cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ISIILAAM HAYYATI channel ❣️

https://t.me/joinchat/AAAAAEeCEtcXUFhN9eNZog BARSUMAA SEENNAA RAASULLATIF HADISAA ADDA ADDA

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
251
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

*بســـــــــــــــــــــــــــــم الله الرحمن الرحيم الحـــــــــــــــــمد لله رب العالمين والصلاة والســـــــــــــــــــلام على رسول الله صلى الله عليه وســـــــــــــــلم اما بعد الســــــــــــــــــــــــــــــلام عليــــــــــــــــــــــــــــــــكم ورحمة الله وبــركاتـــــــــــــــــــــــــــــه*_ ═════════════ *Sennaa Hadhaa Mu'umintoottaa iraa Aishaa Bint Abu Bakrii Siddiqi Hadhaa mana Ergamaa Rabbii SAW* Kutaa 2𝑓𝑓𝑎𝑎 Barumsaa Kalessaa Kessati Hadhaa Aishaa dhaa ilalee Maqaa ishi dhaa Ummu Romaan , Da'aad Bint Uweeymir Ibn Abdi-Shamsi jedhamti Madinati Du'tee Ergaman Rabbii Qabrii kessati ishi Gadi busee Awalee Kahee Jennee dhabanee Aishan Mucaan xiqoo Tana RA Ummu Romani Bobaa ishi jalatii Gudistee jechudhaa Hadhi Aishaa dhaa Dubarti Muminaa Akkasumasi intali ishidhaa Aishan Hadhaa Mana Rasuullaa Rabbii tii Abban ishi dhaa Abu Bakri Siddiqii Aishan RA Waggaa 5 Nabi Rabbii Ergamanti dhalatee Egaa Rasuulli Ergamani bodaa Waggaa Shanafti dhalatee Yeroo kan Umiri Rasuullaa Rabbii dhaa 45 turee jechaadha Ergaman Rabbii SAW Aishaa Waggaa 7 oso jirtuu Qadhimatani Egasii Rasuulli Rabbii Aishani yeroo Umiri ishi 9 gahuu ishi Fudhani Hadhaa Mana Tasifatani jechu dhaa Aishan RA ijaa Rasuullaa Rabbii jalatii Gudatee gafaa Rasuulli Rabbii umiri isaan 45 tahuu Aishani xiqoo Turtee Rasuulli Rabbii ishi ilalaa Gudatee jechudhaa Abu Bakri Siddiqii imoo Rasuullaa Rabbii tifi Hiryaa ykn imoo Waltii dhufenyaa Qabuu jechu Ergamaa Rabbii Waalini Yeroo Hadhi Aishaa dhaa oso Lubbun jirtuu Rasuullii Aishaa Akkaa Gudistufii Ummu Romani Niti himaa Turee Akkaa Gudisaa Garii Akkaa Gudistuu Da'aad ti ykn Ummu Romaniti himaa Turee jechudhaa Shairi indunsin Malii jedhee Afaan Aishaa iraa Akkaa Waan ishani Dubbatee godhee Maali kan Akkanti Narti qalii kuni Malii Agartee Kan Akkanit Hiryootaa isaati irti Qalii Muhammadi Mana isaa kessati Nagudisee Ani imoo intalaa Siddiqii Sahibaa Ahmadi Hiciti fi Mulatatii Hiriyaa dhaa isaan