cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Inspire Afaan Oromoo

Afaan Oromootiin Jechoota kaka'umsaa Gorsa haayyotaa , barreeffamoota Xiinsammuu Muuziqaawwan Kitaabolee Afaan oromoo PDF n Walaloo fi kkf argachuuf Channel keenya join godhaa! Galatoomaa👏

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
278
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Waan salphaa ta'ee mitii Waan sirrii ta'e hojjedhu!! @oromoinspire
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Waaqayyo bira Rakkoon tekinikaa hin jiru. Waan  inni siif qopheesse kan si jalaa fuudhu hin jiru. @oromoinspire
إظهار الكل...
Dhiifama Wal fakkaataa si'a lama hin fudhatin! ━━━━━━━━━━━━━ @oromoinspire
إظهار الكل...
Leenci hangamillee beelahu marga hin nyaatu. @oromoinspire
إظهار الكل...
Yeroo tokko tokko Nageenya sammuu kee argachuudhaaf murtoo onnee kee madeessu murteessuu qabda!!
إظهار الكل...
Waa'ee jireenya nama tokkoo hamachuu fi kufaatii ykn dadhabina isaa haasawuu keetin duratti. Kana yaadadhu, jireenya kee keessatti boqonnaan (chapter) ati sagalee ol kaaftee dubbisuu hin feene akka jiru Hubadhu. @oromoinspire
إظهار الكل...
Duumessaa'uun samii sitti qoorruuf miti sii Roobuu fi !!!! Halkan bareedaa qabaadhaa !!! #stay #positive @oromoinspire
إظهار الكل...
Dhugaa tokko sitti himuu Ati Addunyaa kanaaf #VIP dha !!!!!!
إظهار الكل...
Ati nama biyya gaggeessuuf mul'ata qabu yoo taate ; nama ganda bulchuuf abjootu waliin hin oolin !!!!! @oromoinspire 👉Join & share
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.