cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Islamic community Channel

I am first Muslim

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
173
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Rassuul keenya akkana jedhan Ummatni hundinuu waan ittin qoraman qaban; ummatni kiyyaa wanti ittiin qoraman qabeenyaadha. (صلى الله عليه وسلم ) https://t.me/gorsadubartotaa https://t.me/gorsadubartotaa
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Haqi muslimii muslima irraa qabu jahaa. 1.Yoo Fuula keessa dhufee nagaa gaafachuu 2.Yoo inni yaame owwaachuufi 3.Yoo inni tola irraa barbaade tola ooluufii 4.Yoo inni Haxxifatee Alhamdullilah jedhee Ya Rahmuka Allaah jechuunii 5.Yoo inni dhukkubsate gaafachuu 6.Yoo inni du'ee gaggeessitee Awwaalu. Warra haqa walii guutu Rabbiin nu haa taasisuu!
إظهار الكل...
: {يَا أَيهَا الَّذين آمنُوا كتب عَلَيْكُم الصّيام كَمَا كتب على الَّذين من قبلكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُون}. عباد الله: إن اللهَ عزَّ وجلَّ جعلَ شهرَ رمضانَ مضماراً لخلقِه؛ يستبقون فيه لطاعتِه، فسَبَقَ قومٌ ففازوا، وتخلفَ أقوامٌ فخابوا، قَالَ ﷺ: «إِنَّ هَذَا الشَّهْرَ قَدْ حَضَرَكُمْ وَفِيهِ لَيْلَةٌ خَيْرٌ مَنْ أَلْفِ شَهْرٍ مَنْ حُرِمَهَا فَقَدْ حُرِمَ الْخَيْرَ كُلَّهُ وَلَا يُحْرَمُ خَيْرَهَا إِلَّا كلُ محروم». كان مِنْ هَدْيِهِ ﷺ فِي شهرِ رمضانَ الإكثارُ من أنواعِ العبادة، وكان جبريلُ يدارسُهُ القرآنَ في رمضان، وكان يُكْثِرُ فِيهِ مِنَ الصَّدَقَةِ وَالْإِحْسَانِ، وَتِلَاوَةِ الْقُرْآنِ، والصلاةِ، والذكرِ، والاعتكاف، وكان يخصّهُ من العبادات بما لا يخصُ به غيرَه، وكان يتسحّرُ ويحثُ عليه ويؤخرُه ويرغبُ في تأخيره، وَكَانَ يُعَجِّلُ الفطر، ويحثُ عليه، وكان يحضُ على الفطرِ على التمر، فمن لم يجد فعلى الماء. وَنَهَى الصَّائِمَ عَنِ الرَّفَثِ وَالصَّخَبِ وَالسِّبَابِ، وَجَوَابِ السباب، وأمرَه أن يقولَ لمن سابَّه: إني صائم، وكان من هديه إسقاطُ القضاءِ عمن أكلَ أو شربَ ناسياً، وأن اللهَ هو الذي أطعمَهُ وسقاه، وَصَحَّ عَنْهُ ﷺ أنهُ يستاكُ وهو صائم، وكان يصبُ على رأسه الماءَ وَهُوَ صَائِمٌ، وَكَانَ يَتَمَضْمَضُ وَيَسْتَنْشِقُ وَهُوَ صَائِمٌ، ومنعَ الصائمَ من المبالغةِ في الاستنشاق. وكَانَ ﷺ يُرَغِّبُ في قِيَامِ رَمَضَانَ مِنْ غَيْرِ أَنْ يَأمُرَهُمْ فِيهِ بِعَزِيمَةٍ، فيقولُ: «مَنْ قَامَ رَمَضَانَ إيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»" وقال : «إِنَّهُ مَنْ قَامَ مَعَ الإِمَامَ حَتَّى يَنْصَرِفَ كُتِبَ لَهُ قِيَامُ لَيْلِة».
إظهار الكل...
