ar
Feedback
Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo

الذهاب إلى القناة على Telegram
452
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
سبتمبر '24
سبتمبر '24
+65
في 0 قنوات
أغسطس '24
+20
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+75
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+56
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+56
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+45
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '24
+21
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+76
في 2 قنوات
Get PRO
يناير '24
+177
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+349
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
25 سبتمبر+2
24 سبتمبر+1
23 سبتمبر+2
22 سبتمبر+1
21 سبتمبر+2
20 سبتمبر+1
19 سبتمبر+3
18 سبتمبر0
17 سبتمبر+2
16 سبتمبر+4
منشورات القناة
Afeerraa Yaada Uummataa ------------------- (Mudde 24, 2016 MMWO, Finfinnee)-Dorgomtoota gita hojii Abaa Seeraa MMWO, MMO fi MMAf dorgomaa jiranii fi qormaata barreeffamaa fudhatanii maqaan isaanii armaan gaditti tarreeffame 'interview'f otoo hin waamiin dura naamusa isaanii irratti yaada uummataa walitti qabachuun barbaachisaa ta'ee waan argameef naamusa dorgomtootaa kunneenii irratti namni odeeffannoo qabu kamuu karaa Inbox fuula FB keenya ykn bilbila lakk 0923112453 irratti (sa'aatii hojiitti) bilbiluudhaan ykn qaamaan Waajjira Gumii MMWOtti dhiyaachuun odeeffannoo qabdan akka nuun geessan ni gaafanna. --------------- Odeeffannoo dabalataa Manni Murtii Waliigalaa tamsaasu argachuuf -Toora telegraamii-☞https://t.me/MMWO202 Toora 'facebook'-☞https://www.facebook.com/profile.php?id=100064892762726 fi Toora You Tube-☞www.youtube.com/@manamurtiiwaliigalaaoromiy364 Murtiilee Barsiisoo argachuuf Toora Telegram- ☞ https://t.me/oolmaadhaddachaa2016 daawwadhaa. #Daayireektoreetii_Dhimmoota_Komunikeeshinii_MMWO

2
Dhaddachi Ijjibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Lakk.Galmee 231232 ta'e irratti "namni gochi gowwoomsuu narratti raawwatame jedhu firii bu'aa yakkichaatiin fayyadamaa ta'uuf yoo waliigale,gochi yakka gowwoomsuun narratti raawwatame jechuu hin danda'u.Dhimma harkaa qabnu irratti,Doolaara ilaalchisee gochi himatamaan raawwate jedhame Doolaara ni baay'isna jechuun miidhamaan dhuunfaa Mana Murtii jalaatti Doolaara himatamaa lammaffaaf akka kennu taasise kan jedhuudha.Kanas miidhamaan dhuunfaa Doolaarichi baay'ifamee yeroo dhufe yaadni isaa ijoon yakkichaan fayyadamuuf kan kaayyeeffate ta'uu kan agarsiisu malee himatamaan gocha yakka gowwoomsuu raawwachuu wanti mul'isu hin jiru" jechuun hiikoo kennee ture.(Murtii haarawa jildiidhaan hin maxxanfamne). 👇
166
3
+9
Bahir Dar University Journal of Law.rar
133
4
Labsii 220 bara 2011.pdf
112
5
One app for all your Word, Excel, PowerPoint and PDF needs. Get the Microsoft 365 app: https://aka.ms/GetM365
193
6
لا يوجد نص...
257
7
+9
لا يوجد نص...
269
8
+4
لا يوجد نص...
171
9
Muddee 15/2016 WAAABtiin Hubannoo seera mataduree 1.heera mootummaa fi mirga dubartii fi daa'immanii irratti. 2.seera yakkaa bara 1996 bahe irratti keessattuu yakka dubartii fi daa'imman irratti raawwataman irratti. 3 barmaatiilee miidhaa geessisanii fi godaansa seeraan alaa irratti barattoota mana barnoota sadarkaa 1ffaa hindheessa tiif laatamee jira. #-haqaan haqaaf hojjanna.
