cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

OROMOO MOTIVATE 💪

https://t.me/joinchat/5gqyKntCZeg3MWI0 https://t.me/joinchat/5gqyKntCZeg3MWI0 Join Us & Stay Connected! @OROMOO_MOTIVATE 🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
17 742
المشتركون
+2724 ساعات
+1677 أيام
+78530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Akkana jedhe Sooqiraaxis Yeroon dargaggeessa ture, ganama yeroon hirribaa ka'uu hin jaalladhun ture.Harmeenkoo immoo amalakoo kana baay'ee na'rratti jibbiti, waan Daldalaa Sooressa akkan ta'uuf naaf abjottuuf. Guyyaa tokko Harmeenkoo faayidaa ganama yeroon hirribaa ka'uun qabu akka natti himuuf, Ana faana gara Barsiisaakoo dhufte. Barsiisaa: Sooqiraaxis, Seenaa bareedaa tokkon sitti hima, atimmoo seenicha'rraa waan baratte naaf himta, tolee! Sooqiraaxis: Haa ta'u. Barsiisaa: Simbirroota lamatu turan, Isheen ganamaan kaate raammoo funaannattee nyaattee ilmoolee ishees soorte. Isheen lammaffaarratti barfattee kaate immoo, waan nyaattu homaa'llee hin arganne, ni beelofte. Seenicharraa maal baratte, Sooqiraaxis! Sooqiraaxis: Raammoowwan warri ganamaan dafanii ka'an Simbirrootaan nyaataman. An deemeera Nagaatti!😁 Waan dubbiftaniif‼️ #GALATOOMAA @Oromoo_Motivate
إظهار الكل...
👍 36🤩 5
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
إظهار الكل...
👍 7😁 1
BADHAASA UUMAMAAN KENNAME ║ ITTI FAYYADAMUU ▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ Uumama isaatiin dhalli namaa, dandeettii gosa garaa garaa akkasumas ogummaa garaa garaa badhaafamee dhalata. ✧ Tulluu inni tokko hin baane tokko ni ba'a. Wanta inni tokko hin hojjenne inni tokko immoo ni hojjeta. Kana keessatti sakatta'ee osoo of keessatti hin argatiin kennaa isaa utuu hin barin, namni ukkaamamee du'aan du'ee dhumee michuu warra du'anii ta'e kumaa fi kitila. ✧ Du'a ooluuf yaaluu utuu hin taane du'a booda dhalootni waan ittiin nu yaadatu hojjechuudha. Har'a michuu warra lubbuun jiranii ta'uun kee bor michuu warra du'anii ta'uu dhabuu kee miti. ♠️ Eenyu akka ta'e osoo of hin barin dhalli namaa addunyaa kana irraa dhume, eenyu akka ta'e nama of baree du'e dachaa meeqaan caala. ➲ Jireenya keessatti dhala namaa wanti bakka guddaan ga'u, guyyaa gara guyyaatti yaada haaraa isa faallaa yaada moofaa ta'e, kan jireenyaa fi ilaalcha gaariitti nama geessu, sammuu isaa keessatti oomishee, wanta gaarii sammuu isaa keessatti argate gara kaayyoo, karoora, akkasumas galma isaatti jijjiiree irra adeemuudha. ➲ Daandiin milkaa'inaa tokko jedhee kan eegalu, yaada moofaa jireenya gaariitti nama hin baasne sammuu ofii keessaa gatuu fi sanyii gaarummaa keessatti facaasudha. Araddaa guddaan ati qabeenya hundumaa caalaa dhuunfaa keetti qabdu SAMMUU keeti. Waan feete filattee irratti facaasuu dandeessa. Itti gaafatamummaa isaa kan mataa keetiti. Sammuu si miidhu baattee sammuu si fayyadu qabaachuu hin dandeessu. Ilaalchi badaa fi qajeelaan walii galanii sammuu tokko keessa hin jiraatan. Michuu isa tokkoo ta'uu dandeessa. Bu'a qabeessi sammuu, sammuu yaada qajeelaa faallaa yaada moofaa ta'edha. @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
إظهار الكل...
👍 17 2
𝑦𝑎𝑎𝑑𝑑𝑜𝑜 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑙𝑙𝑎𝑎𝑡𝑖𝑛 𝑤𝑎𝑥𝑎𝑙𝑎𝑚𝑡𝑒𝑒(𝑔𝑢𝑏𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒), 𝑜𝑠𝑜𝑜  𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑡𝑒𝑒  𝑠𝑎'𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜(1) 𝑞𝑜𝑓𝑡𝑖 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑎𝑚𝑒𝑒, 𝑠𝑎'𝑎𝑎𝑡𝑖𝑛 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑠𝑖 𝑗𝑎𝑙𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑛𝑒𝑓 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎𝑎𝑛 𝑞𝑎𝑏𝑢𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑑𝑎. 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑑𝑢 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑡𝑒𝑒, 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑠𝑖 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑐ℎ𝑖𝑠𝑢𝑢𝑓 𝑞𝑜𝑓𝑎 𝑦𝑜𝑜 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑓𝑎𝑦𝑦𝑎𝑑𝑎𝑚𝑡𝑒 𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜𝑛 𝑘𝑢𝑛 𝑔𝑎ℎ𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎. 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑦𝑜𝑜 𝑏𝑎𝑙𝑙𝑒𝑒𝑠𝑖𝑡𝑒 𝑖𝑛𝑛𝑖𝑠 𝑠𝑖 𝑏𝑎𝑙𝑙𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑦𝑜𝑜 𝑘𝑎𝑏𝑎𝑗𝑗𝑒 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑖𝑛𝑛𝑖𝑠 𝑘𝑎𝑏𝑎𝑗𝑎𝑚𝑎𝑎 𝑠𝑖 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑎. 𝑗𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑎𝑗𝑎𝑎'𝑖𝑏𝑎𝑎 𝑦𝑜𝑜 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑑𝑒, 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑜𝑠𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑎𝑙𝑙𝑒𝑒𝑠𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑑ℎ𝑎𝑏𝑏𝑖 𝑎𝑗𝑎𝑎'𝑎𝑏𝑖𝑖 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑖. 𝑑𝑎𝑑ℎ𝑎𝑏𝑏𝑖 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑘𝑎𝑛 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢 ℎ𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖𝑏𝑎 𝑞𝑜𝑓𝑎.
إظهار الكل...
👍 14 1
𝑚𝑎𝑛𝑛𝑖 𝑔𝑜𝑔𝑎𝑎 ℎ𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒𝑡𝑖𝑛 𝑖𝑗𝑎𝑎𝑟𝑟𝑎𝑚𝑡𝑒 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑟𝑎𝑎𝑏𝑒𝑠𝑠𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑎𝑔𝑒𝑒𝑠𝑠𝑒 𝑑𝑖𝑖𝑔𝑔𝑎𝑚𝑡𝑖. 𝑚𝑖𝑙𝑘𝑎𝑎'𝑖𝑛𝑛𝑖 ℎ𝑖𝑟𝑘𝑎𝑡𝑡𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎𝑛 ℎ𝑖𝑛 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑡𝑢. 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑡𝑢𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑟𝑘𝑜𝑜 𝑑ℎ𝑎𝑏𝑑𝑒 𝑏𝑎𝑑𝑢𝑢𝑛 𝑖𝑠ℎ𝑖𝑖 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑘𝑎𝑚𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎. 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑎𝑙𝑎𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑠𝑒𝑒𝑛𝑢𝑛,  𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑚𝑢𝑟𝑎𝑎𝑠𝑎𝑓 ℎ𝑢𝑚𝑛𝑎 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑡𝑎'𝑎𝑛𝑖𝑖𝑓 𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜 ℎ𝑖𝑛 𝑙𝑎𝑎𝑡𝑖𝑛. 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑚𝑢𝑢 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑎'𝑎.  ℎ𝑢𝑚𝑛𝑎𝑎 𝑓𝑖𝑖 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑡𝑡𝑖𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑑𝑢𝑢𝑛 𝑎𝑎𝑟𝑠𝑎𝑎/𝑑𝑎𝑑ℎ𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎𝑎 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑡𝑒, 𝑡𝑢𝑟𝑡𝑢𝑙𝑙𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑖 𝑚𝑖𝑙𝑘𝑎𝑎'𝑖𝑛𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑠𝑖 𝑑𝑎𝑎𝑛𝑔𝑒𝑠𝑠𝑢 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑢. 𝑢𝑚𝑢𝑟𝑖𝑖 𝑑ℎ𝑒𝑒𝑟𝑎𝑡𝑡𝑢𝑠, 𝑑ℎ𝑢𝑚𝑛𝑖 ℎ𝑎𝑟𝑟𝑒𝑒  𝑘𝑎𝑛𝑢𝑚𝑎 𝑤𝑎𝑟𝑎𝑎𝑏𝑒𝑠𝑠𝑎𝑎𝑡𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑎. 𝑜𝑓 𝑡𝑎'𝑖𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑎𝑑ℎ𝑢💪🏾
إظهار الكل...
🥰 4👍 1
Kaayyoo qabatetti cichi. Abdiin keefi obsi kee akka hin dhumne eeggannoo godhi. Arrabsoofi tuffii namaaf deebii hin kenniin. Callisii hojjedhu, callisii kaayyoo keetti deemi, callisii milkaa’i! Gaafa sana warri si tuffachaa turan dabaree qabatanii si kabajuuf dhufu! Waan dubbiftaniif‼️ #GALATOOMAA @Oromoo_Motivate
إظهار الكل...
25👍 1
Jechoota Maartiin Luute King .... “Rakkoo kamiyyuu furuuf karaan hundarra gaariin kaayyoo isaa buqqisuudha.” ''Harfachiisuun ammallee hattuu yerooti. Jireenyi yeroo baay’ee carraa bade qullaa, qullaa fi gadda nu dhiisa.” “Ijoolleen keenya kennaa keenya osoo hin taane argamuun keenya isaan barbaachisa.” “Beekumsi adeemsa dhugaa walitti tuuluudha; ogummaan salphisuu isaanii keessa jira.” “Jibbi jireenya laamshessa; jaalalli ni gadhiisa. Jibbi jireenya burjaajessa; jaalalli walsimsiisa. Jibbi jireenya dukkaneessa; jaalalli ni ibsa.” Waan dubbiftaniif‼️ #GALATOOMAA @Oromoo_Motivate
إظهار الكل...
