cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
1 000
المشتركون
+124 ساعات
+47 أيام
+730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

📃🖊 *|[ Yaa akhii! Wa yaa Ukhtii! Qalbii kee iimaana,Waan Rabbiin siif qoode Jaalachuu fii Rabbitti yaada gaarii qabachuun guuti. Yeroo kee ilmii barbaaduu fii wanta si fayyadu kamuu dalaguun dabarsi ]|*. 🎙الإمام الألمعي الشيخ مقبل بن هادي الوادعي رحمه الله https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

Sahaabtichi Hakiim Ibn Hizaam [Radiyallaahu anhu] Damiinoota Qureeyshii keessaa tokko ture. Hakiim Ibn Hizaam waggaa 50n Mu'aaz Caaluu Wajiin Mu'aaz Ibn Jabal biratti barnoota shari'aa barata, isa biraa ilmii barbaada ture. Yeroo tokko hakiimiin " Sa ati harka Mucaa kanaatirratti barnoota barattaa [Nama sirra xiqqaatirraa ilmii fudhattaa]" jedhaniin. Innis " Wantummaan Nu Halaakeewuu Boona" jedheen. الآداب الشرعية /لابن مفلح 2/216. https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

*|[ har'a Towhiida keessan tolchitanii Mirkaneeffachuuuf tattaafadhaa; Isa Malee Wanti Rabbittiin ﷻ Nama ga'u hin jiru. Haqoota Rabbiitiin ﷻ Dhaabbachuurratti bololaa; Isa Malee Wanti azaaba Rabbii ﷻ Jalaa Nama baasuu hin jiru. ]|*. Ibn Rajab-Rahimahullah كلمة الإخلاص 45. 📕🖌تغريدة نور على الفيس[   12 ] https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

Gaaffilee Ustaaz Ahmaddiin Jabal kaase kanneen xiyyeeffannaa gaafatan, ummanniifi mootummaan itti xiyyeeffatanii furuu qaban keessaa: 1. Dhimma salaata Jumu'aa ilaalchisee barattootaafi hojjattoota mootummaatiif furmaata ifaa barbaachisa. Namni mana barumsaa keessa ture rakkoo isaa sirriitti beeka. 2. Hijaabni barattoota Muslimaa Itoophiyaa keessatti gaaffii seeraan deebii argachuu qabuudha. Sababa hijaabaa qofaaf elemantarii jalqabee hanga Yuunivarsitii shamarran Muslimaa rakkoo isaan irra ga'u himamee hin dhumu. Ni yaadattu yeroo barsiisonni baalageen hijaaba ijoolleetiin gabatee gurraacha haxooftu. 3. Rakkoon salaataa kan manneen barnootaafi yuunivarsitii keessaa furmaata argachuun dirqama. Hanga qormaanni ga'uun ijoollee Muslimaa irratti hagam burjaajiin akka uumamu walumaan beekna. 4. Dhaabbilee mootummaa adda addaa kanneen akka daandii xiyyaaraa dabalatee dambiilee Muslima dhiibu baasanii akka Muslimni carraa dhaabbaticha keessa hojjachuu hin arganne gochuun sirreeffamuun dirqama. Gaaffileen kana fakkaatan baay'eedha. Isa amma Ahmaddiin kaase mootummaan sirriitti ilaalcha keessa galchuudhaan furmaata itti kennuu qaba. Miidiyaaleen keenyas kanarratti osoo xiyyeeffatee gaariidha. Rakkoo barattoota keenya irra ga'aa ture kana ni yadatama https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

Guyyaa Juma'aa kalaandariin cufaa ta'uu qaba > Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል ~~~ Waamicha Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል!! Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma'aa bu'uuraa fi qaama amantichaa keessaa tokko waan ta'eef, guyyaa kanatti dhaabbileen mootummaa fi manneen barnootaa akka cufamuu fi lakkoofsi Hijraa sirna kalaandarii biyyattii keessatti akka hammatamuuf Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል waamicha dhiheessaniiru!!❤️🥰🙏 https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

