cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Jemal K. Jarra

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
178
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...
funyee8 on TikTok

funyee8's short video with ♬ original sound

Breaking/OduuCabsaa/ Hayyoonni keenya Jawaariin Baqalaa, Hamzaa Booranaa kanneen biroo hafan dabalatee yeroo ammaa kana hidhaa irraa bahanii jiru! AlhamduLILLAHI!
إظهار الكل...
"Ye Burkaa zimmitaa" callisuu burqaa ✍Tasfaayee Gabra'ab Barreessaa fi gaaxessaa ogeessa beekama Tasfaayee(Gadaa) Gabra'ab tu barreesse lammii biyya Eertiraa ta'ee seenaa Oromoo dhokate ifa baasee barreessee. #Nagaan haa boqatu Mee dhugaa kitaaba kana keessa jiru mee seenaatii dubbisaa waan ajaa'ibaa Argituu. Join for additinal books👇👇 @milkaainajireenyaa @milkaainajireenyaa
إظهار الكل...
የቡርቃ_ዝምታ.pdf47.40 MB
إظهار الكل...
ረሂማ ሲራጅ ኢስላም ነውህይወቴአላህ አንድነው☝️ on TikTok

#ሀገሬ እናቴ ነሽ ! ኢስላም ነው ሂወቴ ☝️#🕌💞🕋💖🕌💞🕋💞🕌💖🕋💞 👌❤️🕌🕌🕌🕋🕋🕋 💞☝️☝️☝️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹#ሀበሻ🇪🇹🇪🇹🇪🇹tiktok #ሀበሻ🇪🇹🇪🇹🇪🇹tiktok

إظهار الكل...
Baharaden on TikTok

Artistoota Oromoo Qaqaldhiwan like gochuun kaan itti anu eegadhaa.

Manni Maree Mirgoota Namoomaa UN walgahii addaa Jimaata Jenevaatti taa'een sarbama mirgoota namoomaa Itoophiyaa keessatti raawwate qorachuuf komiishiniin eksipartootaa idil-addunyaa akka hundaa'u sagalee caalmaan murteesse. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3seu9Ah
إظهار الكل...
Waraana Kaaba Itoophiyaa: Manni Maree Mirgoota namoomaa UN dhimma Itoophiyaa irratti murtee dabarse

Manni Maree Mirgoota Namoomaa UN walgahii addaa Jimaata Jenevaatti taa'een sarbama mirgoota namoomaa Itoophiyaa keessatti qaamolee hundaan raawwataman qorachuuf komiishiniin eksipartootaa idil-addunyaa akka hundaa'u sagalee caalmaan murteesse.

#Hedduun namaa hin beeku waan jedhamu salaatul janaazaa Keessatti Barumsa akkaan sirritti yaachisaa faayidaaf 1- #takbiiraan_duraa :.. Suuratul faatihaa qara'uu 2- #takbiiraa_lammafaa : .. assalaatul ibraahimiyyaa ( salawaata buusudha) allaahumma salli alaa muhammad wa'alaa aali muhammad kamaa salleyta alaa ibraahiima wa'alaa aali ibraahiim . Wabaarik alaa muhammad wa'alaa aali muhammad kamaa baarakta alaa ibraahiima wa'alaa aali ibraahiim fil aalamina innaka hamiidun majiid 3- #takbiiraa_sadaffaa :... du'aa'ii kadhatuudha namticha du'eef waan dhufe du'aa'ii irraa sanirraa akkana jedhii kadhadhuuf ((Allaahumma ighfir lahuu warhamhu , wa'aafih wa'afu anhu , wanaqqih minal khaxaayaa kamaa yunaqqi assowbul abyadu minaddanas , wa'abdilhu daaran keyran min daarih, wa'ahlan keyran min ahlih wazowjan keyran min zowjihii, wa'adkhilhul jannah, wa'aizhu min azaabil qabri wamin azaabinnaar )) Hiikkaa ⬇️ Yaa rabbi isaaf araarami isaafis rahmati , badii isaatis irra dabriif, isa qulqulleessi dilii irraa akkuma uffanni adiin qulqullaahu xurii irraa , isaaf jijjiiri ganda ganda isaarra keyrii (caalu) warras warra isaarra caalu , jannata isa seensisi , isa tiysi azaaba qabrii irraa fi azaaba ibiddaa irraa . 4- #takbiiraa_afraffaa : "Allaahumma laa tuharrimnaa ajrahuu walaa taftinnaa ba'adahuu " Hiikkaa ⬇️ Yaa rabbi nu hin dhoowwatin ajrii isaa nus hin fatanin eega isaatii Eegasii du'aa'ii kadhata nama du'ee fi muslimoota hundaaf eegasii ni xumura salaata isaa salaamtaan. Xumura salaataa Keessatti salaamtaa takka qofa jihaa mirgaatti Beeytaa maaliif dirqama sirratti taha share godhuun !? Sababaan namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama Simalee namni biraa beekuu barbaada garuu ? hin beeku eessa akka deemu !? Gariin namaa ni saalfata !....? Carraaqadhu ajrii isaa . @Alrisala1 @Alrisala1
إظهار الكل...
Yeroo aduwwiin diin:" Dubartiin muslimaa hijaabaan of xaxxee deemti..." jettee sii arrabsitu: Ati ammoo jaalalaa fii kabaja Diin keetiif qabdu kan durii daraan uffadhuu ittii garsiisii garaa gubi! " Hijaabni kee: kabaja fi ulfina keeti. Isaa uffachuun wanni sirraa hir'atu ibidda azaabaa qofa! Hijaaba uffachuu keetiin ija munaafiqa fi najasa hundarraa tikfamta. Kan gatii hijaaba keetii beekee sii jaalatuu fi sii kabaju: warra RABBIIN sodaatuu (mu'umintoota) fi namoota gaggaarii qofa. Gatiin intala Islaamaa qaalidha!Bareedina qaama keetii ija munaafiqaa fi ija duriyyee hundarraa Hijaaba keetiin tikfamtee, yoo Abbaa manaa keetiin wal gesse: Ati isa biratti Modeleestiidha Abbaa feete caalta! Hogguu namootni wollaaltotni:" maaliif carqiin Of xaaxxee Of dhoksitaa..?" Siin jedhan: Atimmoo akkana jedhiin:" Bareedinni dhugaa ajaja Rabbii fi Rasuulaa (ﷺ)godhuu keessatti argama! Salphinaafi xiqqeenyi faallaa isaanii deemuudhaan nama mudata! Ati yeroo kamuu Hijaaba kee ni jabeffatta tanaan: Irraa bareedduu, irraa qaalii intaalaatii. Osoo bifa hin qabaannellee qalbii qabaattee hijaaba kee uffatuun jaalatamtu,kabajamtuu fi barbaadamtuudha. Warra Qullaa deemaa nuu arrabsuun Akkii jettu:" Osoo qullaa deemuun qaroominaa tahee: beyladotaa fi bineensataatu qarooma ture. Qullaa deemuun beyloodatayyu qalmaaf saaxile !!" Ani irraa qaroomtuu Intala Islaamaa gorsaa Hayyicha addunya Nabii muhammad (ﷺ) dhagaha guddatteedha jedhiin. Warra ajaja RABBII godhee hijaaba jabeeffatee Aduwwii diin garaa gubee Addunyaa fi Ahkirattii milkaahu RAHMAAN nuha tasiisu ©Raahaa Sheik Yaassiin
