MIKO TECH™
الذهاب إلى القناة على Telegram
🇼 🇪 🇱 🇨 🇴 🇲 🇪 👉 Channel kana irra kan argatan 🛒 Application haara Nama fayyadan! 🤖 Application waan Mod Ta'an! 🏍️ Game waan haara Fi Kan durii! ✍ @Mikom8
إظهار المزيد1 984
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+137 أيام
-1330 أيام
أرشيف المشاركات
1 984
Namoota dursee add bakka jedhuu tuqe 50f badhaasa kardii Abba 100 qophesineerra ariitin gochuun fudhadha👇👇👇
1 984
🔤🔤🔤🔤🔤 🔤🔤🌸 🔤🔤🔤🌹
Maatin @Miko_Tech Hundinuu
Baga Ayyaana Waggaa Haara Geessan!
💖 2017 Bara Waanti Yaddan Hundinuu Itti Isiniif Milkaa'uu Haa Ta'u!
🎄 Ayyaana Garri ♥️
2️⃣0️⃣1️⃣7️⃣⭐️
✈️✈️✈️✈️✈️✈️✈️✈️
🌐 @Miko_Tech
1 984
Carraa Kana of hin dabarsinaa Channel @Abbu_Tech Member isaaf kennaa Ayyaanaa qopheessee jira
Isinis hiriyyoota keessan hunda irratti hirmaachisaa!
1 984
▶️CHANNEL #WABI_TECH kana xiyyeeffannoo itti kennuun kan hojjateef namaooni baay'een sababa hojii dhabuutiin bilbila bilbiluu, interneetii fayyadamuufi beekumsa argachuu qabanu dhabaa waan jiraniifi marrega nuti immoo furmataa kan ta'e #airdrop amanamoo siin biran genyee akka siin qarshii hojjetan goona.
🟡 Miidiyaan ✈️ https://t.me/Beekumsa123 qarshii tokkollee hin baasin karaa ittiin #mallaqaa hojjechuu dandeessan isiniif qopheessee xumureera
Itti dabalama
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Beekumsa123
https://t.me/Beekumsa123
https://t.me/Beekumsa123
1 984
▶️CHANNEL #WABI_TECH kana xiyyeeffannoo itti kennuun kan hojjateef namaooni baay'een sababa hojii dhabuutiin bilbila bilbiluu, interneetii fayyadamuufi beekumsa argachuu qabanu dhabaa waan jiraniifi marrega nuti immoo furmataa kan ta'e #airdrop amanamoo siin biran genyee akka siin qarshii hojjetan goona.
🟡 Miidiyaan ✈️ https://t.me/Beekumsa123 qarshii tokkollee hin baasin karaa ittiin #mallaqaa hojjechuu dandeessan isiniif qopheessee xumureera
Itti dabalama
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Beekumsa123
https://t.me/Beekumsa123
https://t.me/Beekumsa123
1 984
😘 Wallcraft Pro
🌄 Wallpaper Barreda Bilbila Keessanif.
➡️ Download Now ⬅️
Share 🚀
@MIKO_TECH
@MIKO_TECH ✅
1 984
😘 PhotoDirector (PREMIUM)
💡 Ai fayyadamuun photo fi amination edit gochuuf!
➡️ Download Now ⬅️
Share 🚀
@MIKO_TECH
@MIKO_TECH ✅
1 984
😘 Web Development irratti wantoota hundee ta'an.
Website parts
🖥 Website, front end fi back end jedhamuun part lamatti qoodama.
🚩 Frontend part website ijaan arginudha.
Isanis: user interface, graphic, font, color, photo...
Frontend HTML, Css, Javascript fayyadamuun Develop ta'a.
Frontend irratti kan hojjetan frontend Developer jedhamuun kan waamaman yoo ta'u lamaan isaa kan hojjetan immoo fullstack Developer jedhamu.
🚩 Backend kan jedhamu part website nuti ijaan hin argine fi frontend akkanni ajajamu kan godhuu dha.
Backend: server, database, button tokko yeroo xuqamu eessa akkanni geessuu qabu, walumaa galatti website nuti arginu akkani hojjatu kan godhuu dha.
Backend programing language kannen akka JavaScript, python, Php... fayyadamuun Develop ta'a.
Back end irratti namoonni hojjetan Backend developer jedhamuun beekamu.
Akkuma gubbatti argitan Javascript iddo lamaan isaatti faayidaa qaba.
Website tokko gaarii (dynamic) jedhamuuf lamaan isaa guutuu qaba.
To be continued...
Share 🚀
@MIKO_TECH
@MIKO_TECH ✅
1 984
ODUU GAMMACHISAA 💥
File internet Tola ittin fayyadamataan gadii dhifameera anuma itti fayyadama namonni heddun waan kana hin dhagenyee👇👇👇