163
10
+7
Dambii 2-1990 Dambii Lafa magalaa seeran kenname.pdf
206
11
Murtii barsiisoo Himatamtoonni Maqaan isaanii 1ffaa.Siraaj,Abdulkariim, Alii fi Himatamaan 2ffaa.Ahmad, Muummee, Muussaa faa jedhaman itti yaadanii gaafa guyyaa 29/12/2013 halkan irraa toora sa'aa 9:00tti Godina Arsii Aanaa Martii kilaastara Oromiyaa Bahaa cifraa 38ffaa irraa hayyamaan ala iddoo hojiitii baduun Gara Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannoo Araddaa Jiruu Ballinaa Ganda sulee fi Babiloo keessatti hordoffii qaamni nageenyaa Aanaa Baddannoo taasiseen gaafa guyyaa 18/12/2016 guyyaa irraa toora sa'aa 9:00tti qabamanii gara waajjira poolisii aanaa baddannootti fiduun qorattoonni poolisii galmee keessa qorachuun abbaa alangaatiif erga dabarseen booda Abbaan Alangaas seera rogummaa qabu jalatti himannaa hundeessuun gara mana murtii aanaa baddannootti dhiyeessuun manni murtiis Garagalcha himannaa himatamtootaaf harkatti kennuun Afaan isaaniif galuun dhaddacha irraa erga dubbiffameefiin booda himannaan nuuf galeera jechuun mormii sadarkaa duraa Himannaa irraa hin qabnuu jedhanii jiru, kanumaan jecha amantaa fi waakkii gaafatamaniiniis hambifannaa tokko malee gocha ittiin himatamaan raawwannee jirraa jedhanii waan amananiif jecha Bu'uuruma himannaa Abbaa Alangaatiin dhaddacha gaafa guyyaa 24/3/2016 Ooleen tokkoon tokkoon himatamtootaa adabbii hidhaa cimaa waggaa tokkootiin(1) Adabamanii jiru. HAQAAN HAQAAF HOJJANNA.
438
12
Seerota Galii irratti Hubannoo qophaa'e
177
13
Guyyaa Kabaja Riibaanii Adii Sadaasa 19, 2016 WAAAB-Baddannoo Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo guyyaa kabaja riibaanii+5
Guyyaa Kabaja Riibaanii Adii Sadaasa 19, 2016 WAAAB-Baddannoo Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo guyyaa kabaja riibaanii adii sababeeffachuun WDhDD Aanaa Baddannoo waliin tahuun hojjattoota mootummaatiif mirgiita dubartoonni qabanii fi miidhaa barmaatilee boodatti hafaan irraan gahu ilaalchisee hubannoo gabaabaa laateera. Miidhaa daa’immaniifi dubartootarra gahan ittisuun qaama hawaasaa harka baay’ee caalu fayyaduu tahuu beeknee gahee keenya haa bahannuun dhaamsa WAAAB ti. Haqaan Haqaaf Hojjanna! WAAAB-Baddannoo
480
14
.....Haaluma kanaan, falmii yakkaa abbaa alangaa fi himatamtoota jidduu ture madaaluudhaan seera rogummaa qabu waliin xiinxaluun haala qabatama raawwii fi ulfina yakkichaa akkasumas yaada adabbii gara lachuu irraa dhiyaate tilmaama keessa galchuudhaan akkaataa qajeelfama adabbii MMWF lakk.2/2006 tiin namni tokko adabbii maallaqaa qarshii kuma afuriitiin kan adabame yoo ta’u, himatamtoonni namoonni 16 mataa mataatti adabbii maallaqaa qarshii kuma shan shaniitiin akka adabaman murteessee jira. Seera Kabajnee Haa Kabachiifnuun Dhaamsa Waajjira Abbbaa Alangaa Aanaa Baddannooti. Haqaan Haqaaf, Seeraan Seeraaf Hojjanna! WAAAB-Baddannoo
477
15