Abu Bakri fi Muhammadi isaan imoo Waalii jalatanii Ani Mo Ni dhugomsee Sahibumaa isaani jettee Akkaa Waan ishani Jetetii Gurbani Shireeni kun dubatee jechudhaa Aishaan islamumaa Kesaati Dhalatee Abotii Muslimaa lamaa jidutii Gudatee jedhani isaan imoo Abu Bakrii Siddiqii fi Ergamaa Rabbii tii jechudhaa Aishan Ni Amantee Namoottaa18 islamumaa Fudhatani bodaa Namni Amanee 19 Aishaadhaa Aishan oso Rasuullii Rabbi ishaa lalaa jiruu Gudatee ykn oli dhuftee jechudhaa Gafa Tokkoo Rasuullii Rabbii SAW oso Rafanii Abjuu Arganii Abjuu kessati Ufaanii Hariraa iraa Dalagamtee Bifti isaa Dhaa Magarisaa ta,ee Sammi Gubbaa Ergama Rabbiti Gadii Butee Yeroo Rasuulli Rabbii Banee Laluu Ufataa Kutamaa Kan kessati Fulaa Aishaa Argee Ni jedhamaa Ergamani Rabbii Aishani dhaa Hadhaa Manaa Kee Kan Adunyaa fi Kan Akirtii Ergamani Rabbii nii jedhee Guyyan Lamataa oso Rafaa jiruu jibiril Natii dhufee Amalee Ufattaa Hariraa iraa tatee Halunii isaa Magarisaa tahee Nati Fidee jibiril AS Ergama Rabbi tuu Akkan jedhaa Ufattaa Kan iti Amsi Fulaa Aishaa Arganii Jibiri ni jedhee Rasuullaa Rabbii tini Yaa Muhammadi ishen Tun Aishaa dhaa Hadhaa Mana Tee Kan Adunyaa ti fi Kan Akiraa dhaa jedheni Amasi Yero Sadafaa dhaa Ni dhagahee Yaa Rasuulli Rabbii kan jedhanuu Aishani Hadhaa Mana Tee Kan Adunyaa fi Tani Akiraa ti ishin Sifi Tatee jirtii Yaa Muhammadi ishi tun tetii kan jedhamuu Sagalee Dhagahee Rasuulli Rabbii SAW jechudhaa Kaan imoo Takkahu Sheyxani Takkahuu ilmi nama Maleeykatii Fakkachuu hin Dandahanii Nidhugomsani Rasuulii Rabbii jechudhaa Gadi Ati Sababa Kadijjaa tin Si Mudatee Suni Cabisii Qaalbii kun Sababa kanani Siraa demaa jedhanini Rasuullaa Rabbii tin SAW Jibiriltuu Akkan jedhani jechudhaa RasuulliRabbiti jedhaa Sagalee dhagahaa jiraani Sheyxani Maleeykati Fakkachu hin dandahu jechudhaa Asiti Rasuulli Rabbii Rasuullii Rabbii Ni Gammadani Qalbin isaani Boqqonnaa Argatee😊Egaa Kaadijjaa dhabani Cabini Qalbii isaani Mudatee Gafaa kan Amoo Bakkaa Kadijjaatti Si mudatee Si Fayuu demaa Yaa Muhammadi Yeroo jedhami Rasuulli Rabbii Ni Gammadani Qalbin isaan Boqoonnaa Argatee jechudhaa🥰 jzk itii Fufaa
إظهار الكل...
*Assaalamuu aleyikum Waaramatullaah waabarakatuh* _Sennaa ummu salamah RDA gabibsinee yoo ilaluu_ Ummu salamah Hindi Binti Abi Umayyaa ibni mugiraah al makizumiya jedhamati RDA hadha Mu'iminotaa irraa ishee tokko ammas hadha mana ergamatii SAW Hadhaa Mo'ummintotaa irraa kani Xumaraa Akiramtee isheedhaa Bakkii dhalotaa makka mukkarama bakka itti dutee madinaa munawaraa Idoon qabari ishee baqaati awalamtee godansaa hijraa lamaa batee jirtii waraa duraa isilamuma fudhatee irraayii gama habashatii dhiraa fi dubartii wallti gafaa Jelqabaa 86 turaan isaan kesssaa ummu salamahn takka turtee ergasii ummataa qureshii irraa heduu Isilamumaa fudhatee dhagahani kara makka debina ergamaan Rabbii Saallaallaa Aleyih wasalma mafi debitani Jedhani hameenyii qureshoonii musilmafi qabuu itti fufee akka gama habashatii debi'aan ajaja gafas nama gama hijraati bahe 36 jedhuu dhiraa 122 dubartii 18 faha jedhuu الله اعلم Abban mana ishee ergamaa Rabbii SAW duraa wajin turtee abu salamah /Abdallah bani abdul asad Al makizumiya Ergasi erga akka kara madinaa godanini ergamaa Rabbiitiifi heyyamaani dhufee ergamaan Rabbii SAW akka dhufani tasisee gama madinaa hijaraa bahu egalani ummu salamah fi abu salamahns gama madinaa hijraa bahu kahan yero isaan kahani bani Al makizumiya akka ummu salamahn gara madina abba mana ishee wajin hin demane dhorkaan ati demii intala tenyaa dhisii jdhani Ergas jiduu wal dhabin umume da'ima salamah kani isaan yero santi qabani isa jiduu wali harkati qabu isan intalaa tenyaa futee hin dematuu jedhuu jarii bani asad immo ilma kenyaa jedhani harkati qabu ummu salamah harka fudhani akksiti isheen ilma isheetii fi abba waara isheetin adda batee oso Rabbiin kadhatuu oso yaddoftu turtee turtee sun amatas jedhu Rabbii bekkaa ganama hundaa batee baga itti ilmaa fi abba mana isheeti adda batee sani tessee bosii hanga galgali gahuti jedhu tokko tokko immo goda ykn garaa wayii iraa tesse bosii jedhuu الله اعلم ergasi waarii bani Al makizumiya qalbii cabani yaddoo ishee argani mali gonaa azaban jedhini gama madinaa dematu heyyamaa godhafi yero kana bani asad bira dematee yaa bani asad Waara ko nafi heyyamaan jiruu ilmo ka nafi kenaa jetee keninifi gama madinaa demate ......kutaa 2ffaa Dogogaraa jiruufi dhifamaa❣️❣️🫶 https://t.me/joinchat/AAAAAEeCEtcXUFhN9eNZog
إظهار الكل...
ISIILAAM HAYYATI channel ❣️