📜 #Leeylatul-qadr, carraa waggaatti yeroo tokko kana haa fayyadamnu. ℹ️Hubadhu Halkan Leeylatul-Qadrii waan bararu kan samii gubbaa barbaadamu kan mullatuu miti. Halkan Leeylatul Qadrii Malaaykaan Jibriilii wajjiin gadi buuti garuu waan ilmi namaa samii keeysa ol ilaalee arguu miti. Wanti Nurraa eeggamu Ibaadaa kudhanan boodaa kana itti jabaachuudha. #Salaata Fardii, Sunnaa Halkanii, Quraana, Zikrii,Du’aaii itti jabaachuudha. Namni tokko halkan Leylatul qadrii beekee ykn dhiiseef miti dubbiin, wanni barbaadamu guddoon Ibaadaatti cimuudha. #Namni halkan Leeylatul Qadrii hin beyne tokkos niyyatee halkan san dhaabbatee salaatuun, du’aa'iin, Qur'aanaan yoo dabarse Rabbiin badii isaa tan dabarte isaaf dhiisee, Ibaadaa baatii kuma 1000 olii isaaf ni galmeeysa. Yaa allaah nu waffaqi. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Baga rabbiin ji'a ramadaanaatiin isin gahe. Islaamaani bahaa dhihaa, kaabaa kibba jirtan hundi ramadaana bara kanaa kan milkiifi jaalala. Kan sodaa rabbii itti dabalannu nuuf haa tayu. Nama haqa isaa eegee soomnus rabbi nu haa godhu. Nabiin akkana jedhan “Soomanaa fii qur’aanni guyyaa qiyaamaa saahiba isaaniitiif ni magantaawan. Soomanni akki jedhu yaa Rabbi nama kana naatu nyaataafii fedhii lubbuu isaa bahachuu isa dhoowwee na maganteessi isa keessatti... : »الصيام والقرآن يشفعان للعبد يوم القيامة، يقول الصيام: أي قال رسول الله s.a.w رب، منعته الطعام والشهوة، فشفعني فيه، https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

Fazakkir / yaadachiisi ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ #Waa'ee Ni'imaa/Qananii fayyaa Hadiisaan ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ " ﷺ" Ergamaan rabbii ﷺ akkana jedhan. ‏« ﻣﻦ ﺃﺻﺒﺢ ﻣﻨﻜﻢ ﺁﻣﻨﺎ ﻓﻲ ﺳﺮﺑﻪ ﻣﻌﺎﻓﻰ ﻓﻲ ﺟﺴﺪﻩ ﻋﻨﺪﻩ ﻗﻮﺕ ﻳﻮﻣﻪ ﻓﻜﺄﻧﻤﺎ ﺣﻴﺰﺕ ﻟﻪ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ " "isinirraa namni bariisifate maatii isaa keessatti nagayan, kan qaamni isaa fayyaa, Kan nyaata guyyaa sanii qabu bariisifate akka waan duniyaan hundi walitti isaa qabamteeti". ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ ﻧﻌﻤﺘﺎﻥ ﻣﻐﺒﻮﻥ ﻓﻴﻬﻤﺎ ﻛﺜﻴﺮ ﻣﻦ ﺍﻟﻨﺎﺱ: ﺍﻟﺼﺤﺔ، ﻭﺍﻟﻔﺮﺍﻍ #Ni'imaa ykn qanannii lama hedduun ilma namaa irraa dagame, Yeroo fi fayyaadhaa. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ ‏( ﺍﻏْﺘَﻨِﻢْ ﺧَﻤْﺴًﺎ ﻗﺒﻞَ ﺧَﻤْﺲٍ : ﺷَﺒﺎﺑَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﻫِﺮَﻣِﻚَ، ﻭﺻِﺤَّﺘَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﺳَﻘَﻤِﻚَ، ﻭﻏِﻨﺎﻙَ ﻗﺒﻞَ ﻓَﻘْﺮِﻙَ، ﻭﻓَﺮَﺍﻏَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﺷُﻐْﻠِﻚَ، ﻭﺣَﻴﺎﺗَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﻣَﻮْﺗِﻚَ Waa shan waa shan dura saamadhu. ~Dargaggummaa kee dullummaan duratti. ~Fayyaa kee dhukkubasatuun duratti. ~Durummaa kee hiyyumaan duratti. ~Yeroo boqqoonaa kee shaagalamuun duratti. ~Jiruu kee du'a dura saamadhu jedhan. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