إظهار الكل...
Namichatu guyyaa tokko qormaata biyyoolessaa kutaa kurnaffaa fudhatee waan kufeef ofajjeesuudhaaf gara bosonaatti gadi bu'e. Osoo adeemaa jiruu seexanatti dhufe jedhama. Sanaan booda Jinniin sun eessa akka deemaa jiru gaafate. Namichis deebisee “Qabxiin kutaa kurnaffaa naaf dhufuu didnaanin abdii kutadhee of ajjeesuudhaaf deemaa jira” jedheen. Jinniin sunis irraa fuudhee erga qasa'ee kolfee qabxii namichaa gaafata. Namtichi abdi kutannaan itti dhaga‟ame sun “Qabxiin koo waan Eeyitiidha(1.80)” jedhaan. Seexanichis deebisee “beenuutii gali namichoo kan keenyas Mootummaan tuudhaa(2.00) gadi hinfudhatuu jedheen jedhama. Namichis yeroosiif lafa dhaqu wallaalus irra deebiin yaaluu isaatiin, gufuulee obsaan keessummeessee tooftaan haleeluu isaatiin kutaa kurnaffaatti hudhaa godhee baratee Paayileetii ta‟ee jira. Ilaalimee osoo gaafas du'ee yoona eessa jira jettee yaadda? Aariin battalatti nuti aarru gochoota gaabbisiisoo baatanii waan adeemaniif obsaan keessummeessuu feesisa. Gochoonni gaabbisiisoon kuni ammoo bifa lama qabu. Kan duubatti deebinee sirreessuu dandeenyuu(Reversable actions)fi irra deebinee sirreessuu indandeenyedha (Irreversable actions). Warri nuti irra deebinee sirreessuu dandeenyu beeknees haa ta‟u wallaallee kan nuyi gatii itti kanfallee humna, maallaqaafi yeroo keenya aarsaa goonee sirreessinudha. Kana jechuun, gatii lammataa kanfallee kan argannudha. Itti gaabbina jechaadha, bu'aa yeroon argachuu qabnu, dhabnee jirra jechuudha. Gatii lammataa erga kanfallee kan argannudha jechuudha. Fakkeenyaaf, daldalaan “X” jedhamu tokko gibira yeroon kanfaluu waan dideef, dunkaanni isaa irratti cuqqaalame haajennu. Gibira yeroon kanfaluu dhiisuunsaa itti dhaga'amuu baatus, dunkaanni irratti cufamuun isaa itti dhaga'amee adabbii wajjin yeroo dunkaana isaa bansiifatu miirri gaabbii keessatti uumamus qaqqabateera haa jennu. Amma namichi kun hojii yeroo muraasaaf dhaabeera; yeroo itti hojjachuu qabutti Waajjira kanfaltii gibiraa deemeera; humnasaa baaseera; maallaqa dabalataa jechuun kan adabbiif laatamu kanfaleera. Garuummoo dunkaana isaa bansiifachuu danda‟eera. Gochoonni akkasii gaabbii sirreeffamuu danda'udha jechuudha. Bara durii jara walii galtee inqabne tokkotu jira jedhama. Jarreen kun osoo balleessina jedhanii harree qalan jedhama. sana booda “harreen nu dhiittii, dhaabbiitti qalla” jedhanii miilla ishee isa duraas, isa duubaas hidhanii inni tokko akka morma qabu, inni tokkommoo miilluma isa duubaa isa gaadi‟ame jiru akka qabu, inni tokkommoo harrittii akka qalu walii galan. Akkuma walii galan osoo gochaa jiranii harreen morma isheetiin namicha fuulduratti darbattee kuffisti. Achumaan namichi kufe sun ", Morma isheetti wadaroo itti hiinee qabna" jennaan nadiddanii akkas nagootu mitii? Osoo hiineerra kun hunduu uumamaa?” jedha. Lammata irratti namicha miilla qabee jiru sana ol utaaltee dhiitichoon ilkaan irraa cabsiti. Innis achumaan",wadaroo itti hiinee bargaanfachiifnee muka lamatti hiinee qalla" jennaan na diddanii kana gootu mitii? Osoo jirma jajjabaa lamatti hiinee kun hunduu uumamaa?” jedha. Egaa amma lamaan isaanii madaa isaanii sukkuummataa bifuma duraan jabeessanii