https://t.me/joinchat/AAAAAEeCEtcXUFhN9eNZog

BARSUMAA SEENNAA RAASULLATIF HADISAA ADDA ADDA

*Assaalamuu aleyikum Waaramatullaah waabarakatuh* _Sennaa ummu salamah RDA gabibsinee yoo ilaluu_ Ummu salamah Hindi Binti Abi Umayyaa ibni mugiraah al makizumiya jedhamati RDA hadha Mu'iminotaa irraa ishee tokko ammas hadha mana ergamatii SAW Hadhaa Mo'ummintotaa irraa kani Xumaraa Akiramtee isheedhaa Bakkii dhalotaa makka mukkarama bakka itti dutee madinaa munawaraa Idoon qabari ishee baqaati awalamtee godansaa hijraa lamaa batee jirtii waraa duraa isilamuma fudhatee irraayii gama habashatii dhiraa fi dubartii wallti gafaa Jelqabaa 86 turaan isaan kesssaa ummu salamahn takka turtee ergasii ummataa qureshii irraa heduu Isilamumaa fudhatee dhagahani kara makka debina ergamaan Rabbii Saallaallaa Aleyih wasalma mafi debitani Jedhani hameenyii qureshoonii musilmafi qabuu itti fufee akka gama habashatii debi'aan ajaja gafas nama gama hijraati bahe 36 jedhuu dhiraa 122 dubartii 18 faha jedhuu الله اعلم Abban mana ishee ergamaa Rabbii SAW duraa wajin turtee abu salamah /Abdallah bani abdul asad Al makizumiya Ergasi erga akka kara madinaa godanini ergamaa Rabbiitiifi heyyamaani dhufee ergamaan Rabbii SAW akka dhufani tasisee gama madinaa hijaraa bahu egalani ummu salamah fi abu salamahns gama madinaa hijraa bahu kahan yero isaan kahani bani Al makizumiya akka ummu salamahn gara madina abba mana ishee wajin hin demane dhorkaan ati demii intala tenyaa dhisii jdhani Ergas jiduu wal dhabin umume da'ima salamah kani isaan yero santi qabani isa jiduu wali harkati qabu isan intalaa tenyaa futee hin dematuu jedhuu jarii bani asad immo ilma kenyaa jedhani harkati qabu ummu salamah harka fudhani akksiti isheen ilma isheetii fi abba waara isheetin adda batee oso Rabbiin kadhatuu oso yaddoftu turtee turtee sun amatas jedhu Rabbii bekkaa ganama hundaa batee baga itti ilmaa fi abba mana isheeti adda batee sani tessee bosii hanga galgali gahuti jedhu tokko tokko immo goda ykn garaa wayii iraa tesse bosii jedhuu الله اعلم ergasi waarii bani Al makizumiya qalbii cabani yaddoo ishee argani mali gonaa azaban jedhini gama madinaa dematu heyyamaa godhafi yero kana bani asad bira dematee yaa bani asad Waara ko nafi heyyamaan jiruu ilmo ka nafi kenaa jetee keninifi gama madinaa demate ......kutaa 2ffaa Dogogaraa jiruufi dhifamaa❣️❣️🫶
إظهار الكل...
Repost from Chess Bet
Furmaanni waa maraa Rabbiin harka jiraa Hardha addunyaa fi Borummoo aakhiraa Rahmata nuuf goonan Ilaahin ol aanuu Akka hojii keenyaa Tabba takka hin baanuu Badii xiqqoof guddoo Meeqa balleessinee Abbaa biraa hin qabnu Isatti dheessinee Rahmata nuuf godhee Nuuf haa araaramuu Azaaba isaarraa Warra baraaramuu Rabbiin nu haa godhu Jara milkiin tolee Addunyaaf aakhiraas Cinqirraa ofkalee......... -Qaasim Kadiir. Join || @Sano_Haji7
إظهار الكل...
✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔ 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa ⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪ 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
إظهار الكل...
🔴ORO FEDERAL ⚪
🔴SHAGAR SHAGAR ⚪
🔴ORO SPORT ⚪
🔴COVID19 ⚪
🔴LAMMAA MAGARSAA⚪
🔴GALMA JECHOOTA OROMOO⚪
🔴AFAAN OROMOO ⚪
🔴GALMA JECHA JAWWE⚪
🔴OMN NEWS MEDIA⚪
🔴OROMIA NEWS NETWORK⚪
🔴HUNDA BAKKA TAKKATI⚪
🔴ODUU KOROONA⚪
🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥 Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegramidhaan JOIN Godhadha.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻 👇👇👇👇👇👇
إظهار الكل...
OMN
GNN
OBN
ONN
FIB
OFN
HUNDAAF
OROMO TV
VOA AFAAN OROMOO
JECHOOTA HAYYOOTA
ORO FEDERALISM
JAWAR MOHAMMED
LAMMA MAGARSAA
MARARAA GUDINAA
BAQALAA GARBA OFFICIAL
HAYYOOTA OROMOO OFFICAL
HUNDAAF
Maalummaa chanalichaa An sitti hin himu ofumaa itti seenii ilaalii. Chanalii filatamaa fi fudhatama guddaa Qabuudha, Arguun Amanuudha kanaaf dura laali 👇👇👇👇
إظهار الكل...
🍎Fastaqim oro channal
🍎Jechoota Gagaariii
🍎oro channal
🍎Barartootaaf
🍎Hayyootaaf
🍎Ummataa islaamatif
🍎Muslim channal
🍎Ethio channal
🍎Jimaa channal
🏆Jawar channal 🏆
🏆Abiy channal🏆
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube https://youtu.be/p51FnhhOuDY https://youtu.be/p51FnhhOuDY https://youtu.be/p51FnhhOuDY
إظهار الكل...
NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !

LIKE SHARE SUBSCRIBE GODHU HIN DAGATINA#

اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.