cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

BBC NEWS AFAAN OROMOO

Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi ....

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
9 569
المشتركون
+1824 ساعات
+1897 أيام
+87930 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Bulchiinsi Pireezidant Joo Baayidan yeroo duraaf waamicha kabaja olaanaa (State Visit) biyya Afrikaaf yoo qopheessu, hiree kana kan argatte ammoo Keeniyaadha.Pireezidantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waamicha kana hordofee gara Ameerikaa imalaniiru. Ofii Ameerikaan maaliif dursaa Keeniyaa filatte? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZeR3Bnq
إظهار الكل...
Bulchiinsi Baayiden waamicha 'kabaja olaanaa' Afrikaa isa jalqabaaf maaliif Keeniyaa filate?

Bulchiinsi Pireezidant Joo Baayidan yeroo duraaf waamicha kabaja olaanaa (State Visit) biyya Afrikaaf yoo qopheessu, hiree kana kan argatte ammoo Keeniyaadha. Pireezidantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waamicha kana hordofee gara Ameerikaa imalaniiru. Ofii Ameerikaan maaliif dursaa Keeniyaa filatte?

Itoophiyaan waajira qontsilaa Somaalilaand Hargeessaatti argamu gara embaasii tajaajila guutuu kennutti guddisuu ministarri Somaalilaand ibsan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ItyhQxf
إظهار الكل...
Itoophiyaan waajjira qontsilaa Somaalilaand gara embaasitti guddiste - Ministara Somaalilaand

Itoophiyaan waajira qontsilaa Somaalilaand Hargeessaatti argamu gara embaasii tajaajila guutuu kennutti guddisuu ministarri Somaalilaand ibsan.

Leenjisaan Ipsiiwwich Taawon Maakenaa Waldaa Leenjistoota Liigotaan leenjisaa cimaa bara kanaa jedhamuun filaman. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5XjHRYE
إظهار الكل...
Leenjisaan Ipsiwiich Taawon leenjisaa jabaa Waldaa Leenjistootaa tahuun filaman

Leenjisaan Ipsiiwwich Taawon Maakenaa Waldaa Leenjistoota Liigotaan leenjisaa cimaa bara kanaa jedhamuun filaman.

Odolawwan shan kan qabu Haroon Dambal, qarqara magaalaa Baatuutti argama. Haroon kunis bakka bashannanaa fi kan namoonni qurxummii soorachuuf dhaqan ture. Amma erga sochiin bidiruu dhorkamee ji'a caale. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jr15490
إظهار الكل...
'Sababa yaaddoo nageenyaaf Haroo Dambal irraa sochiin bidiruu erga dhorkame ji'a caale'

Odolawwan shan kan qabu Haroon Dambal, qarqara magaalaa Baatuutti argama. Haroon kunis bakka bashannanaa fi kan namoonni qurxummii soorachuuf dhaqan ture. Amma erga sochiin bidiruu dhorkamee ji'a caale.

Leenjisaan Ipsiiwwich Taawon Maakenaa Waldaa Leenjistoota Liigotaan leenjisaa cimaa bara kanaa jedhamuun filaman. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5XjHRYE
إظهار الكل...
Leenjisaan Ipsiwiich Taawon leenjisaa jabaa Waldaa Leenjistootaa tahuun filaman

Leenjisaan Ipsiiwwich Taawon Maakenaa Waldaa Leenjistoota Liigotaan leenjisaa cimaa bara kanaa jedhamuun filaman.

Balaliinsa tibbana Landan irra gara Singaapooriitti taasifamaa ture irratti raafama (turbulence) xiyyaaraa hamaa uumameen, namni tokko du'ee hedduun madamuun dhagahameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rRSGC2o
إظهار الكل...
Raafamni balalii xiyyaaraa maalidha, maaliif uumama?

Balaliinsa tibbana Landan irra gara Singaapooriitti taasifamaa ture irratti raafama (turbulence) xiyyaaraa hamaa uumameen, namni tokko du'ee hedduun madamuun dhagahameera.

Ministirri dhimma alaa US Antonii Bilinken, Manni Murtii Yakkaa Idiladdunyaa qondaaltota Israa'el irratti ajaji hidhaa akka ba'uuf gaaffii gaafate irratti seera baastota waliin hojjechuuf yaada dhiheessaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tViqe6E
إظهار الكل...
US erga ajaji hidhaa aanga'oota Israa'el irratti gaafatamee qondaaltota ICC irra qoqqobbii kaa'uuf

Ministirri dhimma alaa US Antonii Bilinken, Manni Murtii Yakkaa Idiladdunyaa qondaaltota Israa'el irratti ajaji hidhaa akka ba'uuf gaaffii gaafate irratti seera baastota waliin hojjechuuf yaada dhiheessaniiru.

Lammiilen Filisxeem Gaazaa keessatti rukutamanii gara hospitaalota Israa'el geeffaman qoricha adoochaa malee waldhaansi baqaqsanii yaaluu akka godhamuufi harkaafi ija hidhamuun dararaan garaa garaa akka irra gahu ogeeyyin fayyaa Israa'el eenyummaansaanii akka baramu hin barbaanne BBCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eENQdTx
إظهار الكل...
Lammiilee Gaazaa qoricha adoochaa malee waldhaansa baqaqsanii yaaluu argatan

Lammiilen Filisxeem Gaazaa keessatti rukutamanii gara hospitaalota Israa'el geeffaman qoricha adoochaa malee waldhaansi baqaqsanii yaaluu akka godhamuufi harkaafi ija hidhamuun dararaan garaa garaa akka irra gahu ogeeyyin fayyaa Israa'el eenyummaansaanii akka baramu hin barbaanne BBCtti himan.

Saatalaayitiin Raashiyan torbee darbe dhukaafte meeshaa farra saatalaayitiiwwan biroo ta'uu hin oolu jette US."Raahsiyaan saatalaayitii orbiitii lafaa gara gadiitti ergitee jirti, meeshaa waraanaa hawaa farra saatalaayitii akka ta'e hubanne," jedhan dubbii himaa Peentagoon kan ta'an Birgaader Jeneraal Paat Raayidar. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9G1O6Sh
إظهار الكل...
Raashiyaan meeshaa farra saatalaayitii ta'e gara samiitti erguu hin oolle- US

Saatalaayitiin Raashiyan torbee darbe dhukaafte meeshaa farra saatalaayitiiwwan biroo ta'uu hin oolu jette US. "Raahsiyaan saatalaayitii orbiitii lafaa gara gadiitti ergitee jirti, meeshaa waraanaa hawaa farra saatalaayitii akka ta'e hubanne," jedhan dubbii himaa Peentagoon kan ta'an Birgaader Jeneraal Paat Raayidar.

Uumama namaan addatti ol-ademaa waggaa sagalii kutaaleen qaamasaa kara faallaan argamaniif wal'aansi baqaqsanii yaaluu wal-xaxaa taasifameef. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cnR4WMx
إظهار الكل...
Daa'ima onneesaa kara mirgaa jiruuf wal'aansi baqaqsanii yaaluu taasifame

Uumama namaan addatti ol-ademaa waggaa sagalii kutaaleen qaamasaa kara faallaan argamaniif wal'aansi baqaqsanii yaaluu wal-xaxaa taasifameef.