Badii Irraa Wal Deebisuun Yoo Hafe !!! •••••••••••••••••••••••••••••••••••••• ✍Ergamaan rabbii sallallaahu aleyhi wasallam Hadiisa Bukhaariin Odeeyse keessatti Nama Ajaja rabbiitiin dhaabbateetii fi kan ajaja rabbii didee fakkeenya yeroo godhan akkana jedhu:- "Akka fakkeenya Nama markaba tokkoon deemuuti, Markabni sunuu sadarkaa lama kan qabu,Namoonni walakkaan sadarkaa ①ffaa keessa taa'u kaan immoo sadarkaa ②ffaa keessa taa'u, Warri jala jiran sun yeroo bishaan barbaadanitti warra gubbaatiin akkana jedhan. yeroo bishaan barbaanetti markaba kana xiqqoo yoo banne hoo jechuun gaafatu, Utuu warri gubbaa jiran sunis Rakkoo hin qabuu godhaa utuu jedhaniinii warri gubbaatiis kan jalaatiis ni badu turan, Yoo immoo Lakkii hin baninaa jedhanii dhoorgan warri jalaatiis kan gubbaatiis nagaa bahu" ✔ Nama qalbii keessaa qabuuf Fakkeenya Ajaa'ibaa gadhan. Kana jechuun Namoonni badii hojjatan yeroo baayyatanitti, Badii sana irraa wal dhoorguun yeroo hafe, Nama badii hojjatu yoo argan bira darbuun yoo baayyate, Rabbiin balaa Hunduma isaanii irratti buusa. Akkuma hadiisa ergamaa kan biroo keessatti gabaafametti. Share gochuudha Obboleeyyan keetiif dabarsi sabab ati waan kana share gooteen namni tokko badii irraa eewalamuutu Rabbiin biratti waan hunda irra siif caalaa. https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

Assalaamu Aleykum Warahmatullah!! Sagantaa koonfireensii Nageenyaa fi Galateeffannaa Mata duree "Aarsa Kaffalame, jijjiirama Dhaabbataatiif" jedhuun Godina Jimmaa, Magaalaa Jimmaatti qophaahe nagaan goolabame. Sagantaa kana irrattis caasaalee Majliisaa Federaalaa hanga gandaa Godina Jimmaatti, Majliisaa Naannolee, Majliisaa Magaalaa lamaanii akkasumas, Hoggantoo Mootummaa Naannoo oromiyaa fi Godina jimmaa hirmaataniiru. Sagantaa kana irrattis :- qabxileen ijoon lama Raawwatameera. 1) Abbaan Jifaar biyya kana cehanii Ummata Islaamaa Itiyoophiyaatiif faanni isaanii beekamaadha. Haa tahu malee faanni isaanii kun biyya keessatti bakka isaaniif malu hin arganne. Kana sababeeffachuunis .... 1.1. Ijaarsa yunivarsitii islaamaa Abbaa Jifaariif lafa kaaremeetira kuma 50 (50,000 m2) akkasumas kanaan walqabsiisee 2.2. Waajira Mana Marii dhimmoota Islaamummaa Godina Jimmaatiif lafa km 1500 (1500 m2) 3.3. Giddu gala qorannoo fi qo'annoo mootii Abbaa Jifaar lafa km kuma 10 (10,000 m2) irratti ijaaramuuf hooggantoota majlisaafi hooggantoota mootummaatiin dhakaan bu'uuraa ka'amaniiru. 2) Jijjirama hara jiruuf waggaa 200 dura namoota carraaqqii godhan dabalatee koree "Dimtsachin Yisema" Aanga'oota Mootummaa Federaalaa fi Naannoo sagantaan galateeffannaa fi beekamtii kennuu raawwatameera. Kanaan walqabatee Hoggantootaan ergaan tokkummaa fi jijjiirama argame dhaabbataan ceessisuu irratti erga ciccimaan darbeera. Dhuma irrattis sagantaa badhaasaa caasaalee Mootummaa fi Mana Marii sadarkaa garaa garaatiif akkasumas koree "ድምፃችን ይሰማ" tiif badhaasi kennameefii goolabameera. Alhamdulillah !! #Majlisa_Oromiyaa_Irraa https://t.me/fazakkirtube
إظهار الكل...
Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa