cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

AMANTII ISLAAMAA

AS WR WB chaanaalli kun wantoota gara garaa kanneen akka Haraamaafi Halaala Seenaa ajaa'iba Hadiisa sahiiha Qabatee isiniif dhihaata join godhaa. Gaafii yaada fi chaanaala beeksifachuuf 👇👇👇👇👇 https://t.me/amantiiislaamamembers_bot

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
388
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu isiniin jechaa obboleewwan fi obooleettiiwwan koo Chaanaalli kiyya ka amantii islaamaa jedhu sun waan na harkaa cufameef kunoo ka an amma irra deebiin banadhe kana akka join naaf gootan maqaa rabbiitiin isin gaafadha
إظهار الكل...
ABDI TUBE
JOIN
Chaanaaalli kiyya ka amantii islaamaa jedhu sun waan na harkaa cufameef kana join godhuun itti makamaa
إظهار الكل...
ABDI TUBE
Chaanaaalli kiyya ka amantii islaamaa jedhu sun waan na harkaa cufameef kana join godhuun itti makamaa
إظهار الكل...
Baacoo Natichi tokko guyyaa jum'aa mucaa tokkoon dubbatee cal'isi jedheen Ka isa biraan taa'ullee jummaa tee baddee jedheen Ka sadaffaallee teessan lachuu badde jedheen jedhama 🥀🥀🥀🥀🥀 @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa 🥀🥀🥀🥀🥀 Yaadaaf @amantiiislaamamembers_bot
إظهار الكل...
Ibni umarirraa odeeffamee akkana jedha ani ergamaa rabbii ﷺ irraa raka'aa kudhan haffaze Raka'aa lama zuhrii dura, raka'aa lama zuhrii booda, raka'aa lama magriiba booda manatti , raka'aa lama ishaa'ii boodaa manatti, raka'aa lama subhii dura وعن ابن عمر رضي الله عنه قال:حفظت من النبيﷺ عشر ركعات: ﴿﴿ركعتين قبل الظهر، وركعتين بعدها، وركعتين بعد المغرب في بيته، وركعتين بعد العشاء في بيته، وركعتين قبل الصبح﴾﴾ متفق عليه
إظهار الكل...
Chaanaala armaan gadii keessaa ka barbaadde xuqi martuu islaamumaaf hojjetaa
إظهار الكل...
AMANTII ISLAAMAA
ABDULMENAN JEBAL
SAALIH MEDIA
QUWWATUL ISLAAM
WAA ISLAAMAA
DIRREE MILKAA'INAA
Abuu hureeyraa irraa odeeffamee ergamaan rabbii ﷺ Akkana jedhan Tokkoon keessan hirriba isaa irraa yoo ka dammaqu taate bishaan funyaan isaatti olfuudhee gad haa raruu,sheeyxaanni funyaan isaa keessa waan buluuf jecha Yoo xiqqaate nama 5 n ergi 👇👇👇👇👇👇👇👇 @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa
إظهار الكل...
👍 12
👎 5
Abuu hureeyraa irraa odeeffamee ergamaan rabbii ﷺ Akkana jedhan Tokkoon keessan hirriba isaa irraa yoo ka dammaqu taate bishaan funyaan isaatti olfuudhee gad haa raruu,sheeyxaanni funyaan isaa keessa waan buluuf jecha
إظهار الكل...
👍 2
👎
Azaanni yoom karaa fodhame Sanaa 1 ffaa - 1 👍👍👍👍👍👍👍👍 100% Sanaa 2ffaa hijraa irraa - 0 ▫ 0% Sanaa 3 ffaa hijraa irraa - 0 ▫ 0% Deebiin hin kennamne - 0 ▫ 0% 👥 1 people voted so far.
إظهار الكل...
Sanaa 1 ffaa - 1
Sanaa 2ffaa hijraa irraa
Sanaa 3 ffaa hijraa irraa
Deebiin hin kennamne
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.