#Murtii_Barsiisoo Himatamtoonni, konkolaachiftoonni doqdoqqee namoonni 17 gocha yakkaa raawwatan Adabaman Sadaasa 18, 2016 -+4
#Murtii_Barsiisoo Himatamtoonni, konkolaachiftoonni doqdoqqee namoonni 17 gocha yakkaa raawwatan Adabaman Sadaasa 18, 2016 - Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo-Baddannoo Himatamtoonni, konkolaachiftoonni doqdoqqee namoonni 17 hayyama malee konkolaachisuu fi inshuraansii qaama 3ffaa hin qabne jedhamanii shakkaman erga garee qorannoo yakkaa Abbaa Alangaa fi waajjira pooliisii aanaa keenyaatiin qoratamanii booda Abbaan alangaa seera rogummaa qabu, Seera yakka bara 1996 bahee keww.433 fi dambii Too’annoo nageenya tiraafikaa mootummaa naannoo oromiyaa lakk.194/2009 keewwata 10(1) fi Labsii RDFI inshuraansii qaama saddaffaa lakk.799/2005 keewwata 13(1) fi 30 jalatti himannaa hundeessuun falmiin taasifamaa tureen himatamtoonni hundinuu gocha yakkaa ittiin himataman hanbifannoo malee waan amananiif manni murtiis keewwatuma seeraa ittiin himataman jalatti gochi yakkaa raawwatan balleessaadha jedhee ajajeera...
442
16
Sadaasa 17, 2016 WAAAB-BADDANNOO Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Baddaannoo guyyaa 17-3-2016 waajjira poolisii waliin qindoomuu+3
Sadaasa 17, 2016 WAAAB-BADDANNOO Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Baddaannoo guyyaa 17-3-2016 waajjira poolisii waliin qindoomuun marii gabaabaa kenna tajaajilaan walqabatan ilaalchisee ciminaalee fi hanqinaalee adda bahan irratti marii taasiseera.
412
17
Hubannoo Seera Gaafa guyyaa 17/3/2016 iddoo midhaan gargarsaatti mata-duree heera mootummaa mirgaa daa'immanii, seera yakka 1+3
Hubannoo Seera Gaafa guyyaa 17/3/2016 iddoo midhaan gargarsaatti mata-duree heera mootummaa mirgaa  daa'immanii, seera yakka 1996 bahe keessatti yakkoota miidhaan Daa'immani fi dubartii irratti raawwataman ittisuu fi barmaatilee miidhaa geessisan irratti keennamee jira
380
18
Hubannoo Seeraa Gaafa guyyaa 14/3/2016 mana barumsaa sadarkaa 1ffaa kutaa 1-8 magaalaa baddannoo ayyaana Daa'immanii akka add+5
Hubannoo Seeraa Gaafa guyyaa 14/3/2016 mana barumsaa sadarkaa 1ffaa kutaa 1-8  magaalaa baddannoo ayyaana Daa'immanii akka addunyaatti marsaa 34ffaaf akka biyyoolessaatti marsaa 28 tiif kabajamu irratti waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo Waajjira Dhimma Dubartii fi Daa'immanii waliin tahuudhaan mata duree heera mootummaa, mirga daa'immanii seera yakkaa 1996 bahe  keessatti yakkoota miidhaa Daa'immanii fi barmaatilee miidhaa geessisan irratti kennee jira. Haqaan Haqaaf Hojjanna!
406
19
+9
لا يوجد نص...
123
20
Duula qabeenya deebisiisuu onkololeessa 20 hanga sadaasa 20 harkaa qabnuun hojiin gibiraa fi taaksii miliyoona 5.2 ol raawwat
Duula qabeenya deebisiisuu onkololeessa 20 hanga sadaasa 20 harkaa qabnuun hojiin gibiraa fi taaksii miliyoona 5.2 ol raawwatameera. Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo
141