cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

OroIspoortii™️

🔯Isportii Jalalaafi🔯 ⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee 💶 Jijjirraa taphatotaa 📒 Seenaa taphatotaa 🖥️ Tamsasaa kallattii 🔊 Oduu bashanasisaa 📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222

إظهار المزيد
Ethiopia1 425لم يتم تحديد اللغةالرياضة5 147
مشاركات الإعلانات
14 731
المشتركون
-1224 ساعات
+97 أيام
+11630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Mikel Arteta🗣️ "Waancaa Piriimer Liigii akka injifannu keessi koo natti himeera."          
إظهار الكل...
💯 5👍 2
BARA KANA WANCAA PIRIIMEER LIIGII INGIILAAND ENYUUTU INJIFAATA?
إظهار الكل...
Man.city
Liverpool
Arsenal fc
Goooooooooooooooooooollllll Taphoota Pirimer Ligii Ingilaand har'a taasifaman kallattiin dawwachuuf Chaanaalii kana Join godha👇👇🔥
إظهار الكل...
Join
Open
Share
Gadaaisport
Taphataan sarara gidduu Maanchistar Yunaayitid Mason Maawunt sababa miidhaman tapha Arsenaal waliin taasisaniin ala akka tahe Erik Ten Hag ifoomsaniiru.            
إظهار الكل...
👍 2
✅OFFICIAL Kubbaa Andiree Onaanaan tapha Barnileey waliin taasisan irratti deebise Save cimaa Pirimer Ligii Ingilaand ji'a Ebla ta'uun filatameera.           
إظهار الكل...
👍 1
✅Gooliin Kool Paalmeer Everten iratti lakkoofsise goolii bareedaa Piriimeer Liigii Inglaand baatii Ebila ta'un filatameera. Goolii tana @BurqaaVidiyoo iratti ilaaluu dandeessu                   
إظهار الكل...
👍 1
Leenjisaan Evartan San Daayich leenjisaa cimaa Pirimer Ligii Ingilaand ji'a Ebila tahuun filatamaniiru.        
إظهار الكل...
✅ KILAABA PIREEMER LIIGII INGIILAAND KEESSA KAAM DEGGAARTA?
إظهار الكل...
ARSENAL FC
MAN.UNITED
CHELSEA FC
LIVEPOOL FC
MAN.CITY
TOTTENHAM HOTSPURS
🔰 KAN BIROO 🔰
Taphataan Cheelsii Kool Paalmar badhaasa taphataa cimaa Piriimiyerliigii Ingiliiz kan baatii Eblaa(April) injifate.                    
إظهار الكل...
👍 6
✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa. 💠Sambata 08:30 🔰 Fulhaam Maan Siitii waliin 11:00 🔰 Bornmaawuz Bireentfoord waliin 11:00 🔰 Everteen Sheefild waliin 11:00 🔰 Niwkastil Biraayteen waliin 11:00 🔰 Tootenhaam Barnileey waliin 11:00 🔰 Westhaam Luuteen waliin 11:00 🔰 Wolviis Kiristaal Paalas waliin 01:30 🔰 Notinghaam Cheelsii waliin 💠Dilbata 12:30 🔰 Maan Yunaayitid Arsenaal waliin 💠Wiixata 04:00 🔰Astonvilaa Livarpuul waliin Piriimeer Liigiin Inglaand mi’aawaa nu jalaa dhumuuf jira😔                  
إظهار الكل...
👍 1