Sadaqaan tan firatti sadaqantu caala! Sadaqaan hundinuu sawaabaa fi waan gaarii tahee osoo jiruu, rahiima maxxanfachuun dabalataan Rabbi biraa mindaa qaba. Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Sadaqaan hiyyeessatti sadaqattu sadaqaadha; sadaqaan firatti sadaqattu ammoo waa lama: Sadaqaa fi rahiima maxxanfachuudha” أَخْبَرَنَا مُحَمَّدُ بْنُ عَبْدِ الأَعْلَى، قَالَ حَدَّثَنَا خَالِدٌ، قَالَ حَدَّثَنَا ابْنُ عَوْنٍ، عَنْ حَفْصَةَ، عَنْ أُمِّ الرَّائِحِ، عَنْ سَلْمَانَ بْنِ عَامِرٍ، عَنِ النَّبِيِّ صلى الله عليه وسلم قَالَ ‏ "‏ إِنَّ الصَّدَقَةَ عَلَى الْمِسْكِينِ صَدَقَةٌ وَعَلَى ذِي الرَّحِمِ اثْنَتَانِ صَدَقَةٌ وَصِلَةٌ ‏"‏ ‏. Sunan an-Nasa'i 2582 Kanaafuu dura fira gargaaruutu irra caala. Hunda kheysatti iklaasa nuuf haa kennu. https://t.me/gorsadubartotaa https://t.me/Binti_Islama
إظهار الكل...
Abuu Abdillaah Jaabir bin Abdillaah Al-ansaarii irraa odeeffamee R.A ni jedhe: namni wahii Ergamaa Rabbii S.A.W gaafatee ni jedhe: ‘meef naaf himaa! Yeroon salaata dirqamaa shanan salaate, Ramadaana soome, halaalli halaala ta’uu isaa amaneefi haraamnis haraama ta’uu amanee irraa fagaadhee homaa sana irratti dabaluu dhiise jannata nan seenaa? Eeyyee” jedhan. Muslimtu gabaase. Hiikti haraama haraamomsuu jedhu irraa fagaachuudha. Halaala halaalomfachuu jechuun immoo eeyyamamaa ta’uu isaa amananii hojjachuudha.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
اللهـمَّ بلغنا رمضان بقلوبٍ صالحة، تقيّة، نقيّة، مخلصة، تائبة، لك مُحبّة، ولرضاك ساعية، ولجنّتك طالبة، ولطاعتك راغبة، وعن المعاصي عازفة..🌿🌙
إظهار الكل...
Soomana dura bu'anii Jalqabuun akkami? النهي عن تقدم رمضان بصوم يوم أو يومين Ramadaana dura bu'anii jalqabuun dhowwadha. guyyaa tokkoofi lamaan. يحرم صيام آخر يوم أو يومين من شعبان، إلا أن يوافق يوما كان من عادته صيامه، كالاثنين والخميس مثلا، فيجور صيامه Guyyaa boodaa takkii lameen dhumaa kan baatii sha'abaanaa soomanuun dhoowwaadha. yoo nama dur aadaa godhatee soomanu taate malee, akka guyyaalee isniinaafii kamiisaa sun numa soomana. قال رسولُ الله ﷺ: «لا يتقدمن أحدكم رمضان بصوم يوم أو يومين إلا أن يكون رجل كان يصوم صومه، فليصم ذلك اليوم» متفق عليه Nabiin s.a.w akkana jedhan ''tokkoon keessan ramadaana soomana guyyaa tokkootiin yookaa lamaatiin dura hin bu'inaa, yoo nama dur soomanu taate malee sun haa soomanuu.'' Bukhaarii fii muslim https://t.me/gorsadubartotaa https://t.me/gorsadubartotaa
إظهار الكل...