qabuu eegalan. Amma immoo, namichi inni sadaffaan qaluudhaaf osoo jedhuu dhiigni harrittii wayyaa isaatti copha, ammas innis dabareesaa ",Ciibsinee qalla" jennaan diddanii akkas nagootu mitii? Osoo ciibsinee qallee kun hunduu uumamaa?” jedha. Ilaa kaayyoon harree qaluu isaanii osoo balleessuudhaaf ture. Harree qalaniif waan balleessan itti fakkaatus osoo balleessuu indandeenye. Kanaafuu, Osoon kun gochaa isaanii isa jalqabaa yookaan dogoggora isaanii waliin waan adeemuuf gocha ammaatiin isa kaleessaa dhaabuun indanda'amu. Gocha har'aatiin isa borii sirreessuutu danda'ama malee Inni lammaffaan gochoota gaabbisiisoo nuti sirreessuu indandeenyedha. Fakkeenyaaf, Gurbaan kashalabbeen “D” jedhamu tokko osoo haati isaa siree irratti dhukkubaan dararamaa jirtuu, dhukkuba haadha isaa dhiisee, qarshii ittiin haadha isaa yaalchisuu qabu tirgaadhaaf(qumaaraaf) erga oolchee, hamma humnasaa taphatee galgalli geenyaan gaafa gara manaatti olgaragalu haadha
إظهار الكل...
duutetti dhufe wajjiin wal fakkaata. Gurbaan kun gaabbee yoo samii yaabuu danda'ellee fala fiduu danda'u inqabu. Gochi akkasii isuma yeroo tokko jarri gamaa sun ,Yammaayiddaaggam irmijjaa" jette sanaan wal natti fakkaata. Kanaafuu wantoota salphisnee ilaaluu duukaa gochoota gaabbisiisoo akkasiitu tarkaanfata waan ta'eef hangam aariin nutti dhaga'amullee, bifa saayinsawaa ta'een furuu qabna malee bu'aa buusuu indandeenyu jechuudha. Waan itti inmilkaa'iin hafte tokko irra deebitee yoo yaalte milkaa'uu dandeessa. Al takka kufte jechuun kufaa hafte jechuu miti. Kufte jechuunis, waan irra deebitee sirreessuuf hubannoo dabalataa sibarbaadu, iddoo irratti xiyyeeffattee hojjattu argatteetta jechuu wajjin tokko natti fakkaata. Karaa jalqaba ittiin milkaa'ina beektu qofa amanachuun eessaanuu singahu, erga itti seentee karaan milkaa'inatti geessu baay'eedhahoo. Wanti guddaan sirraa eegamu kaka'umsa keessoo kee fi dalagaa keeti. Kanaafuu, balbala haaraa argachuudhaaf, karaa haaraa barbaaduu feesisa. Karaa haaraa barbaaduudhaaf immoo qoraattii, raammolee, dhagaa, waantota dandaa'aniifi kan kana fakkaatan fa'aatu si mudachuu danda'u. Yoo cichanii soqan osuma golollisuu bari'uu mala. Xaariidhaan malee, aariidhaan wanti uumamtu takkalleen injirtu. Ilaalcha mataa ofii gara teellaatti nama harkisu keessaa bahuun injifannoo jalqabaati. Ofbituun hundaa olwaan ulfaatuuf. Kufaatiifi milkaa'ina yaada morkataa qabaachuun kufaatii laamshessanii milkaa'ina moosisuunis copha guddaa karaa milkaa'inaati. Macaafni guddichis “Namni yeroo hundumaa rooba eeggatu sanyii infacaasu” jedha mitiiree? Hanga dandeessu qofaa inyaaliin, hanga danda'amutti malee. Sababni isaa, Karaan milkaa'ina keetii kallattii ati ittiin yaaltee dadhabde tahuu waandanda'uuf. Karan milkaa'ina keetii egaa filannoo mataa/sammuu keefi dandeettii ati waan fiixaan baasuu barbaadduuf qabdu irra jira. Duroomuun hamma milkaa'ina kee sitti fakkaatetti inrafiin hojjadhu. Barreessuus yoo ta'e dursii dubbisi. Isa kaanis akkuma kana godhi. Garuu, garuu, garuu, waanti amma ati jiraataa jirtu riqaa bor ittiin milkii ykn kufaatiitti baatudha. Yeroo balleessaa jirta yoo ta'eef, bara fiigdee in qaqqabsiifne garaftuu sammuu kee jala galuuf waan jirtuuf yaaluun amala kee idilee siif haa ta'u
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.