cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

JECHOOTA GAMNAA

Channel kenyaa #join godhaa Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa. ☞︎︎︎ Xinsammuu(psychology ) ☞︎︎︎Jechoota Hayyoota ☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA Yaada yoo qabattee : @maalmallisa21

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
10 706
المشتركون
+224 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
-3830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Jireenyii akka qaawa lilmootii sitti dhiphattus ati akka jirbii ta’i keessa looyi darbi @jechoota_gamnaa
إظهار الكل...
👍 32
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_983218946 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Jireenyi kun qormaata cimaadha. Namoonni hedduun ni kufu, Sababnis namoota biroo irraa copy godhuu waan mokaraniif, garuu isaanif hin galle namni hundi waraqaa gaaffii Adda addaa akka harkaa qabu. @jechoota_gamnaa
إظهار الكل...
👍 41
Yoo fulduratti hin tarkaanfanne, Yeroo hunda bakkuma takka teessa. @jechoota_gamnaa
إظهار الكل...
👍 8
1.waan barbaaddu tokko jala yoo hin deemne, goonkuma hin argattu. @jechoota_gamnaa
إظهار الكل...
👍 10
إظهار الكل...
MemeFi Coin

Fight ghost enemies and collect MemeFi Coin rewards in the fastest-growing Telegram app! News:

https://t.me/memeficlub

👍 4
https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_a17d6cd7b1 Join the hottest clicker app and get a signup bonus for using my invite link! 🚀
إظهار الكل...
MemeFi Coin

Fight ghost enemies and collect MemeFi Coin rewards in the fastest-growing Telegram app! News:

https://t.me/memeficlub

👍 3
Hiriyoonni dhugaa akka urjiiti, isaan arguu fi baruu kan dandeeysu yeroo naannoon kee dukkanaa'e qofa. @jechoota_gamnaa
إظهار الكل...
👍 41
Sibiillii hanguma tuman jabaata @jechoota_gamnaa
إظهار الكل...
👍 36
Sobdee jaallachuun kee har’aaf gammachuu sitti fakkaata malee boriif cubbuudha @jechoota_gamnaa
إظهار الكل...
👍 35