في صوم شهر رمضان Maalummaa Soomana Ramadaanaa صوم شهر رمضان ركن من أركان الإسلام، وفرض من فروض الله، معلوم من الدين بالضرورة، يدل عليه الكتاب والسنة والإجماع Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii ijmaa'aan mirkanaayee jiru. فأما الكتاب: فقوله تعالى: يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا كُتِبَ عَلَيْكُمُ الصِّيَامُ كَمَا كُتِبَ عَلَى الَّذِينَ مِن قَبْلِكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ. البقرة:183 Qur'aana irraa jecha Rabbii oltaheeti ''isin yaa warri amantan soomanni akkuma warra isin duraa irratti barreefametti isin irrattiis barreefamee jira. akka Rabbi sodaattaniif jecha.'' Suuraa baqaraa 183 إلى قوله: شَهْرُ رَمَضَانَ الَّذِي أُنْزِلَ فِيهِ الْقُرْآنُ هُدىً لِلنَّاسِ وَبَيِّنَاتٍ مِنَ الْهُدَى وَالْفُرْقَانِ فَمَنْ شَهِدَ مِنْكُمُ الشَّهْرَ فَلْيَصُمْهُ. البقرة: 185 Hanga jecha Rabbii ol taheetti ''baatii Ramadaanaati kan isa keessaa Qur'aanni qajeelchaa ilmaan namaatii fii ibsaa qajeelloofii haqarraa kan tahe buufame. Namni baatii kana biyya jiru haa soomanuu, isinirraa namni dhukkubsataa yookaan karaa deemsarraa jiru (soomana haa furuu) guyyaalee biro irraa lakkaawwachuutu (qadaa kafaluutu) isarratti jira..." Suuraa baqaraa 185 وأما السنة: فقد قال النبي ﷺ: «بني الإسلام على خمس...»وذكر منها: «صوم رمضان» متفق عليه. والأحاديث في ذلك كثيرة Hadiisarraayis jecha nabii keenyaati s.a.w "islaamummaan waa shanirratti ijaaramte... jedheeti hadiisa oofee achi keessatti "soomana ramadaanaati" jedhe, (Bukhaariif muslimtu odeesse). Hadiisowwan waayee kanaarratti hedduutu jira. وأجمع المسلمون على وجوب صوم رمضان، فمن أنكر وجوب صومه كفر Muslimtoonnis soomanni Ramadaanaa dirqama tahurratti waliif galan, namni waajibummaa isaa morme kaafira tahurrattis waliif galan. متى فرض صيام رمضان؟ Soomanni Ramadaanaa yoom fardii godhame? فرض صيام شهر رمضان في السنة الثانية من الهجرة، وصام رسول الله ﷺ: تسع رمضانات Soomanni ramadaanaa waggaa lammeessaa hijraatti fardii godhame, Nabiin s.a.w ramadaana sagal soomane. https://t.me/gorsadubartotaa https://t.me/gorsadubartotaa
إظهار الكل...
Hiikkaa soomanaa الصيام لغة: الإمساك. قال الله تعالى: إِنِّي نَذَرْتُ لِلرَّحْمَنِ صَوْمًا. مريم:26 أي:إمساكا وصمتاً Soomanni akkaa hiikkaa afaaniitti of qabuudha. Fakkenyaaf Rabbiin s.w akkana jedhe ''innii nazartu lirrahmaani sowman'' hiikkaan "Ani of qabuu rahmaaniif qodhaa godhee jira" jechuudha. وشرعا: التعبد لله تعالى بالإمساك عن المفطرات يوما كامًلا من طلوع الفجر الصادق إلى غروب الشمس بشرط النية Hikkaan soomanaa akka shari'aatti: Guyyaa guutuu fajriin bahurraa kaasee hanga aduun seentutti waan sooma fururraa (nyaata, dhugaatii, walqunnqmtii saalaa) irraa of qabuudha. ibaadaa Rabbii itti niyyatanii. https://t.me/gorsadubartotaa https://t.me/gorsadubartotaa
إظهار الكل...
يَا أَيُّهَا النَّاسُ اتَّقُوا رَبَّكُمْ ۚ إِنَّ زَلْزَلَةَ السَّاعَةِ شَيْءٌ عَظِيمٌ Yaa namootaa! Gooftaa keessan sodaadhaaDhugumatti, sochiin Qiyaamaa waan guddaadha يَوْمَ تَرَوْنَهَا تَذْهَلُ كُلُّ مُرْضِعَةٍ عَمَّا أَرْضَعَتْ وَتَضَعُ كُلُّ ذَاتِ حَمْلٍ حَمْلَهَا وَتَرَى النَّاسَ سُكَارَىٰ وَمَا هُم بِسُكَارَىٰ وَلَٰكِنَّ عَذَابَ اللَّهِ شَدِيدٌ Guyyaa ishee argitan, dubartiin hoosiftu hundi waan hoosiftu irraa ni dagatti(Dubartiin) ulfa qabdu hundi ulfa ishee garaa darbitiNamootas (sodaa irraa) machaa’aa agartaIsaan waa machaa'oo mitiGaruu adabbii Rabbiitu garmalee cimaadha. https://t.me/Binti_Islama https://t.me/Binti_Islama
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.