cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

IFAA JIREENYA⛪️💒

👉Channel @IFAAJIREENYA jalaatti waa'ee ifaa dhugaa ni barattuu akkasumaas waa'ee namummaas ni barattu wanttii isii irraa eggammu @Join tuquu qofaa 👉 channel @IFAAJIREENYA join fi share nuuf Godhaa? 👉Yaada fi gaafii yoo qabatanii @Natiigosaye tuqa

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
143
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

# Ijji Kee Eenyuun_ilaalaa jira? #Namni uumamaan Waan bitamuuf qaba,kanaaf qaama bitamu sanaaf, ✓waan inni hojjetu hojjeta, ✓waan inni dubbatu dubbata akkasumas ✓oolmaaf jireenyi isaa isa bira Nutis:- ✓Lafarra teenyee jireenya Waaqarraa jiraanna. ✓Lafarra teenyee kiristoosiin mirga waaqayyootti ilaalla, " Nuyi garuu nama biyya waaqa irraa ti; "Gooftaan keenya fayyisaan keenya Yesus Kristos achi nuuf dhufa" jennee eegganna." (Filiphisiiyus 3: 20) ----------------------------------- ❝Akkuma ani kan biyya lafaa hin ta'in, isaanis kan biyya lafaa miti.❞ —Yoh. 17: 16 ✓ Waldaa baayyeen har'a biyya lafaa kanarratti tajaajilaa gara waldaatti/madirakiitti kan affeeraniif,tajaajilaan sun eenyu akka ta'e,beekumsa hammamii akka qabu ilaaluudhaafi,Waaqayyo yoo barbaade "harreedhaanis" haa dubbatu,garuu nuti kan ilaaluun nurra jiraatu tajaajilaa miti, kiristoosiin tajaajilaa keessatti ilaalla. ✓Namoonni baayyeen waan waldaa keessa jiru,namoota waldaa keessa jiran ilaaluudhaaf gara waldaa dhufu,nuti garuu waldaa miti kan ilaalcha dhufnu Kiristoos waldaa keessatti ilaaluu dhufna. ✓Yoo barbaadan ni dhufu yoo barbaadanis ni hafu, ¯Luq 18:37 ³⁷ Isaan immoo, "Yesus nama Naazireet sanatu asiin darbaa jira" jedhanii itti himan. ³⁸ Kanaaf inni iyyee, "Yesus, ilma Daawit na maari!" jedheen. ⁴¹ Yesus immoo, "Maal akkan siif godhu barbaadda?" jedhee isa gaafate; kana irratti inni, "Agartuu koo akka naa deebiftu, gooftaa ko" jedhee deebiseef. ✓Ijji namichaa jecha namootaa irra miti Kiristoos isa isa fayyiserra ture. Namni kiristoosiin ilaalu? -Hin kufu -Ni fayya -Ni jiraata Share ✨ Share ✨ Share ✨ ✨ @BuddeenaJireenya ✨ ✨ @BuddeenaJireenya ✨ #Stay_Connected
إظهار الكل...
Tokkummaa Waaqayyoo (Sillaasee) (Trinity) ━━━━━━━━━━ #UPDATED #1. 👉 Waaqayyoo tokkichi eenyummaa sadiin akka mul'ate ibsameera. Sillaaseen jecha Gi'iiz irraa kan fudhatamee dha. #2. 👉 Maqaan 'abbaa' jedhu ilmi erga dhufee booda caqafamuun isaa dinqisiisaa miti. Sababni isaa abbaan Waaqayyoo dha. Guutummaan macaafaa waa'ee isaa waan ta'eef maqaan isaa caqafamuu dhiisuun nama hin ajaa'ibsiisu. Fakkeenyaaf macaafa Aster keessatti maqaan "Waaqayyoo" caqafamuu baatus, waa'een fayyisuu Waaqayyoo fi hojii isaa ifaan ifatti ni argama. #3. 👉 Ilma jechuun kan dhalate jechuudha. Ilmi immoo gara biyya lafaa kan dhufe ta'uu isaa kakuu haaraa keessa ni jira. Kakuu moofaa keessatti garuu akka Waaqayyootti iddoo baay'etti caqafameera. #4. 👉 Hafuurri qulqulluun hafuura Waaqayyoo ti. Kunis Kakuu Moofaa jalqaba irraa kaasee caqafameera. #5. 👉 Yesuus jechuun ilma jechuu dha. Isa kanas gara olii lakk. 3 irratti ilaalleerra. #6. 👉 “Abbaa biraa ba'een gara biyya lafaa dhufe, deebi'ee immoo biyya lafaa nan dhiisa gara abbaas nan dhaqa" jedhe.” — (Yohaannis. 16:28) 👉 Caqasni kuni qofti waa'ee Yesuus, Qaama Waaqayyoo ta'uu isaa, Gooftaa ta'uu isaas ni Ibsa. ✔ "Abbaanii fi ani tokko." — (Yohaannis 10:30) #7. 👉 Yesuus raajiilee dubbateera. Hundumtuu raawwatamaniiru. Raawwatamaas jiru. Garuu raajii qofa hin turre. “Egaa maaliif baatan? Raajii ilaaluudhaafii? Eyyee, isiniinan jedha raajii irra iyyuu kan caaluu dha.” — (Maatewos. 11:9) #8. 👉 Yesuus nama ofiin jechuu isaa irrayyuu 'ilma namaa' jedhamee waamameera. Haadha isaa Maariyam irraa eenyummaa namummaa fudhateera. Kunis cubbuu namootaa balleessuuf nama ta'ee dhufuu fi aarsaa ta'uun isa irra waan tureefi dha. #9. 👉 " Kristos bifa Waaqayyo inni ijaan hin argamne ittiin namatti mul'atuu dha; uumama hundumaa duras dhalate. Wanti waaqa keessa jiruu fi wanti lafa irra jiru hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii waaqaa keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaatanutn isaan uumaman; wanti hundinuu karaa isaa uumame, isaafis uumame." — (Qolosaayis. 1:15-16) #10. 👉 Yesuus balbala fayyinaa ta'uu isaa Kakuun moofaan Utuu hin hafin beekamaa ture. Ammas kan dubbatamaa jiru, waa'ee fedha abbaati. Fedhi abbaa yesuusin yommuu ergu, kan amanan fayyinaaf kan qopheeffamanii dha. Fayyisuun Yesuus immoo Utuu hin dhalatin dura kan dubbatameefi dha. #11. 👉 “Waaqayyoo fi abbaan waan hundumaa tokkicha, inni waan hundumaa irra jira, waan hundumaan in hojjeta, iddoo hundumaa jiras.” — (Efesoon. 4:6) 👇👇👇 Lakk. 9 irratti ilaalleerra. Abbaanii fi waaqni waan hundumaa abbaa, yesuus immoo abbaa yommuu jedhu iddoo baay'eetti argina. Yesuus erga fedha abbaatiin gara biyya lafaa dhufee, Abbaa waan hundumaa kan ture abbaa, gooftaa dha jechuudha. Sababni isaa gara biyya lafaa ilma ta'ee waan dhufeefi dha. 👉 “Ilmi Waaqayyoo dhufee isa dhugaa sana baruudhaaf, hubannaa akka nuuf kenne nuyi in beekna. Nuyi isa dhugaa sana keessa, ilma isaa Yesus Kristos keessas in jiraanna; Waaqayyo inni dhugaan, jireenyi bara baraas isa kana.” — (1Yoh. 5:20) #12. 👉 “Yesus itti fufee, "Raajota sobduu irraa of eeggadhaa, isaan hoolaa fakkaachuudhaaf raroo hoolaa uffatanii gara keessan in dhufu; keessa isaaniitiin garuu yeeyyii butatanii dha.” — (Maatewos. 7:15) ✍ [ @musilimevangelicaltaking ] Join♻️Share♻️Join @maranatayesuus @maranatayesuus 🔆JOIN🔆
إظهار الكل...
Yemarshet Tamene 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 👇👇👇DAMAQAA 👆👆 Yerichii gaheraa Ofiira hin tenyuu Jirmichati argamne Isara hin foxoqnuu 🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌 Barii xumuramee Dachen dulomtetii Serasa hordofnee Ademnaa duratii Markabasa keessa Akka hin bannetii Sagalee ol kasne Iyyina garsatii Markabasa keessa Akka hin baneetii 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Damaqnetu egnaa Araraa kadhachaa Osoo yeron jiruu Durasa dhabacha 🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳 Adunyaa fokistuu Foonif hafuratii Kan nama degsitu Dhalota hin hubanee Guyyan kan jorsituu Akka dhadha baqxee Iddotii hin debisuufii Dhalota hin hubanee Guyyan kan jorsituu nii bekna hojiikee Tuffanee madiikee Soraa olii maale Hin fenuu tokkole 🛑🛑🛑🛑🛑🛑🛑🛑 Karaa siressina Haarretu qullesina Kiraraan farsinee Weddu taresinaa Rafne hin daganuu Holotaa tiksinaa Rakkot hin qabamnu Wangeelaa labsina 🛤️🛤️🛤️🛤️🛤️🛤️🛤️ Hin dhufa deb'ee Baran kan jiratuu Gonfoo gosa gosa Inni namaf latuu Indhufa debi'ee Angafni angafoota Hin mugnu dhalota Damaqoota tanaa Maranataa Jenna 🌈🌈🌈🌈🌈🌈 Kan ana gagesse Afuraa goftatii Kan siinif baresite Yemarishet tamanatii Ebiifamaa goftadhaf bitama!!!!!!!!!!!!!! Ameenn
إظهار الكل...
ጥያቄ እና መለስ እንድትሳተፉ በ ጌታ ፍቅር እንጠይቃለን 1.መጥምቁ ዮሐንስ በ ምድረበዳ ሳለ ምን ይመገብ ነበር ? ሀ,የሀዋርያት ምግብ ለ, የ ወፍ ምግብ ሐ,የ ጣዝማ ማር እና አምበጣ መ,የ በግ ስጋ 2. ከዳን እስከ ቤርሳቤህ ባለ ራእይ የተናገረ ሁሉ ጠብ ያላለ ማን ነው ሀ,ኤሊያስ ለ,ኤርምያስ ሐ,ሳሙኤል መ,ኤልሳ 3. አጋር በ የትኛው ምድረበዳ ነበር ስትንከራተት የነበረ? ሀ,በ ሚድያም ለ,በ ኤዶም ሐ,በሞሪያም መ,በ ቤርሳቤህ 4. ሃዋሪያት በ መጀመሪያ ክርስቲያን ተብሎ የተጠሩበት ቦታ የት ነው? ሀ,በቤተሰይዳ ለ, አንጾኪያ ሐ,ቤቴል መ, በ ዩሁዳ
إظهار الكل...
Shaaloom akkam ooltan nagaan waaqayyoo isiniif haa baayyatu jechaa gaaffiif deebii bareedaa armaan gadii irratti hirmaadha Gooftaan guddaa isin haa eebbisuuti 1.Yohaannis cuuphaan lafa onaatti maal nyaataa ture? A,nyaata ergamootaa B,Foon simbiraa C,Hawaanisaaf Damma mogaa D.Foon hoolaa 2.Daanii hanga barsheebaahitti raajiin inni dubbate kan lafa hin buune jedhamee raajichi eenyudha? A, Eeliyas B,Ermiyaas C,Saamu'eel D,Eelsaayi 3,Aggar Lafa onaa isa kam keessatti jooraa turte? A,Miidiyaamitti B,Eedomitti C,Mooriiyaamitti D,Bersheebaahitti 4.Bartootni jalqaba duraa kiristaanota jedhamanii kan waamaman eessatti? A,Beetelitti B,Anxokiyaatti C,Iyeruusaalemitti D,Hundadha
إظهار الكل...
Warri gaafiif deebii duumessa nagaa jalatti gaafatamtan irratti hirmaachuu barbaaddan akka deebii keessan kan guyyaa har'aa nuuf deebisuu akka dandeessan kabajaan isin affeerra guddaa eebbifamaa
إظهار الكل...
4, warri Israa'eel waggaa meeqaf garbummaa Gibxii jala turan? luqqisii isaa waliin
إظهار الكل...
Luqqisii isaa waliin
إظهار الكل...
Gaaffii sadaffaa namni jalqabaa kiraaraa rukutuuf ulullee warra qabataniif abbaa kan turee eenyu?
إظهار الكل...
Afaan oromootin gaaffiin inni duraa akkas jedha 1.Nooh bishaan badiisaa booda lafa bidiruun isaa irra buufatte tulluu maalii jedhama luqqisii isaa waliin nuuf deebisaa. 2.Duuka buutuun gooftaa iddoo yuhudaa bakka buufame maqaan isaa eenyudha?
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.