๐ Nasiro tube
Ilaalcha Addunyaan tun maal naaf taate ykn maal naaf laatte jedhu irraa Ani Adfunyaa tanaaf maal laadhe jedhu haa qabaannu.
ุฅุธูุงุฑ ุงูู ุฒูุฏ189
ุงูู
ุดุชุฑููู
ูุง ุชูุฌุฏ ุจูุงูุงุช24 ุณุงุนุงุช
-27 ุฃูุงู
-530 ุฃูุงู
- ุงูู ุดุชุฑููู
- ุงูุชุบุทูุฉ ุงูุจุฑูุฏูุฉ
- ER - ูุณุจุฉ ุงูู ุดุงุฑูุฉ
ุฌุงุฑู ุชุญู ูู ุงูุจูุงูุงุช...
ู
ุนุฏู ูู
ู ุงูู
ุดุชุฑู
ุฌุงุฑู ุชุญู ูู ุงูุจูุงูุงุช...
แ แฐแแแ แแญแฉแ แแซแ
แแฑแแ
แแฃแญแซแฑแ
#music #love #oromoculture #oromia #motivation#...
https://youtube.com/shorts/eZOFWzugSQE?si=NrLfWlQHD3B3zj3m
Fakkeenyummaa Jireenyaa
๐ Bofti yeroo lubbuu dhaan jiru, Goondaalee soorata!! yeroo bofti du'u, immoo Goondaaleetu soorata!!
(Yeroon, yeroo isaa eeggatee, jijjiirama) Jechuudha.
๐ Jireenya kee keessatti, nama kamiinuu gadi buustee hin ilaalin! Cimaa ta'uu dandeessa. Garuu, yeroon si caalaa jabina akka qabu beeki!
๐ Mukti tokko, kibriitota, kuma dhibba tokkoo ol oomishuu danda'a! Kibriitiin ijji tokko garuu, Mukkeen kuma dhibba tokkoo ol balleessuu dandeessi. (Gochi hamaan hojiiwwan gaarii ni balleessa yookiin ni barbadeessa) jechuu dha.
ุฅุธูุงุฑ ุงููู...
Vast Passive Income Pops Up โฒ | Packetshare
Get Instant $5! Earn Money App - Packetshare | with Proof of Payout!
Seenaa lakkoofsa "5"
Akka aadaa duudhaa fi eenyummaa Oromoo ganamaa fi amantaa musliimaatti lakkoofsi shan hiikkoo adda addaa qaba!
Oromoon Lakkoofsa shan hiikkaa adda addaa itti kennuun itti fayyadama.Kana keessaatti,Karaa aadaa fi amantiinillee jechuudha.
*Karaa Aadaa/Sirna Gadaa Oromoo (Through Tradition(Oromo Gadaa System)
A.ODAAN SHAN
1.Odaa Roobaa
2.Odaa Bultum
3.Odaa Nabee
4.Odaa Mormor
5.Odaa Bulluq
B.GADAAN SHAN
1.Gadaa Birmajii
2.Gadaa Bultuma
3.Gadaa Horataa
4.Gadaa Baharaa
5.Gadaa Roobalee
C.BOKKUUN SHAN
1.Bokkuu Dikaa
2.Bokkuu Lallabaa(Gaalee)
3.Bokkuu Biifaa
4.Bokkuu Raabaa
5.Bokkuu Horaa
D.HOOKKAAN SHAN
1.Hookkaa Dikaa
2.Hookkaa Lallabaa
3.Hookkaa Biifaa
4.Hookkaa Raabaa
5.Hookkaa Falaa
E.QAALLUU SHANII
1.Qaalluu Falaa
2.Qaalluu Jimaa
3.Qaalluu Ayyaanaa
4.Qaalluu Faaximee
5.Qaalluu Wadaajaa
F.GOSA QAALLUU SHAN
1.Adamoonyee
2.Allujaana
3.Sa'imannaa
4.Aboosara
5.Badimannaa
G.EEBBI SHAN
1.Qomicha(Hangafa)
2.Baaticha(Maandhaa)
3.Miseensa 1ffaa
4.Miseensa 2ffaa
5.Miseensa 3ffaa
Tartiibni shanan sirna Gadaa Oromoo olitti eerame kun akkaataa olitti eerame kanaan duudhaa fi safuu Oromoo ganamaa eegee raawwatama.
*Karaa Amantaatiin (Religon)
A.SALAANNI SHAN
1.Salaata Subii
2.Salaata Suurii
3.Salaata Asrii
4.Salaata Magriibii
5.Salaata Ishaayi
Isaan Shananuu karaa ergamaan rabbii(SAW)isaan ajajuun gaggeeffama.
*Karaa Namummaa (Humaanity)
B.QUBBEEN (QQUBNI) HARKAA SHAN
1.Quba Guddaa (Abbuudduu)
2.Quba Hatticha
3.Quba Gidduu
4.Quba Qubee
5.Quba Moggee fa'a jedhamuun beekkamu.Kanaaf lakkoofsi shanii karaa aadaa/duudhaa,namummaa fi amantaa keessatti gahee olaanaa qaba.
SEENAAN MAAL DUBBATA?
Jalqaba irraa eegalee Nuti sabni Oromoo
Ijaarsa Itoophiyaatiif Gaheen kee kan leencatii
Duubatti deebi'ii yaadadhu kaa Oromoo.
Gaafa xaaliyaanii dhuftee Weerartu Itoophiyaa
Gootonni Oromoodha Biyya koof natu jira
Jedhee Lafaa Ol ka'ee Itoophiyaa baraaruuf
Saba koo wojjiin ka'e Nan Dhaabbadha Wordiyaa.
Xaaliyaanii ari'uun Biyya kanaa kan baase
Jeneraalota kudha tokkoodha
Seenaan Jarreen kaabaa Dabsuudhaan kan gabaase.
https://www.facebook.com/100015388333012/posts/pfbid02P93J2txtKkpHfYs4smuoQ2LSgwCscPdFjdGYGPe1KxR4Jvut7WS8yHDK7xGTS8qtl/
Log in to Facebook
Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.