Dawwa'a Dargaggotaa islamaa
https://t.me/joinchat/AAAAAEYwXs85Bdq77LQXaw Dawwa'a Dargaggotaa islamaa inshaa Allah yeroo gababadu bodaa bakka addaa addaati kana egalamuu taha kotaa nu wajjiin hirmadhaa https://t.me/joinchat/AAAAAEYwXs85Bdq77LQXaw
إظهار المزيد201
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
💐Jirra jirtuu obbolewaan islaamaa kaan khabaaf kibaa kaan dhihaaf bahaa kaan wal beknuu fi kaan walii beknee hundii keessanuu As wr wb ❤
🌹🌼مركز ضوءالشمس
Barnotaa Isaa ammaa duraa halaa baredadhaan barsisaa kaan turee fi ammas bifaa harawaan barnotaa isaa waan egaluuf demuuf namonii dhebuu barnootaa qabdaan akkaa dhuftanii qodaa irraa fudhaan khabajaan isiin gafanaa
#Gosoonii barnotaa
#Qur'anaa fi hurufaa
kitabaa #Usulaa fi shuruxaa
#Kitabaa aqidaa
#خذ عقيدتك kitabaa aqidaa tee qabadhuu ykn Amantii tee qabdhuu jedhuu
Kitabaa #hadisaa 100 /kitabuu towhid
Akkasumaa kitabotaa biroos waan egaluuf kotaa qodaa irraa fudhadhaa itii ansuun waan barachuu fetaan itii himachuun fedhii keessaan isinii eguun مراكز ضوء الشمس
Isiin barsiisuuf kophidhaa 🌼🌹
Keyritii wal yamaa
Linkii wasphii tanaas sher walif godhaa jzkl 💐
https://chat.whatsapp.com/EfDUj41NRX7FyV3qaHxrs
WhatsApp Group Invite
5310
WALALOO SHURUXAA SALAATAA 9'n
# Sharxiiwwan Salaataa
Tan dura guuttamtuu
Isiin waa Sagalii
Takka hafuun Taatuu
Tan Duraa dhagahii
Wanta Isiin jettuu
Muslimaa Tahuudha
Namtichaan Salaatuu
Lammeeysaan Tahuudha
Qalbiin isaa guutuu
Joollummaarraa Behee
Waa Addaan Baafachuu
Hadasa Deemsisee
Wuduu'a Tolfachuu
Najisarraa Xahaaramuu
Qaamni isaadhaatii
Uffataafii Ammaas
Iddoon Salaataatii
Jahaffaan Uffataan
Qaamasaa dhooysuudhaa
Yeroon isaas gahuu
Mirkaneeffachuudhaa
Gama Qiblaa Ka'abaa
Fuula isaa Naannessaa
Qalbitti Niyyaa Godhuu
Tanaatu Sagleessaa
https://chat.whatsapp.com/J46Qy11a41h4WGzhwNu9Sm
G/Marakkaza Dow'ushamsi 🥰
WhatsApp Group Invite
2200
إظهار الكل...
G.MARKAZA DOW'''USHAMSI
WhatsApp Group Invite
1400
Repost from Kadijaa binti Aliyii
Yaa deemsa adduniya jalqaba duyda abbaaa keennarraa eegalee garaa gara garaa haadha teennaa garaadhaadhaa irraa duyda dachii duyda dachii irraa gara garaa dachii deemna garaa dachii irra gara wal geettii guyyaa qiyaamaa deemna
الرحال
تبدأ من ظهر الأب الى بطن الأم
ومن بطن الأم إلى ظهر الأرض
ومن ظهر الأرض إلى بطن الأرض
من بطن الأرض إلى يوم العروض
الرحال
إما إلى الجنة
وإما إلى النار
شيئان يحزنان
رجل لم يدخل المسجد
إلا في جنازته
وإمرأة لم تستر نفسها إلا في كفنها
﴿بل تؤثرون الحياة الدنيا﴾
اللهم إنا نسألك حسن الخاتمة
اللهم اسعدنا يا الله في الدنيا والاخرة وجميع من نحب
كلام يحزن القلب على زمن تحضر الناس فيه في الدنيا
اللهم ردنا إليك رداََ جميلا..
جعلنا الله وإياكم من الصالحين
https://t.me/Binti_Islama
3600
إظهار الكل...
Markaza Alhudaa Da'awa Center - مركز الهدى دعوى سينتر's Personal...
9 views, 0 likes, 0 loves, 0 comments, 2 shares, Facebook Watch Videos from Markaza Alhudaa Da'awa Center: Barnotaa Kenyaa Kaan HURUFAA MARKAZ AL-HUDAA DA'AWAA SEENTAR Iraa 👇⤵️
2600
Repost from Sumeyya Awel official channel❤
إظهار الكل...مركز الهدى دعوى سينتر
مركز الهدى دعوى سينتر
2200
Iid mubarak
Warra soomana fii iibaadaan isaanii qeebalamte Rabbi isin hunda haa godhu.
Warra baranaa kan bara hedduu
6400
اختر خطة مختلفة
تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.