👍 16 2
Wantoota #6 #Jireenya Fi #Ilaalcha Keenya  Jijjiiruu Danda'an!      ✓1.Waan hunda namootatti himuu dhiisi. •Namoonni baay'een dhimma kee hin qaban, gariin immoo dhoksaan akka ati kuftu barbaadu.kanaaf Waan hunda namootatti himuu dhiisi! ✓2.Hiriyyoota kee ogummaadhaan filadhu. •Karaan saffisaan ittin fooyya'uu dandeenyu namoota fooyya'oo ta'aniin of marsuudha. ✓3.Homaa hin eegin, waan hunda dinqisiifadhu. •Nagaa keessoo argachuuf wantoota xixiqqoo jireenya kee keessatti mul'ataniif osoo hin tuffatin galateeffadhu. √4.Waan dandeessu hunda gochuu fi adeemsa isaa amanachuu. •Hamma cimtee hojjettu carraa argatta.kanaaf wanta dandeenyu Itti amannee ciminaan yoo hojjenne carraa hedduu qabatee nuuf dhufuu danda'a. ✓5.Namoota biroo osoo hin taane of too'adhu. •Nama to’achuun humna,Of to'achuun humna dhugaati.Kanaaf of irratti haa xiyyeeffannu! ✓6.Dhimma Sin ilaalle irratti Deebii kennuu dhiisuu baradhu. • Dhimmoota Akka dhuunfatti nuun ilaalle hedduutu Jira!Kanaaf wantoota akkanaa irratti Yeroo keenya balleessan irra dhimma nu ilaallatuu irratti hojjachuun filannoo sirriidha. Waan dubbiftaniif‼️ #GALATOOMAA @Oromoo_Motivate
إظهار الكل...
15👍 6🔥 1
#Namichaa_fi_simbirroo Namichatu simbira bareedduu tokko harkaan qabee ajjeesuuf osoo jedhuu, duuu isheetiin dura ergaa xumuraa akka dabarfattuuf kadhatte. Ergaa sadiin siif dabarsa bara jireenya kee hundaatti isaan si fayyadu jetteen. 🐦, 1ffaa, “Waan si harka jiru hin gadhiisin”; 🐦,2ffaa, “Waan darbetti hin gaabbin” jetteetu sadaffaa utuu hin dubbatin callistee turte. Namichis maaloo ergaa kee isa sadaffaas natti himikaa jedheen. Ergaan koo inni _3ffaan waan bayee ulfaataa fi jireenya kee keessatti baayee si barbaachisudha. Isa kanan sitti himu garuu yoo gad na lakkifte qofaadha jetteen. Namichis gad ishee lakkise. Isheenis barristee erga mukarra qubattee booddee ergaa koo isa 3ffaa sitti himuu kootiin dura jalqaba irratti maalin siin jedhee jetteen. 🐦,Innis, “Waan si harka jiru hin gadhiisin” naan jette jedheen. “Waan ajajamte rawwatteeree?” jetteen. “Lakki” jedheen. Osoo kana hojii irra oolchite taee garaa koo keessa warqeetu jira ture, gadi na lakkisuu keetiin qabeenya si qofa osoo hin taane ijoollee kee illee jiraachisuu dandau dhabde jetteen. . 🐦, “Ergaan inni 2ffaan maal jedha ture?”jetteen. Innis, “Waan darbetti hin gaabbin” kan jedhudha jedheen. Isheenis deebistee, "Ergaan 3ffaanis isuma 2ffaa kanadha. Isuma irra deebiii raawwadhu" jetteen jedhama. Ajaja 1ffaa fi 2ffaa osoo hojiitti hin hiikin ammas ajajaa 3ffaa dhagauuf Si'ate. Osoo ajajuma 1ffaa sana hubatee raawwate taee warqiinis Kan isaa ture. Ajaja dhagahuu diduun nama gaabbisiisa,garuu Kan darbeef gaabbuun Kan Boruu balleessuu waan ta'eef waan ajajamte raawwachuuf yoomiyyuu Of qopheessi. @Oromoo_Motivate
إظهار الكل...
👍 16 13😱 2
Repost from N/a
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! ☁️              ☁️                       🛰          ☁️              ☁️      ☁️             ☁️                                     ☁️ ☁️     ☁️ ☀️              ☁️             ✈️ ☁️              ☁️☁️  ☁️      ☁️           🚁      📡 ☁️ 🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦                      / | \      _🚂🚃  /   |   \ 🚩___        👬🚦 /    |     \ 🚦🚶         🌳   /      |        \  🌳               /        |          \    🐐         🎡      🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟           /            |             \   🌵 /      🚖   |  🚘          🚴       /                |       🚔     \     /         🚍    |                   \   /                    |                     » Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just «JOIN» Now! Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
إظهار الكل...
7🥰 3