cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ORO LIVE SPORT

💥Live sport App and Links 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 Taphoota kallaatti Live dabarsuu 👉 Liigotaa Gurguuddoo Awuroppaa 👉 Oduu Ijoo Isportii Addunyaalessaa fi Biyyaa keessa 👉Seenaan Taphattoota fi kkf 💥Yaada 👉 @Oroo_s

إظهار المزيد
فنلندا469لم يتم تحديد اللغةالرياضة5 571
مشاركات الإعلانات
12 765
المشتركون
+3024 ساعات
+3957 أيام
+2 29430 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Garee biyyaalessaa Sarbiyaa Yuroo 2024 iratti hirmaatu. @Liveisporti @Liveisporti
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Arsenaal bara dorgommii 2024/25tti gatii tikkeettii istaadiyeemii %10 akka dabalu himamaa jira @Liveisporti @Liveisporti
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ Fabrizio Bruno gara Weestihaamitti ➜ Here We Go Fabrizio Romano 🇮🇹 ✅ @Liveisporti @Liveisporti
إظهار الكل...
إظهار الكل...
𝐂𝐋𝐈𝐂𝐇 𝐇𝐄𝐑𝐄
Photo unavailableShow in Telegram
Meeson Giriinwuud taphataa cimaa Heetafee bara kanaa ta'uun badhaafameera. @Liveisporti  @Liveisporti
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🎙Chaanalii wa'ee Maan siiti Odeessu kan yeroo Gababaa kessaatii jallatamumma guddaa argaate argaachu ni barbaaddu marree ammumma Join godhaa📡 Join👇👇👇
إظهار الكل...
👉JOIN👈
🗣 ORO CITIZENS 💙
😍LAMMIIWWAAN
Photo unavailableShow in Telegram
Gareen biyyaalessaa Beeljiyeem garee tapha Yuuroo 2024 irratti hirmaatu ifoomsaniiru. @Liveisporti @Liveisporti
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🥳 Taphaatan Qaxalee Maanchisteer siitii Fiil Fooden guyyaa har'a waggaa 24ffasaa kabaajachaa jira Happy Birthday , Phil Foden. 🎉 🏟️ Tapha 270 ⚽️ Goals 87 🅰️ Assists 53 Champions League - 🏆 Premier League -🏆🏆🏆🏆🏆🏆 Super Cup - 🏆 Club World Cup - 🏆 FA Cup - 🏆🏆 League Cup - 🏆🏆🏆🏆 Community Shield - 🏆🏆 @Liveisporti @Liveisporti
إظهار الكل...
3👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨🇵🇹 Kiristiyaanoo Roonaaldoon taphataa jalqabaa liigota adda addaa afuriin goolii olaanaa galmeesse ta'eera. 👟✨ Laaligaa (x3) 👟✨ Seerii A 👟✨ Piriimiyerliigii 👟✨ Piroo Liigii Sa'udii @Liveisporti @Liveisporti
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Al Hilaal tapha tokkollee osoo hin injifatamin Shaampiyoonaa Liigii Saawudii Proo ta'eera🏆 @Liveisporti @Liveisporti
إظهار الكل...
🙏 2