaaffii kamiyyuu qabdan, inbox'n kiyya banaadha, yeroo feetanitti na gaafachuu dandeessu. Fayyaa fi Walqunnamtii Saalaa follow godhaa!

Repost from Gammee Business
DIRE TECHNOLOGY 🇺🇸🇺🇸🇺🇸DV-2025 Guuttanii jirtuu?? 🛑HUBACHIISA GUYYAN MURAAA QOFATU HAFEE GUYYAN HAFEE KAN ITTI FAYYADAMI Yoo kan hin guunne ta,e iddoodhuma jirtanitti isiniif guunnee "confirmation number" keessan pdf tin goonee isinii erguuf qophii xumurre jira !!! Odeeffannoo guutuu DV-2025 DV'n Maali? ➥ DV(Diversity Visa) jechuun carraa Visa Ameerikaa kaffaltii tokko malee ittiin argannudha. Carraan DV yoo nu qaqqabe kaffaltii tokko malee bilisaan gara Ameerikaa deemnee hojii nuuf qophaa'ee jirutti seenna jechuudha. DV-2025 galmaa’uuf wantoonni barbaachisan: 2. Suuraa qomaa olii(gurdii) tokko duubeen(Background) isaa Adii ta'ee 3. Gatii galmee qarshii 50 Akkamiin galmaa'u? 1. Karaa keessaa(inbox) irratti suuraa nuuf ergitu 2. Form isiniif ergamu guuttanii deebistu 3. Galmaa'uu keessan erga mirkaneeffattanii booda gatii galmee karaa isiniif mijateen kaffaltu(Bank,Telebirr) 4. Kaffaltii booda koodii DV keessanii (confirmation number) keessan fudhattu 5. Koodii DV keessanii bakka gaarii ol kaawwattu, ji’a 6 booda carraa DV keessanii ilaallachuu dandeessu. Gaaffilee yeroo hedduu gaafatamanii fi deebii 1. Passport ni barbaachisaa? ➥ Lakki, passport qabaachuun dirqama miti. 3. Lammiileen biyya alaa jiran galmaa'uu ni danda'uu? ➥ Eeyyee galmaa'uu ni danda'u 4. Carraan yoom ilaalama? ➥ Ji'a 7 booda (September , 2024 Gatii galmee yoo hin kaffalle maaltu ta'a? 1. Yeroo fi dhamaatiin isin galmaa'uuf gootan hunduu kasaaraa ta'a. 2. Koodii DV keessanii fudhachuu hin dandeessani 3. Bakka biroottis irra deebiin galmaa'uu hin dandeessani. Yoo galmooftanis ni haqama. Galmaahuudhaaf 👉@Baayisag

#ODUU_GAMMACHIISAA 100% dhugaadha Seeniituma ilaali ✅#dhugaa rabbii linkii kun kan kijibaa mitii dhugaadha👌 Mallaqa kara #Teelebirr siif kaffala suuraa gadii laalaa🙏🙏🙏 ✍Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaa qarshii hedduu argadhaa! Jalqaba linkii kana tuqaa👇👇 https://telegram.me/kana_betting_bot?start=i951538045 Hey there 👋 I'm playing Keno on this amazing platform, and I thought you might enjoy it too. Register using my invite link, and you'll receive ⁨15 ETB⁩ to start your betting adventure.

Media kana irratti wa'ee fuudhaafi heeruma tokko argeen amanuu dadhabe jala deeme qoradhe qulqulleefadhe dhufe namoonii haadha warra yok abba warra barbaadan kan fedhi qabdan yo jiraatan link telegraama isaanii kanaan seena dubbisa https://t.me/jarsafi